Gaaddisaa Lamuu Ibsaa

  • Home
  • Gaaddisaa Lamuu Ibsaa

Gaaddisaa Lamuu Ibsaa youtube.com/c/5nGibeeProduction

Permanently closed.
Wallee jaaraaVidiyoon marsaalee interneeta irraa kan fudhame tahullee sirbichi dansaa fskkaata.
18/05/2025

Wallee jaaraa
Vidiyoon marsaalee interneeta irraa kan fudhame tahullee sirbichi dansaa fskkaata.

Akkam jirtu jaallattoota Aartii Oromoo hundi keessan. Sababoota adda addaan yeroo dheeraaf hojii aartii irraa fagaadhee ...
10/11/2024

Akkam jirtu jaallattoota Aartii Oromoo hundi keessan. Sababoota adda addaan yeroo dheeraaf hojii aartii irraa fagaadhee akkan ture beekkamaadha. Amma immoo bu’aa bahii hedduu booda hojii bareedaa yeroo waliin adeemu, Gama hundaan bareeda jennee itti dhamaane qabannee dhufaa jira.
Hojii kana karaa Youtube Ya’I Gullallee Media jedhu kan dhaabbata keenyaatiin gama keessaniin gahuuf qophii keenya xumurree jirra. Maarree hojii kana ilaaltanii yaadaa keessan akka nuuf laattan gamanumaan isin affeera. Hangasitti ammoo chanaalii keenya kana Sher, like fi Subscribe gochuun akka nucinaa dhaabbattan isin gaafanna.
https://www.youtube.com/

  Eegumsa Namoota Sivilii Yeroo Waraanaa ilaalchisee, Egumsi godhamu qabu maal akka fakkaatu akkasitti kaa’a. Kutaa IIGE...
29/10/2024

Eegumsa Namoota Sivilii Yeroo Waraanaa ilaalchisee, Egumsi godhamu qabu maal akka fakkaatu akkasitti kaa’a.

Kutaa II
GENERAL PROTECTION OF POPULATIONS AGAINST CERTAIN CONSEQUENCES OF WAR
Article 18
Civilian hospitals organized to give care to the wounded and sick, the infirm and maternity cases, may in no circumstances be the object of attack, but shall at all times be respected and protected by the Parties to the conflict.
Garuu Seerri kun enyu irratti hojjeta?
Enyuuf hojjeta jennee akka of gaafannu lolli maqaa Israel fi Palistain /Filisxeem gidduu waan nama agarsiisu qaba.
Seerri Mootummoota gamtoomanii kun warruma seera kana tumaniif akkasumas dantaa isaanii egsisuuf malee hawaasa biraaf ykn biyyoota biroof akka hin taane nutti agarsiise.
Seerri humna qabaachuu akka tahes ifatti nutti mul’iseera. Mee dhugaa dubbachuuf badiin daa’imman kanaa maaliidha?
Addunyaan maaf calliftee ilaalaa jirti?
Seerichoo isaaniif hin hojjetuu?
Kun hundi deebii hin qabu. Yoo gama isaanii irratti yoo tahe male.

18/09/2024

Kana irratti Yaada keessan barreessa.

1. Akka Seer-Luga Afaan Oromootti, " Beenu" jechu jedhu maal agarsiisa?

2. Kamtu sittiidha?
a, Beenu sifaanan Gala.
b, Beenu nafaana gali.
c, lachuu sirriidha.

ODUU Hogganootaa fi Qondaalota ABO Fulbaana 05, 2024 guyyaa har'aa galgala kana mana hidhaa Qajeelcha Poolisii Magaalaa ...
05/09/2024

ODUU Hogganootaa fi Qondaalota ABO Fulbaana 05, 2024 guyyaa har'aa galgala kana mana hidhaa Qajeelcha Poolisii Magaalaa Buraayyuu irraa mirga wabiitiin gadhiifaman:
1) Jaal Abdii Raggaasaa - Miseensa SHG-ABO
2) Jaal Mikaa'el Booran - Miseensa SHG-ABO
3) Jaal Kennasaa Ayyaanaa - Miseensa GS-ABO
4) Jaal Lammii Beenyaa - Qondaalaa
5) Jaal Daawit Abdataa - Qondaala
6) Jaal Dr.Gadaa Oljirraa - Qondaala
7) Jaal Gadaa Gabbisaa - Qondaala

30/08/2024

"Marii Siyaasaa sirnaa dhabamuutu, Marii Rasaasaa Dhalche.
'Jaal Lammii Gammachuu.

05/07/2024

Har'a gufuuf gufaatiin hammaatus, ni darba jedheen amana. Yaa Waaq .....

🤣🤣🤣Diimaa, Magariisa  Diimaa🤣🤣
29/06/2024

🤣🤣🤣Diimaa, Magariisa Diimaa🤣🤣

  Hariifachiisaa~~~Konkolaataan kun kan yatiimonniifi miskiinonni hedduun ittiin tajaajilaman kan obboleessa keenya usta...
26/06/2024

Hariifachiisaa
~~~
Konkolaataan kun kan yatiimonniifi miskiinonni hedduun ittiin tajaajilaman kan obboleessa keenya ustaaz Nuuruu Turkii yoo ta'u galgala kana naannawaa sa'aa 11:15 tti bakka hojii isaanii magaalaa Finfinnee naannawaa Addis sefer Askoo balbala kaaffee Afnaan jedhamuu hatameera.
Lakkoofsi gabatee AA 29921 koodii 3
Konkolaataa doolfiinii haallu meeti/siilvariiti
Odeeffannoof bilbilli
0911958452/0911715649 irratti bilbilaa.
Ergaa kana share gochuun namoota heddu biraan ga'aa

vidiyoo kana ilaalee waan tokkotu keessa kiyya dhufe, Warri Waggaa 40 fi sanaa ol Oromiyaa keessa jiraatan Warri Kaabaa ...
26/06/2024

vidiyoo kana ilaalee waan tokkotu keessa kiyya dhufe, Warri Waggaa 40 fi sanaa ol Oromiyaa keessa jiraatan Warri Kaabaa fi leellistoonni isaanii maaf Afaan Keenya dubbachuu dadhaban laata? Moo Sammuudhuma isaaniitu...

This year's Irreecha (Oromo thanksgiving festival) finds me on the balcony, playing by myself, without the "fire" of last year's pre-corona gathering. But th...

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaddisaa Lamuu Ibsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gaaddisaa Lamuu Ibsaa:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share