Oromoo FI Oromummaa

Oromoo FI Oromummaa Provides INFORMATION PERTINENT TO Oromia and the Horn Of Africa. News, History, Commentary.....

10/04/2022

Wareegamnii Shinnigaa Irbu Oromummaati!
---------------------------
Irbun Shinnigaa Oromoon hundii Amantii , ganda , goosa fi addaddummaa qabu kamu irraa Oromummaasaa akka dursu qabu kan akeeku dha. Kuniis sababnii Oromoon siirnoota dhufaa darbaa Impaayeera Itiyoophiyaa kana keesaaa dhiibamu fi ajjeefamuf Oromoo ta'usaarraan kan haafe , amantiin innii qabu gandii innii keesaattii argamu fi gostiisaa sababa ta'e hin beeku. Yoo diinnii facayiinsa Oromoof na fayyada jedhe adda addumma innii qabu kana imma itti bahurraan kan haafee. Akkasumas Irbun Shinnigaa iciitin milkaayiina qabsoo isaas Tokkummaasaa akka ta'e nuf ragaa bahaa. Bara sanas balaa moraa qabsoo Oromoo irrattii aggaamame kan Dargiin 'Haarargeen Islaama, Shawaan kiristaana Wallaggaan pheenxee dha , Warrii Wallaggaa fi Shawaa Harargerraa Islaamummaa mulquf dhufan' jedhe Afaan faajjii umaa ture San kan busheesse fashalsee wareegama Shiinniigaa kan gootoonnii Oromoo ' Nutii Oromoo dha , amantiin adda hin baanu' jedhanii boolla tokkotti walboraafatanii tokkummaan wareegaman santu ragaa dha.

Kanaaf Oromookoo gaafa diinnii wal dhabdeeketiif boolla qootu boolla sana isa faana qootuttii hin tumsiin . Yoo rakkoon jiraatellee furmaataaf waliigalteef malee, wal dhabdeef hin tumsiin. Dhiimmoota nukeessa jiran akka Oromoottii ilaallee akka Oromoottii yoo irrattii mariiyannee malee, akka garee fi goola addaddummaan qabnuttii yoo ilaallee fi dubbannee wal nudhabsiisa nu diiga malee nu hin ijaaru. Figiichii gara walin walloolu fi wal dhabuttii fiigamu fiigiicha diinaa malee, fiigiicha Oromoo miti. Waliigalteef malee waldhabdeef hin tumsinaa. Waldhabsiisun kaayyoo diinaati waan ta'ef tunsamu hin qabu.

Oromummaan bu'uraa fi irree tokkummaa Oromooti!
Oromummaan haaleellisu!

WHO IS JAWAR MOHAMMED ? ------------------------[ Jawar Mohammed is Ethiopia’s most influential political figure. Oppone...
09/11/2019

WHO IS JAWAR MOHAMMED ?
------------------------
[ Jawar Mohammed is Ethiopia’s most influential political figure. Opponents should cooperate with the activist in democratizing Ethiopia’s multinational federation, not demonize him.]

•••💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟•••

I have known Jawar for more than a decade and worked with him on several intellectual, political and community projects. I know him as a diligent and dedicated agent of positive change who contributed more than anyone else to making possible the ongoing transformation in Ethiopia. It is impossible to win the hearts and mind of the Oromo people by sidestepping Jawar—a fact Prime Minister Abiy Ahmed would do well to note.

The unremitting demonization of a dedicated political activist works at cross purposes with the very goal of uniting Ethiopia that many of Jawar’s detractors hope to achieve. His enormous influence and political acumen is essential to stabilizing the country that now needs it the most. If the urgent need in Ethiopia at this moment is indeed to bring decorum to political competition and stability to the country, the more pragmatic course of action is cooperation with Jawar Mohammed, not confrontation.

Activism, a matter of character
--------------------------------------------------
A person’s character is shaped by minor, often uneventful, experiences in one’s life. Jawar Mohammed is no exception. One of the labels hurled at Jawar is that he is a Muslim fanatic whose goal is to establish an Islamic state in Ethiopia. Born in the small town of Dhummugaa in the Arsi region, Jawar grew learning the importance of religious toleration. For him, it all began at home as a son of a Muslim father and Orthodox Christian mother. That he grew up as a Muslim did not prevent him from choosing a Protestant Christian as a wife and mother of his child. These experiences have instilled in Jawar his now deeply-held belief that there is no social divide that cannot be bridged through negotiations. His rapid rise to prominence is not because of his alleged Islamist predisposition. It is the result of imagination, hard work, perseverance, resilience and a determination to achieve.

Raised in his early years by his grandfather, who is a fascinating Oromo sage, Jawar’s character was shaped in the crucible of his grandfather’s libertarian penchant and his father’s sacrifice in the Oromo nationalist resistance movement. A champion of individual freedom from the depredations of the state, his grandfather inculcated in him deep suspicion for unlimited power. His community instilled in him appreciation of Oromo indigenous history, culture, law and social organization. His father’s generation’s history of struggle, which he learned primarily from the legendary Oromo nationalist guerilla fighter and leader, Abdulkarim Ibrahim Hamid, popularly known as Jarra Abba Gadaa, made him aware of the depth of brutality of the imperial regime and the importance of solidarity with similarly oppressed people. Like many Oromo nationalists, Jawar Mohammed grew up in an Oromo nationalist family, imbibing valuable lessons about the inviolability of the nationalist cause. At the same time, the Oromo egalitarian ethos imparted in him the belief that advocacy for Oromo human rights makes a positive contribution to creating an Ethiopia that respects the rights of all its citizens.

-
Partly taken form [ In defense of Jawar, a brilliant and dedicated agent of change - By Professor Ezekiel Gebissa ]

You can read the full article ••• @ https://www.ethiopia-insight.com/2019/11/09/in-defense-of-jawar-a-brilliant-and-dedicated-agent-of-change/
_
Thank You Professor!

ለ ሲዳማ ጓዶቻችን እራስን በራስ ለማስተዳር ባካሔዱት መራር ትግል የሲዳማ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስትን እውን ለማድረግ በሚያካሂዱት ሕዝበ ውሳኔ ድል እንመኝላቸዋለን።የሲዳማ ሕዝብ የሐገር ባለቤ...
07/11/2019

ለ ሲዳማ ጓዶቻችን እራስን በራስ ለማስተዳር ባካሔዱት መራር ትግል የሲዳማ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስትን እውን ለማድረግ በሚያካሂዱት ሕዝበ ውሳኔ ድል እንመኝላቸዋለን።

የሲዳማ ሕዝብ የሐገር ባለቤትነቱን በድምፁ በማረጋገጥ ፣ የሲዳማ ልጆች የከፈሉትን ውድ መስዋእትነት ክብር ያጎናፅፋል።

ሻፌታ ያሸንፋል!





 !---የኢትዮጵያ ኩሽ ህዝቦች አንድነት ማህበር ተቋቋመ!!================================የሲዳማ፥የኦሮሞ፥የከምባታ፥የሀዲያ፥የጌዲኦ፥የአፋር፥የሱማሌ፥የአገው፥የቅማንት፥የኢሮብ...
25/04/2019

!
---
የኢትዮጵያ ኩሽ ህዝቦች አንድነት ማህበር ተቋቋመ!!
================================
የሲዳማ፥የኦሮሞ፥የከምባታ፥የሀዲያ፥የጌዲኦ፥የአፋር፥የሱማሌ፥የአገው፥የቅማንት፥የኢሮብ፥የሳሆ፥ሀላባ እና ሌሎችም የኢትዮጵያን 70% ህዝብ ብዛት የሚሸፍኑት የኩሽ ህዝቦችን አንድነት የሚያጠናክር ማህበር የተቋቋመ ሲሆን ይህ ማህበር የኩሽ ህዝቦችን ሁለንተናዊ አንድነት ከመጠበቅ በላይም ከሌሎች ነገዶች ጋር ያለውን ወዳጅነት እንዲሁም አልፎ አልፎ የሚነሱ ተቃርኖችን በመቃኘት ከሀገር አንድነት አንጻር ለሰላም የሚሰራ ይሆናል። ይህ ማህበር በዛሬ ጉዞውም ከሻሸመኔ በመነሳት ወደ ጂጂጋ የኩሽ ህዝቦች አንድነት ጉዞን ጀምሯል።

"እኛ የኩሽ ዘር ነን!!

Xiyyeeffannaa Qeerroof Qarreewwan Oromiyaatiif:-------------------------------------------------------------------------...
08/04/2019

Xiyyeeffannaa Qeerroof Qarreewwan Oromiyaatiif:
---------------------------------------------------------------------------------
Hiriirri nagayaa dhimma Walloorratti bahamaa jiru itti ba’iin (objective) isaa:

1) aggaammii ummata keenya kan Walloorratti aggaamamaa jiru balaaleffachuu;

2) waliinummaa (solidarity) keenya ummata keenya kan Wallootiif agarsiisuu/mirkanneessuu; akkasumas

3) mootummaan federaalaa hatattamaan aggaammii kana ummata Wallootirraa qoluudhaan nageenya ummataa akka mirkanneessu gaafachuu dha.

Kanaafuu dhaadannooleen hiriira keenyarratti baannee baanu dhimmootuma ijoo sadeen kanniin irratti kan xiyyeeffatan ta’uu qabu.

Kanaan walqabatee kashlabboonni qaamota maqaa qeerrootiif kan ummata bal’aa Oromoo xureessuuf shira xaxaniin ergaman dhaadannoolee dhaamsa dhimmoota kanniiniin ala ta’an, akkasumas kanneen maqaa saba biroo dhahuudhaan dhaamsa arrabsoo ta’an barreeffatanii hiriirota keenya keessa lixuudhaan maqaa nu balleessuuf tattaafatan akka jiran taateewwan yaroo (few events) hiriirota har’a kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti gaggeeffamanirraa hubachuun danda’ameera. Qeerroof Qarreenis kashlabboonni akkanaa kanniin shira akkanaatiin hiriira nagayaasaanii akka hin xureessine dammaqanii eeguudhaan saaxilanii baasuu danda’anii jiru.

Haaluma kanaan Qeerroof Qarreen Oromiyaa guyyoota as deeman dhimma Walloo kanarratti hiriira nagayaa bahuuf deemtan haaluma walfakkaatuun lukkeelee shiraa kanniin dammaqinaan ofirraa eeguun hedduu barbaachisaa akka ta’e xiyyeeffannaa kennanii hubachuun haalaan barbaachisaa dha.

Itti milkaa’aa!!

HUBACHIISA Dhimma Hiriiraa!=========================Qeerroon kutaalee Oromiyaa adda addaa ' ' jechuun waadaa seenaa jirt...
06/04/2019

HUBACHIISA Dhimma Hiriiraa!
=========================
Qeerroon kutaalee Oromiyaa adda addaa ' ' jechuun waadaa seenaa jirtan bal'inaan argaa jirra. Kun tarkaanfii heddu jajjabeessaa fi ummata keenya achi jiruuf hamilee olaanaa ta'aa jiruu dha. Kanuma waliin wanni walii dhaamnu akka armaan gadiiti.

1. Tumsa Walloof qabnu agarsiisuuf hiriira yeroo goonu:
-----------------------------------------------------------------------------
√ Karaan hin cufamu.
√ Barataan barnoota irraa hin hafu
√ Hojjetaanis hojii hin dhaabu.
√ Sabas tahee qaama kamuu arrabsuun dhorkaa dha.
√ Ulees tahee meeshaa waraanaa kamuu baatanii bahuun dhorkaa dha

2. Dhaadannoon godhamu:
--------------------------------------------
√ Ummata keenya Walloo cinaa jiraachuu kan itti ibsinu,
√ Mootummaan olaantummaa seeraa akka eegsisuu fi warra ummata keenya Wallootti roorrisu akka dhaabsisu kan gaafatu
√Humni Liyyuu Polis Mootummaa Naannoo Amaaraa ABN waliin tahuun ummata keenya Walloo shororkeessuu akka dhabu
√ Oromoo Wallootti roorrisuun guutuu ummata Oromootti roorrisuu akka tahe warri dhimmi laalu hubatee akka adabatu,
√Injifannoo Qabsoo Qeerrootiin dhufeen jijjiiramni argame kan Oromoon deebi'ee ittiin roorrifamu yoo tahe Qeerroon kana akka hin hayyamne kan itti mirkaneeffamu ta'a.

Hiriira tumsa ibsannoo kana guyyaa boruu irraa eegalee Qeerroon bakka jiru maratti sagantaa qindeeffatee hanga torbaan tokkoo keessatti geggeessuu danda'a. Hiriira kana keessatti qaamni nama arrabsu, hookkara uumuu fi meeshaalee adda addaa qabatee bahu yoo jiraate Qeerroon akka of keessaa baasu godhaa. Yoo hubannoo dhabiisaan godhe gorsaa sirreessaa. Yoo ergama biraa qabaate ammoo poolisatti dabarsaa kennaa.

!

06/04/2019

#እርምት
የባልዲራሱ ምስር ቤት ከ አአ ከተማ አስተዳደር ከንቲባ ጋር ለውይይት ቀጠሮ ይዘዋል ተብሎ እሚናፈሰው ትልቅ ውሸት መሆኑ ተረጋግጧል።
እስክንድር ነጋበት እባክህ ጥግህን ያዝ!

Dhaamsa Qeerroo Oromiyaaf!========================Ummanni Walloo kabajaa Oromummaa tikfachuuf jecha roorroo manatti itti...
06/04/2019

Dhaamsa Qeerroo Oromiyaaf!
========================
Ummanni Walloo kabajaa Oromummaa tikfachuuf jecha roorroo manatti itti dhufte lolataa jira. Oromoon Walloo biyya namaa weeraree miti kan roorrifamaa jiru. Mootummaan roorroo kana irraa dhaabsisuun irra ture ofii isaafuu dhimma kana irratti qoqqoodamee wal urursaa jira. Kanaafuu Qeerroon Oromiyaa aantummaa lammii keessan Walloof qabdan sagaleedhaan dhageessisaa. Qaamaan achitti argamtanii saba keessan roorrifamaa jiru waliin roorroo qolachuuf fageenyi yoo isin daangessellee, bakkuma jirtanitti magaalota Oromiyaa maratti hiriira baatanii KARAA NAGAAN tumsa keessan Walloof dhageessisuun dirqama Oromummaati. Warri Wallotti roorrisaa jiru ummatni sun kophaa isaa akka hin jirre mirkaneessaafii. Walloon tuquun guutuu Oromiyaa tuquu akka tahe sagalee ol jedhaadhaan yaadachiisaanii. Oromoon bara dur kan cabe fageenyatti wal iyyaafachuu dadhabuun mata mataatti dhahameeti. Har'a eessatti maaltu akka deemaa jiru namuu sakoondii sakoondiitti wayta argu dhagahu kanatti callisanii dhaggeeffachuun hin danda'amu.

Yaya Beshir irraa

05/04/2019

ODEEFFANNOO AMMEE!
====================
Gabaasa Yaayyaa Bashiir ( Yaya Beshir)

Ummanni Oromoo Godina Kamisee guyyaa har'aas lolli qixa biraan itti banameera. Lolli kun kan baname gama Affaar irraan jedhan. Humni Affaar irraa hidhatee dhufe kun gandoota aanaa Daawwee Harawaa jala jiran sadiitti kan lola bane yoo tahu isaanis Manduuboo, Haroo fi Warsamee kan jedhamanii dha. Kana keessaa gandi Manduuboo jedhamu amma duras yeroo dheeraaf humnoota Affaar irraa hidhataniin kan lolli itti banamaa ture tahuu dubbatu jiraattonni naannoo.

Akka aktivistoota ABN faarsan irraa amma dura keessa hordofaa turretti lolli amma gama Afaariin Oromoorratti baname kun wal qabataa fakkaata. Aktivitoonni kun torbaanota muraasa dura olola Affaar faarsaa Oromoo xiqqeessu oofaa turan. Humni amma gama Affaar irraan Oromootti waraana bane kun ummata Affaar bakka bu'a osoo hin taane ergamtoota ABN taha jedhamee tilmaamama. Moohama guyyoota sadan dabran mudatan kana haloo bahachuuf jecha gama Affaar irraan Oromoo waraansisuun waanuma tilmaamamu. Ummanni Oromoo Walloo akka daddaffiitti walii dirmatee haleellaa kana ofirraa qolatuu fi manguddoonni keenya achiis akkuma aadaa isaaniitti maguddoota Affaar waliin ta'anii shira diinaa kana akka fashalsan abdii qabna.

04/04/2019

Dhaamsa Qeerroo Walloof!
--------------------------------------------
Yaya Beshir irraa

√Jarri yeroo hin beekamnetti isin dagdee dhufuu malti waan taheef hin dagaminaa.

√ Faffacaatanii kopha kophaan hin deeminaa. Isin keessa namtokko akka hin qabamnetti wal tiksaa.

√ Hanga haalli kun seeraan furmaata argatee tasgabbiin dhufutti bakka bultanii fi ooltanitti yeroo hunda hin argaminaa.

√ Rasaasa keessan qusadhaa.

√ Suuraalee hidhannoo waliin kaatanii bifa fuula keessan garsiisuun social media irratti hin facaasinaa.

√ Hoggansa mootummaa godina sanaa waliin tokkummaa jabeessaa. Ejjennoon bulchiinsi qabu ejjennoo ummata tumsu waan taheef qaama tokko tahaa waliin sosso'aa.

√ Bulchaan godinaa haqa jirtu miidiyaatti himuu isaatiin aaranii tarkaanfii ijaa bahannaa irratti fudhachuu malu waan taheef yeroo kamuu caalaa gurmaahaa bulchaa keessan waliin dhaabadhaa.

√ Waan mootummaa Oromiyaattis tahee federaalaatti dubbachuu barbaaddan karaa bulchaa godinaatiin gargaaramaa.

ኦነግ ለኦሮሞ ህዝብ ምኑ ነው?===================በ አፈንዲ ሙተቂ ተፃፈኦነግን ከኦሮሞ ህዝብ ትግል ማፋታት ከንቱ ድካም ነው። የኦሮሞ ድርጅቶች ሁሉ ለህዝባቸው ነፃነት፣ አንድነት፣...
03/04/2019

ኦነግ ለኦሮሞ ህዝብ ምኑ ነው?
===================
በ አፈንዲ ሙተቂ ተፃፈ

ኦነግን ከኦሮሞ ህዝብ ትግል ማፋታት ከንቱ ድካም ነው። የኦሮሞ ድርጅቶች ሁሉ ለህዝባቸው ነፃነት፣ አንድነት፣ ህልውና እና ክብር ያደረጉት ትግል ሲመዘን የአንበሳውን ድርሻ የሚወስደው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ነው። ይህም ከመሠረታዊ ነገር ነው የሚጀምረው።

# የኦሮሞ ህዝብን ማንነት ማጥፋት የተጀመረው ህዝቡ የሚጠራበትን ትክክለኛ ስም በመቀየር ነበር። ገዥዎች "ኦሮሞ" የሚለውን ስም አጥፍተው አፀያፊ ፍቺዎች የሰጡትን ስም በግዴታ በህዝቡ ላይ ጭነው ነበር። ይህንን ሆን ተብሎ የኦሮሞ ህዝብን ለማዋረድ የተደረገውን ሴራ ተዋግቶ ህዝቡ በዓለም ዙሪያ "ኦሮሞ" በተሰኘው ትክክለኛ ስሙ ብቻ እንዲታወቅ ያደረገው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ነው።

# በታሪክ ሂደት ተበታትነው ወደ መረሳሳት ደረጃ ደርሰው የነበሩትን የምስራቅ፣ የምዕራብ፣ የሰሜንና የደቡብ ኦሮሞዎችን ሙሉእ በሆነ ሁኔታ አንድ ላይ ያሰባሰበው ድርጅት ኦነግ ነው። አሁን ያለው የኦሮሞ ህዝብ አንድነት የኦነግ የስራ ውጤት ነው።

# የኦሮሞ ህዝብ በባህሉ፣ በቋንቋው፣ በትውፊቱና በታሪኩ ሳያፍር ማንነቱን እንዲገልጽና ኦሮሞነቱን በየትኛውም መስክ እንዲያሳውቅ ከማንም በላይ የጣረው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) ነው።

# ኦነግ የኦሮሞ ብሄርተኝነት አባት ነው። Orommumaa እና Sabboonummaa የሚባሉትን ጽንሰ ሐሳቦች በመቅረጽ የኦሮሞ ብሄርተኝነትን ያበለፀገው ኦነግ ነው። ከሰላሳ ዓመታት በፊት ኢብሳ፣ ቶላ፣ መገርሳ በሚሉ ስሞች ልጆቹን መጥራቱን አቁሞ የነበረው ሙስሊሙም ሆነ ክርስቲያኑ ኦሮሞ ዛሬ ኮራ ብሎ "ሃዊ፣ ቀነኒ፣ ፊራኦል፣ ኦብሰን፣ ሳርቱ" የሚሉ ስሞችን ለልጆቹ እየሰጠ ያለው ኦነግ በቀየሰው መንገድ inspire ስለሆነ ነው።

# ኦነግ "የቁቤ አፋን ኦሮሞ" አባት ነው። አፋን ኦሮሞ በላቲን ፊደል እንዲጻፍ ምርምር አድርገው ውጤቱን ይፋ ያደረጉት ሼኽ ሙሐመድ ረሻድ እና ኃይሌ ፊዳ ናቸው። እነርሱ ያጠናቀሯቸውን ጥናቶች በማዳበር ለመጀመሪያ ጊዜ በስራ ላይ ያዋለው ግን የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) ነው። ኦነግ በሽግግሩ ዘመን ከሰራቸው ስራዎች መካከል ትልቁ አፋን ኦሮሞ የትምህርት ቋንቋ ሆኖ የኦሮሞ ልጆች በቋንቋቸው እንዲማሩ ማድረጉ ነው (በዚህ ረገድ የትምህርት ሚኒስትር የነበሩት አቶ ኢብሳ ጉተማ ከፍተኛ ሚና ተጫውተዋል)።

# ኦነግ የዘመናዊው የአፋን ኦሮሞ ስነ ጽሑፍ አባትም ነው። በቁቤ አፋን ኦሮሞ የተጻፉ የግጥም እና የልብ ወለድ መጻሕፍትን ለመጀመሪያ ጊዜ ያሳተመው ኦነግ ነው። በቁቤ የሚዘጋጁ ጋዜጦችና መጽሔቶችንም ለመጀመሪያ ጊዜ ያሳተመው ኦነግ ነው።

# አሁን የስራ ቋንቋ ሆኖ የሚያገለግለውን የተማከለ የአፋን ኦሮሞ ዘይቤንም የፈጠረው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ነው። ለቢሮክራሲ ስራ የሚያስፈልጉና በሂደት ለመጥፋት ተቃርበው የነበሩ የኦሮምኛ ቃላትን ከልዩ ልዩ የኦሮሚያ ዞኖች አሰባስቦ በመዝገበ ቃላት በመሰነድ በመላው ዓለም በሚኖሩ ኦሮሞዎች ዘንድ እንዲታወቁ ያደረገው ኦነግ ነው።

# ኦነግ የዘመናዊው የኦሮሞ የታሪክ ጽሑፍ አባትም ነው። ለመጀመሪያ ጊዜ በመላው የኦሮሚያ ዞኖች ላይ ያተኮረ የታሪክ መጽሐፍ አሳትሞ ያቀረበው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ነው (ከዚያ በፊት ይወጡ የነበሩት የታሪክ መጻሕፍት በአንዱ የኦሮሚያ ዞን፣ ወይንም በአንድ የኦሮሞ ነገድ ላይ ብቻ ያተኮሩ ነበሩ)።

# ለመጀመሪያ ጊዜ የገዳ ስርዓትን አተገባበር በተሟላ ሁኔታ የሚተርክ መጽሐፍ የጻፉት ፕሮፌሰር አስመሮም ለገሰ ናቸው። የገዳ ስርዓትን በዓለም ዙሪያ በስፋት ያስተዋወቁት ግን በውጭ ሀገራት የነበሩት የኦነግ የውጭ ግንኙነት ቢሮዎች ናቸው።

# ኦነግ ሁሉን አቀፍ የኦሮሞ ጥናት አባትም ነው። በኦሮሞ ህዝብ ባህል፣ ታሪክ፣ ኢኮኖሚ፣ ቋንቋና የነፃነት ትግል ላይ ያተኮሩ ጥናታዊ ጽሑፎች የሚቀርቡበትን ዓለም አቀፍ ኮንፈረስ ለመጀመሪያ ጊዜ ያዘጋጀው የኦነግ የውጭ ግንኙነት ቢሮ ነው። በዛሬው ዘመን በዚህ ዘርፍ ተጠቃሽ ሆኖ የወጣው የኦሮሞ ጥናት ማህበር (Oromo Studies Association) የተመሠረተው ኦነግ ሲያዘጋጃቸው በነበሩት ኮንፈረንሶች ላይ ሲገናኙ በነበሩት ምሁራን አማካኝነት ነው።
-----
ኦነግ በነፃነት ትግሉ ዘርፍ ያደረገው አስተዋጽኦ ሲገመገም ደግሞ ከላይ ከሰፈረው በእጅጉ ይበልጣል። ስለዚህ ወደ ዝርዝሩ መግባቱ ለጊዜው አያስፈልገንም። በአጭሩ ግን "ኦሮሞዎች በነገድ፣ በጎሳ፣ በክፍለ ሀገርና በሃይማኖት ሳይለያዩ በኦሮሙማ መንፈስ አንድ ላይ ሆነው በተደራጀ ሁኔታ ለነፃነታቸው እንዲታገሉ የቀሰቀሰ፣ ለትግሉ ያሰማራ እና ያታገለ፣ በዚህም ከኦሮሞ ህዝብ መጠነ ሰፊ ድጋፍ፣ ከበሬታ እና አመኔታ የተሰጠው የመጀመሪያውና ዋነኛው ድርጅት ነው" በማለት ማስቀመጥ ይቻላል። የኦሮሞ ህዝብ የትግል መንፈስ ሳይቀዘቅዝ አሁን ካለበት ደረጃ ላይ የደረሰው ኦነግ ባቀጣጠለው ጎዳና ላይ በመራመድ ነው።
----
ይህ ሲባል ግን ግንባሩ ችግር አልነበረበትም ማለት አይደለም። የግንባሩን እንቅስቃሴዎች ሰንገው የያዙ በርካታ ችግሮች ተፈጥረውበታል። ይሁን እንጂ በዚህ ሰሞን "ኦነግ በኦሮሞ ህዝብ ትግል ውስጥ አንድም አስተዋጽኦ የለውም" የሚሉት ወጀላቴዎች የሚነዙት ፕሮፓጋንዳ እያስገረመኝ ነው።

ከነዚህ ወጀላቴዎች ጋር ቃላት መመላለስ አያስፈልግም። ለጊዜው አንድ ነገር ብቻ ልወርውርባቸው። ኦነግ የሚባል ድርጅት ባይኖር ኖሮ ኦህዴድ የሚባል ድርጅት ባልተፈጠረ ነበር። ኦነግ ባይኖር ኖሮ ሌሎች የኦሮሞ ድርጅቶችም ባልተፈጠሩ ነበር።
-----
ወደዚህ ደግሞ "ኦነግ 40 ዓመት ታግሎ ለኦሮሞ ህዝብ ምንም አልሰራም" የሚሉ አሉ። በእርግጥም ኦነግ በመሳሪያ ተዋግቶ የአራት ኪሎ ቤተ መንግስትን መቆጣጠር አልቻለም። ይህም የራሱ ምክንያት ስላለው ወደ ዝርዝሩ አልገባም። የዕድሜው ጉዳይ ለሚያስጨንቃቸው ሰዎች ግን "የፍልስጥኤም፣ የኩርድ፣ የቺቺኒያ እና የሌሎች ነፃ አውጪ ንቅናቄዎች ብዙ ዓመት ተዋግተው መቼ አሸነፉ?" እንላቸዋለን።
ከዚህ በተረፈ ኦነግ ብዙ ነገር ሰርቷል።
----
ወያኔ በነዛው የበደኖ ፕሮፓጋንዳ ላይ ግግም ብለው የኦነግን አራጅነት ሊያስረዱን ለሚፈልጉት ደግሞ "ዓላማችሁ ኦነግን መምታት ሳይሆን ኦሮሞን መጥላት ነው" ብለን እቅጩን እንነግራቸዋለን (የበደኖውን ፊልም ቀርጾ በቲቪ ያሳየው ወያኔ ነው። ኦነግ ሲያርድ ቀራጩ አጠገቡ ነበረ ማለት ነው?)
----
በመጨረሻም:
የኦነግ ድርጅታዊ ልሳን የሆነው ጋዜጣ "በከልቻ ኦሮሚያ" ይባላል። ይህ ጋዜጣ በአማርኛ ቋንቋ ይዘጋጅ እንደነበረ የምታውቁት ስንቶቻችሁ ናችሁ? አዎን! ግንባሩ እንደሚወራው አማራ ጠል አለመሆኑን ልብ ማለት ያስፈልጋል።

Oromoon ODAA Shan, GADAA Shan, HORTEE Shan, BOKKUU Shan qaba=============================Odaa Shanan--------------------...
03/04/2019

Oromoon ODAA Shan, GADAA Shan, HORTEE Shan, BOKKUU Shan qaba
=============================

Odaa Shanan
---------------------
1. Odaa Nabee - G/Shawaa Bahaa, A/Aqaaqii
2. Odaa Bisil - G/Shawaa Lixaa, A/Illuu Galaan
3. Odaa Bulluq - G/Horroo Guduruu, A/Horroo
4. Odaa Roobaa - G/Baalee, A/Gindhiir
5. Odaa Bultum - G/Harargee Lixaa, A/Odaa Bultum

Gadaa Oromo Shanan
--------------------------------
1. Birmajii
2. Duuloo
3. Horata
4. Melba
5. Roobalee

Damee Oromoo Shanan
---------------------------------------
1. Maccaa fi Tuulama
2. Ituu fi Humbanna
3. Raayya fi Asabo
4. Sabboo fi Goona
5. Sikkoo fi Mandoo

Bokkuu Shanan
------------------
1. Bokkuu Kallachaa
2. Bokkuu Dikaa
3. Bokkuu Biifaa
4. Bokkuu Roobaa
5. Bokkuu Horaa

HoraaBulaa !!!!!

Address

Gullallee
Addis Ababa

Telephone

+2511111111111

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo FI Oromummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share