Daree Tolesa

Daree Tolesa But the salvation of the righteous is of the LORD: he is their strength in the time of trouble

17/06/2025

“Mootummaan Waaqayyoo, mootummaa qajeelummaa, nagaa fi gammachuu warra hafuura qulqulluu biraa kennamanii ti malee, mootummaa nyaataa fi dhugaatii miti.”
— Rom. 14:17

24/04/2025

“Yeroo isa argatettis, gara Anxokiyaatti isa fide; waggaa sana guutuu waldaa sanaa wajjin wal arganii, namoota danuu barsiisaa turan. Bartoonni jalqaba duraa Anxokiyaatti "Kristiyaanota" jedhamanii waamaman.”
— HoE. 11:26

23/04/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Elias Tullu Mohammed, Surveyor Abulo BGuye, Yasuuf Taaddasaa Disaasaa, Terefe Abebe, Waan Koot Abbaa Quubsaa, Misgana Tashoma, Dambelash Tolesa, Bonex Yosef, Mustafa Tulu Jara, Tsegenet Tena, Chala Shuguxi, Ofiin Boonii, Barabek Dhelota, Hameso Harbe, Nafyadi Terefe, Falmata Sabaa Oromo, Tajuye Micaa Babiilee, Ayyantuu Mokkonaa Ayyantuu Mokkonaa, Leta Melkamu, Dame Fayera, Natsoo Natsiyyee Turuna, Baba Warisu K Waris, Kajela Etana, Tokuma Wakuma, Geda Bali, Feysal Qallii Namaa, Sami Debela, Dhugaabas, George George, Wedi Tenben, Mahammed Barsisa Hussen, Abiraam Tamane, Gèmådå Gèråmu, Obsitu Jimma, Bokona Tafa, Gamade Shuna, Abdi Husen, Andrew Andrew, Jenny Mansibad Cawan, Sufiyan Arsii, Sanyii Bekkan, Pupett Simba, Carraa B Fufaa, Geleta Adam, Alamu Loko, Ashetu Tasfaye, Yadata Toli, Suusee Dajanuu, Duressaa Qufaa, Saroon Gutakoo

06/04/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Latii Giirmaa, Guddaa G Birbisa, Kokeet Taddesse, Leta Ayela, Oda Mokona Magara, Kabbuu Botee, Abdii Habtamuu, Badasa Oda, Yero Abera, John Dab, Mïlkêså Mōtūmã, Naf Tanan Kayyonko, Obsina Mitiku, Merga Dugasa, Rata Asfawu Asfawu, Tsehay Siyume, Nadhi leeqa

21/02/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Xilahuun Caalchisaa Guddinaa, Kootaanaan Simalee, Sena Kenya, Gemeda Bekana Abdisa, Adise Kebeba, Daditu Yadeta

04/09/2024

Isin duutaniittu; jireenyi keessan Kristosii wajjin Waaqayyo keessa dhokateera.
Qolosaayis 3:3

09/08/2024

In the beginning was the Word, and the Word was with God, and the Word was God. The same was in the beginning with God. All things were made by him; and without him was not any thing made that was made. In him was life; and the life was the light of men. And the light shineth in darkness; and the darkness comprehended it not.
John 1:1-5

Isa. 53¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Isa nuyi dhageenyee himne eenyutu amane? Irreen Waaqayyoos eenyutti mul'ate?² Inni akka biqiltuu muka...
04/05/2024

Isa. 53
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Isa nuyi dhageenyee himne eenyutu amane? Irreen Waaqayyoos eenyutti mul'ate?
² Inni akka biqiltuu mukaatti goofticha duratti ol in ba'a, akka hidda mukaa isa lafa gogaa keessaa ba'uus in ta'a; simboodhaa fi surraa waan hin qabneef, nuyi isa ilaaluu hin jaallanne; miidhagummaa waan hin qabneefis nu hin mararre;
³ namoonni isa tuffatanii isa irraa in goran, inni nama dhiphinnii fi muddamni itti baay'ate ture; inni akka nama tuffatanii, achi ilaalanii bira darbanii in ta'e; nuyis homaatti iyyuu isa hin lakkoofne.
⁴ Inni garuu dhugumaan dhiphina keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne.
⁵ Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame;
⁶ nuyi hundumti keenya akka hoolotaa karaa irraa badnee turre, adduma addaanis kara-karaa in gorre; Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra in kaa'e.
⁷ Isa in cunqursan, in dhiphisanis, inni garuu waan tokko iyyuu hin dubbanne; akkuma ilmoo hoolaa ishee qalamuudhaaf geeffamtuutti in oofame, akkuma hoolaan yommuu rifeensa irraa muran cal jettuus, inni calluma jedhe malee, afaan isaa hin saaqqanne.
⁸ Cunqursaadhaan itti faradamee in ajjeefame; hidda dhaloota isaatii eenyutu hima ree? Biyya warra jiraataa keessaa in balleeffame, balleessaa saba kootiitiin hamma du'aatti in adabame;
⁹ inni jal'ina tokko illee hin hojjenne, gowwoomsaanis afaan isaa keessaa hin baane; awwaalli isaa warra jal'oota gidduutti yaadamee ture, inni garuu warra sooressoota gidduutti in awwaalame.

🅆🄴🄻🄻 🄲🄾🄼🄴 #ⒼⓄⓈⓅⒺⓁ ⓈⒾⓃⒼⒺⓇ ⒾⓎⓄⒷ ⓎⒶⒹⒺⓉⒶ #🅨🅔🅢🅨🅨🅢🅘 🅜🅤🅚🅘🅒🅗🅘 🅙🅘🅡🅔🅔🅝🅨1Yoh. 5¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹¹ Waaqayyo jireenya bara baraa nuuf kenne...
19/01/2024

🅆🄴🄻🄻 🄲🄾🄼🄴
#ⒼⓄⓈⓅⒺⓁ ⓈⒾⓃⒼⒺⓇ ⒾⓎⓄⒷ ⓎⒶⒹⒺⓉⒶ
#🅨🅔🅢🅨🅨🅢🅘 🅜🅤🅚🅘🅒🅗🅘 🅙🅘🅡🅔🅔🅝🅨
1Yoh. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹¹ Waaqayyo jireenya bara baraa nuuf kenne; egaa dhugaan isaa isa kana; jireenyi bara baraa kunis ilma isaa keessatti argama.
¹² Namni ilma Waaqayyoo qabaatu jireenyicha qaba; namni ilma Waaqayyoo hin qabaanne, jireenyicha hin qabu.

Luq. 1¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯³¹ Kunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi!³² Inni guddaa in ta'a ilm...
14/12/2023

Luq. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³¹ Kunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi!
³² Inni guddaa in ta'a ilma aabbaas jedhamee in waamama, Waaqayyo gooftaanis teessoo abaabilii isaa Daawit in kennaaf.
³³ Mana Yaaqoob irratti bara baraan in mo'a, barri mootummaa isaas dhuma hin qabu" jedhe.


⁴¹ Yeroo Elsaabex nagaa Maariyaam dhageessetti, mucichi gammachuudhaan garaa ishee keessa burraaqe. Elsaabex yommus hafuura qulqulluudhaan in guutamte.

15/11/2023

hundinuu anaaf jecha
du'a oolchuuf ofii isaa du'atti dabarsee of kenne
koo hundumaa dhagna isaatti baatee gaara ulfaataa deeme
ATI JIREENYA, NAMNI SITTI AMANU JIREENYA QABA
Far. 22
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ ani akka bishaanii nan dhangala'e, lafeen koo hundinuus wal gad dhiise; onneen koos akka gagaa ana keessatti in baqe;
¹⁵ qoonqoon koo gogee na awwaara'e, arrabni koos laagaa kootti qabate; atis biyyoo du'aa keessa na ciibsita.
¹⁶ Warri akka saree adamsan ana in naanna'an, gareen warra hamaa godhaniis ana in marsan, harka koo fi miilla koos uranii in fullaasan.
¹⁷ Lafeen koo hundinuu lakkaa'amuu in danda'a, jarri immoo ana ilaalanii akkasitti na arguutti in gammadan.
¹⁸ Isaan uffata koo in hirmaatan, wayyaa koottis muka in buufatan.

“Waaqayyo, ''Waan gochuun siif ta'u sin hubachiisa, karaa irra adeemuun siif ta'u sittan argisiisa; sin gorsa, ija kooti...
04/11/2023

“Waaqayyo, ''Waan gochuun siif ta'u sin hubachiisa, karaa irra adeemuun siif ta'u sittan argisiisa; sin gorsa, ija kootiinis sin to'adha.”
— Far. 32:8

Address

Addis Ababa

Telephone

+251925868194

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daree Tolesa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Daree Tolesa:

Share