Guta jabir Ahmd hsn

Guta jabir Ahmd hsn Guta jabir ahmd hsn jedhama abbaa jalaala itti dabalama martii kessan mee like_share_follow godha

mee ijooleen lagaa keenya meeqa keessantu beeka ijoole tana?
13/04/2026

mee ijooleen lagaa keenya meeqa keessantu beeka ijoole tana?

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Famii Abdo...
01/04/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Famii Abdoo, Fatihaa Mammad, Gammee Jamaal, Mikael Raashiid Ok, Imaammata Kaayyoo, Ibsaa Ibsaa, Gammachuu Ka Siraaj, Tajiir Aliyii Rauuf, Famisha Yee Oro Liji, Ilili Taa Yusuf Muktar

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Baha Biift...
04/03/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Baha Biiftuu Barii, Duurree Aliyyii

G/H/Bahaa Aannaa badanoo araada burqaa ngy ti manyoo lagaa rammis dandii hangaa amma innumaahu hin qaban. sabaaba kaara ...
10/02/2026

G/H/Bahaa Aannaa badanoo araada burqaa ngy ti manyoo lagaa rammis dandii hangaa amma innumaahu hin qaban.
sabaaba kaara konkoolata dhabuu kanaan lubbuun nama meeqa kan dhumte kana qofaa mitti bufaata fayyaa tokko hin qaban yoo hadhoolli dahuumsa itti jabaate wasaasan gara bufaata fayyaa kan dhihoo jiruu geeysu .
Dubartootni ba'aa humna isheeti ol fuute lafee wirtuu dugdaa ishee gubbaati badhaate akkasumaa gejjibaaf belaada mana qaban harreeti fayyadaamte kan magaalaa itti as dhihoo burqaa tirtiraa fi badanoo dhaqaatan .
walummaa galaatti ummaatni kun rakkoo hamtuu keessa jiraan jechuudha ,
biyyaa saniiti yoo si dhuukubbee iyyaani ollaa birmachisaani ,utuuba algee bakka jiiruu barbadaani warri hafee kan fayyaa qabu badhaate kilinikas geysa jechaa dha.
kanaaf ummaatni ganda burqaa ngy harkaa offitiin dandii hojaachu murtesse ganda isaanitti dhihoo jiruu araada tortoora qallaattin wal qunaamsisu hojaachu jiraan jechuudha.
akkuma olitti kaseeti.
Share gochuun qamma dhimmii ilaallu biraan gahaa?

28/01/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Takkaa Abagar Abadhaba, Qorii Qorasuumaa Qalbii Page

27/12/2025

Waliin Murtee Show 1 – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 15f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

27/12/2025

Waliin Anii Man – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 12f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

22/12/2025

Waliin Habtamu Lamu – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 15f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guta jabir Ahmd hsn posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share