Korma Dallaa Ba'e

  • Home
  • Korma Dallaa Ba'e

Korma Dallaa Ba'e Blogger, Human Right Activist & Author

Artist Zarihuun Wadaajoo Nagaan boqadhu.
23/04/2023

Artist Zarihuun Wadaajoo Nagaan boqadhu.

15/04/2023
Guyyaa Gootota Oromoo April 15,  2023
15/04/2023

Guyyaa Gootota Oromoo April 15, 2023

13/04/2023
IGAD lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol taasiseFinfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Dhaabban...
25/03/2023

IGAD lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol taasise

Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Oromiyaatti lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol taasise.

Oduu GammachiisaHaroo Soorgaa haala kanaan miidhagsuun hawwata turiizimiif gargaara. Kun immoo guddina dinagdee keessatt...
25/03/2023

Oduu Gammachiisa
Haroo Soorgaa haala kanaan miidhagsuun hawwata turiizimiif gargaara. Kun immoo guddina dinagdee keessatti qooda ol'aanaa qaba. Hundi keenya milkaa'ina hojichaaf qooda nurraa eegamu haa gumaachinu. Warri yaada kana burqisiistanii akka dalagamu daandii saaqxanillee galata guddaa qabdu.

19/01/2023

OUR YOU TUBE CHANNELTO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS Singer Addisu WayimaMusic Gemechis Bulti ...

Address


Telephone

+251919537696

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Korma Dallaa Ba'e posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share