Maaddii Media

Maaddii Media MAADDII DHALOOTAAF.

Affeerraa faaruu!
07/07/2026

Affeerraa faaruu!

Title: BADHAASAKOOSinger: Gemechu TashomaFeat: Dibora Motion gra...

Faarfannaa dinqii kana maaloo seenaa dhaggeeffadhaa.Gammachuu Tashoomaa ati eebbifamteetta.
20/06/2026

Faarfannaa dinqii kana maaloo seenaa dhaggeeffadhaa.
Gammachuu Tashoomaa ati eebbifamteetta.

Title: BADHAASAKOOSinger: Gemechu TashomaFeat: Dibora Motion gra...

Grace Training Center
20/06/2026

Grace Training Center

Faayidaa Muuziqaa taphachuu
👇👇👇👇👇👇👇👇

✔️ Dandeettii Sammuu Cimsa
Piyaanoo taphachuun sammuu kee akka hojjetu taasisa. Muuziqaa dubbisuu fi yaadachuun dandeettii waa yaadachuu kee baay'ee dabala.

✔️ Xiyyeeffannoo Dabala
Piyaanoo irratti harka mirgaa fi bitaa yeroo tokkotti sochoosaa, ijaan ammoo noota dubbisuun xiyyeeffannoo guddaa gaafata. Kun immoo hojii kee biroos xiyyeeffannoo guutuun akka hojjettu si gargaara.

✔️Obsa fi Naamusa Barsiisa
Piyaanoo guyyaa tokkotti wanta baratamu mitti.
Guyyaa guyyaatti shaakaluu gaafata. Kun immoo akka ati obsa qabaattu fi jireenya kee keessatti naamusa qabaattee waan tokko galmaan akka geessu si barsiisa.

✔️Ofitti Amanamummaa Dabala
Sirba ykn farsaa tokko sirriitti taphattee yeroo xumurtu ofitti amanamummaan kee ni dabala.
Keessattuu namoota duratti taphachuun qaanii balleessuuf baay'ee gargaara.

✔️Ibsa miiraa ni guddisa
Muuziqaan karaa humna guddaa qabuudha. Piyaanoo taphachuun miira akka dhiphina hirʼisuu fi miira jechootaan ibsuu hin dandeenye akka ibsitu si gargaaruu dandaʼa.

✔️Dandeettii dhaggeeffachuu kee ni fooyyessa
Muuziqaa tokko keessatti wanta hedduu jira. adda baasuuf sirritti dhaggeeffachuu dirqama
Keessattu namoota hasa'uu malee dhaggeeffachuu hin jaalannef baay'ee barbaachisa 🤭

Walumaatti
Umurii hunda irratti barachuun ni danda'ama, faayidaan isaa ammoo umurii guutuu si waliin tura. Yoo carraa qabaatte barachuun kee murteessaa dha!

Yoo jalqabuuf yaadaa jirta ta’e filannoo kee wiirtuu leenjii muuziqaa grace taasifadhu
Teessoon Sabbataa Roobsan fuuldura .......lakk 306
Tajaajila kenninu
👇👇??👇
🎹
*Shaakala quba 🖐
*Barumsa Sikeelii
*Rukkuta 🎶🎵
rimee muuziqaa 🎼
ykn Shaakala sagalee 🎤
🎸
Grace Training Center 🎹

19/06/2026

Grace Training Center GALMEE LEENJII GANNAA eegalleerra jechaa jiru.
Namoonni magaalaa jirtan carraa kanatti fayyadamaa.

Maal faarfannaan akkas guddummaa Kiristoosiin qofa ibsee mul'isuu👏Amanuel Demesa ati eebbifamteetta.
12/06/2026

Maal faarfannaan akkas guddummaa Kiristoosiin qofa ibsee mul'isuu👏
Amanuel Demesa ati eebbifamteetta.

Subscribe to Amanuel Demesa official | and Turn ON Notification To ...

Faaruu kana dhaggeeffadhaa!
18/05/2026

Faaruu kana dhaggeeffadhaa!

NAGAADHA MANNIKOO Afaan Oromoo Gospel Song by Zakarias Koricho

Address

Addis Ababa
MAADDIIMEDIA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maaddii Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Maaddii Media:

Shortcuts

Share

Category