Fiixaa Duubee Halkame

Fiixaa Duubee Halkame political, social,Education etc

23/09/2026

Pasteroota pheenxee

Jireenya keessatti yeroo ati kufte,maaliif akka kufte qofa hin yaadin,Eenyuf akka kuftee illee yaadi.Sababa hiriyaa keet...
22/09/2026

Jireenya keessatti yeroo ati kufte,
maaliif akka kufte qofa hin yaadin,
Eenyuf akka kuftee illee yaadi.

Sababa hiriyaa keeti kuftee?
Sababa nama jaalattuf kuftee?
Sababa obbolessa ykn obboleetti keeti kuftee?
Garuu wanti caalan so barsiisuu tokko jira.

Yeroo ati kuftee eenyutu si bira ture?
Eenyutu si gane si bira deeme?
Eenyutu rakkoo kee keessatti sibiraa dhabbate?
Eenyutu yeroo namni hundi si dhiiseetti si biraatti hafe?
Kanaaf nama yeroo rakkoo si bira dhabbate hin dagaatin kabaji

Hiyyeessii  nama  hundaa  biratti  jibbama  badii  takkan  maleetti  saree  illee  hiyyeessaa  yoo  argite  Ilkaan  ishi...
22/09/2026

Hiyyeessii nama hundaa biratti jibbama badii takkan maleetti

saree illee hiyyeessaa yoo argite Ilkaan ishii gad yaafte itti duutti .

Mallaqni Arraba itti dubbatan
Mallaqni gurraa ittin dhagayan mallaqni meeshaa lolati
Namni qabeenya qabne muka Gaddisaan hin qabne
Muka Gaddisaan hin qabne namni itti goru.

Deegan lakkoofsa nama keessaa hin seenuu jedhu .

fayyaan horiin bira jirree
dhukkubaa laalan keessaa jirre ykn qawwee rasaasa qabne.

kanaaf horii nama hundaatu itti hajaamaa , Namni horitti hin haajamne addunyaa tana irraa hin jiru

21/09/2026

ni darba jennee jireenya sobaa jiraata jirra malee akki nuti itti jirru kun gaarii tahe mit

Intaala takka waggaa Afur dura wal barre, ishiin yaatamadha.Abbaan irraa duunan haati nama birootti heerumte.     jiruun...
18/09/2026

Intaala takka waggaa Afur dura wal barre, ishiin yaatamadha.
Abbaan irraa duunan haati nama birootti heerumte.

jiruun itti ulfaanan kaate obboleetti ishii guddoo tan hangafa biratti galte.
haala garaa nama nyaatun guddate,seena dabarsite hundaa imimmaanii dhangaalasa naaf oddeessite.

anis seenan ishiin dabarsite irraa hedduu rifadhe akka obboleessa guddaa ta'eef, haalan itti dhiyaadhe waan danda'u hundaan gargaraa ture.
booda irraa hedduu walitti dhiyaannan jalaalti irraa na qabde.

sii wajjiin bultii ijaare jiraadhu fedha jennaan hayyee anis maatii kiyyaaf hime nikaa'a godhanna naan jette.
maatii ishiitis waan naa beekanif hayyee manguddoo haa ergatu nika'a gonaf jedhaniin
akkasitti manguddoo ergannee nikaa'a godhanne.

nikaa'a godhanne akka jaarsaa fi jaartiitti waliin jiraanne.
osoo bultii hin eegaliin ishiin koleejji baratuuf gara finfinnee deemte baatiiwwan muraasa booda koottu maatii kiyyaa wal barta jedhen
ishiinis gaaffii kiyyaaf uwwaate ganda maatii kiyyaa dhufte.

maatii kiyyaa wal barsiisee hanga baatii takka na bira turte,
baatii takkitti tanatti akka jaarsaa fi jaartiitti waliin jiraata turre. achi booda ishiin kaate gara finfinnee deebite
Yeroo muraasa booda maatii dubbisuuf finfinnee kaate gara Dirree dawaa deemuf baabura seente achi keessatti gurbaa ishii cinaa taa'e tokkon wal baran.

gurbaa heerumte jirta jedhen ishinis eeyyee jaarsaa qaba jette himtef jaarsaa qabaachuu qofa osoo hin taane icciiti anaf ishii jiddu jiruu hundaa oddeessitef
ammaa walii galu dadhabne jirra addaan bahun keenya hin oolamu jetten
dhuma irraa gurbaa bilbila kee naa kenni jedhen .

jaartii nama taa'e akkamitti bilbila siif kenna jetten
Rakkoo hin qabu akkanumatti wal dubbifna naaf kenni jedhe bilbilaa irraa fudhate kute.
guyyaa kana booda intaalti nama biroo naatti taate yoo ani jecha takka itti dubbadhu ani yaa'ii kee hin danda'u naan jechuu eegalte.

dubbii keessatti waliif galu dadhabne.
Xiqqoo bubultee nikaa'a naa irraa buustu malee jechuu eegalte
turtii booda intaalti tun gurbaa san waliin jalaala oowwa keessaa seenuu namni naaf oddeesse, gurbaa waa hedduu itti haasaye yoo isaan adda baate anatu si fuudha, yoo feete viizaa sif barbaade biyyaa araaba si erga ana wajjii
jiruu gammachuu jiraatta jedhen.

ishiinis nikaa'a isaa ofirraa buuse jira jetten yeroo kana telefoona ikiyyaa ishii irraa fudhate anatti bilbile
intaalti nika'a isaa hundaa ofirraa buuse jira naa jette akkam dubbii tun dhugaa naa jedhe

Atii akkamitti jaartii nama wajjiin dhimmaa bultii haasofta,anatu nikaa'a irraa qaba jedhen eega nikaa'a irraa qabaatte ammaa booda wajjiin hin dubbadhu waan dabarseef dhiifama naaf godhi ani waan nikaa'a kee ofirraa buufte she nikaa'a qophiitti jira naan jedhe.

dubbiin tun hedduu naatti ulfanaan obbolessa ishii yaame itti hime
intaalti halkaniif guyyaa bilbiltee nikaa'a naa irraa buusi jechuutti jirti
nama biroottu jalatti gale si fuudha jedhe jira akkam godhu qaba nikaa'a irraa buusu jedhe gaafadhe
abadan hin hiikin Intaalti haala haama irraa jirti yoo nut lolle adabatte si wajjiin jiraatti naan jedhan.

anis hayyee jedhe yeroo muraasa obsee,maatii ishii hundii haalan na kabajaa,akka ishii waliin ilmaan horu fedhan.
ishin bilbila boqonnaa naa dhowwite
booda irraa bilbilaa haarawa baafatte maaliif akka dubartii walin oduu ganda keessaa deemta,maaltahuf maatii kiyyaatti himatte naan jette

anis bilbila ishiin haarawa baafatte kana yoo teeleebirr keessaa naqe ilaalu maqaa gurbaa sanitin banamu hubadhe
kun ammoo intaalti gurbaa waliin akka jirtu naaf mirkaneessee
mee kana irraatti maal naan jettan?
ajaja maatii ishii fudhe nikaa'a buusu didu qaba moo?
Dubbii ishii ofirraa gabaabsuuf nikaa'a ishii irraa buusu qaba?
nama jaartii nama jala fuudhatu kanaan maal jettan?

17/09/2026

Dureeyyii Afrikaa,arfan(4) kana beektu?

Qabeenyi namoota Arfan kana Dollaar Ameerikaa biliyoona 57.4 taha
Qabeenyi namoota miliyoona 750 yoo walitti dabalame Qabeenya nama Arfan kana hin gahu
πŸ‘πŸ»πŸ‘Œ1 Aliko Daangotee. Daangoteen Lammii Naajeeriyaa
Qabeenyi isaa Dollar miliyoona 23.3 qaba. Daangoteen kutaa kaanoo keessatti dhalate. Nama hojii uumuun beekamuu. Umrii wagga 20 liqa eessuma isaa irraa,argate daldala jalqabe.abbaa warshaalee hedduuti

πŸ‘πŸ»πŸ‘Œ 2. Joohan Rubeet lammii Afrikaa kibbaati qabeenyi isaa Dollara miliyoona 14.2. Joohan 1950 dhalate
Dhabbata Rich mot Meeshaalee Qananii addunyaa irraatti daldala

πŸ‘πŸ»πŸ‘Œ 3. Niikin open hayma lammii Afrikaa kibbaati Qabeenyii isaa Dollara miliyoona 10.2 ti 1945 dhalate Qabeenyi isaa irraa guddaan dhaalaa

πŸ‘πŸ»πŸ‘Œ 4. Naasif Sawaris lammii Masriiti
Qabeenyi isaa Dollar miliyoona 9.4

16/09/2026

OSoo isin taahe maal gootu? πŸ˜†πŸ€£

Intaala takka waggaa Afur dura wal barre, ishiin yaatamadha.
Abbaan irraa duunan haati nama birootti heerumte.
jiruun itti ulfaanan kaate obboleetti ishii guddoo tan hangafa biratti galte.

haala garaa nama nyaatun guddate,seena dabarsite hundaa imimmaanii dhangaalasa naaf oddeessite.

anis seenan ishiin dabarsite irraa hedduu rifadhe akka obboleessa guddaa ta'eef, haalan itti dhiyaadhe waan danda'u hundaan gargaraa ture.

booda irraa hedduu walitti dhiyaannan jalaalti irraa na qabde. πŸ˜†
sii wajjiin bultii ijaare jiraadhu fedha jennaan πŸ’ hayyee anis maatii kiyyaaf hime nikaa'a godhanna naan jette.

maatii ishiitis waan naa beekanif hayyee manguddoo haa ergatu nika'a gonaf jedhaniin
akkasitti manguddoo ergannee nikaa'a godhanne. πŸ’

nikaa'a godhanne akka jaarsaa fi jaartiitti waliin jiraanne. πŸ’‘

osoo bultii hin eegaliin ishiin koleejji baratuuf gara finfinnee deemte.
baatiiwwan muraasa booda koottu maatii kiyyaa wal barta jedhen
ishiinis gaaffii kiyyaaf uwwaate ganda maatii kiyyaa dhufte.

maatii kiyyaa wal barsiisee hanga baatii takka na bira turte,
baatii takkitti tanatti akka jaarsaa fi jaartiitti waliin jiraata turre. achi booda ishiin kaate gara finfinnee deebite
Yeroo muraasa booda maatii dubbisuuf finfinnee kaate gara Dirree dawaa deemuf baabura πŸš† seente achi keessatti gurbaa ishii cinaa taa'e tokkon wal baran.
gurbaa heerumte jirta jedhen ishinis eeyyee jaarsaa qaba jette himtef jaarsaa qabaachuu qofa osoo hin taane icciiti anaf ishii jiddu jiruu hundaa oddeessitef
ammaa walii galu dadhabne jirra addaan bahun keenya hin oolamu jetten

dhuma irraa gurbaa bilbila kee naa kenni jedhen
jaartii nama taa'e akkamitti bilbila siif kenna jetten
Rakkoo hin qabu akkanumatti wal dubbifna naaf kenni jedhe bilbilaa irraa fudhate kute.
guyyaa kana booda intaalti nama biroo naatti taate yoo ani jecha takka itti dubbadhu ani yaa'ii kee hin danda'u naan jechuu eegalte.

dubbii keessatti waliif galu dadhabne.
Xiqqoo bubultee nikaa'a naa irraa buustu malee jechuu eegalte
turtii booda intaalti tun gurbaa san waliin jalaala oowwa keessaa seenuu namni naaf oddeesse.

gurbaa waa hedduu itti haasaye yoo isaan adda baate anatu si fuudha, yoo feete viizaa sif barbaade biyyaa araaba si erga ana wajjii
jiruu gammachuu jiraatta jedhen.

ishiinis nikaa'a isaa ofirraa buuse jira jetten yeroo kana telefoona kiyyaa ishii irraa fudhate anatti bilbile
intaalti nika'a isaa hundaa ofirraa buuse jira naa jette akkam dubbii tun dhugaa naa jedhe.

Atii akkamitti jaartii nama wajjiin dhimmaa bultii haasofta,anatu nikaa'a irraa qaba jedhen eega nikaa'a irraa qabaatte ammaa booda wajjiin hin dubbadhu waan dabarseef dhiifama naaf godhi ani waan nikaa'a kee ofirraa buufte she nikaa'a qophiitti jira naan jedhe.
dubbiin tun hedduu naatti ulfanaan obbolessa ishii yaame itti hime
intaalti halkaniif guyyaa bilbiltee nikaa'a naa irraa buusi jechuutti jirti
nama biroottu jalatti gale si fuudha jedhe jira akkam godhu qaba nikaa'a irraa buusu jedhe gaafadhe
abadan hin hiikin Intaalti haala haama irraa jirti yoo nut lollies adabatte si wajjiin jiraatti naan jedhan
anis hayyee jedhe yeroo muraasa obsee,maatii ishii hundii haalan na kabajaa,akka ishii waliin ilmaan horu fedhan
ishin bilbila boqonnaa naa dhowwite
booda irraa bilbilaa haarawa baafatte maaliif akka dubartii walin oduu ganda keessaa deemta,maaltahuf maatii kiyyaatti himatte naan jette
anis bilbila ishiin haarawa baafatte kana yoo teeleebirr keessaa naqe ilaalu maqaa gurbaa sanitin banamu hubadhe
kun ammoo intaalti gurbaa waliin akka jirtu naaf mirkaneessee
mee kana irraatti maal naan jettan?
ajaja maatii ishii fudhe nikaa'a buusu didu qaba moo?
Dubbii ishii ofirraa gabaabsuuf nikaa'a ishii irraa buusu qaba?
nama jaartii nama jala fuudhatu kanaan maal jettan?
πŸ’‘πŸ€΅β€β™‚οΈπŸ‘°β€β™‚

16/09/2026

β€œBeekumsi humna dha; barnoonni immoo balbala gara beekumsaatti nama geessu.”

Maatii kiyyaa hundii ni babareeduuHaadha fi Abbaan irraa dhaladhe. obboleewwan kiyya hundii babareedoo dha. ani garuu ak...
15/09/2026

Maatii kiyyaa hundii ni babareeduu
Haadha fi Abbaan irraa dhaladhe.

obboleewwan kiyya hundii babareedoo dha.
ani garuu akka isaanii sanitti hin bareedu, akka isaanii fuula bareeda hin qabu.

sababa kanaaf miidha guddaatu na irraa gaha ture.
keessattu abbaan kiyyaa miidha humna olii naa irraa gahe.

dogogorra xinnoo takka too an dalagee hanga lubbuu naa baasu gaha, osoo sibilaas harka qabaate sanuma na dhaya.

Yeroo hedduu dhaya isaatin madaaye mana hakiima na geessan.
osooma akkasitti naa daraaran guddaadha biyyaa bahe
ammaa tana ani sa'udii Arabiyaa keessaa jiraadha.

waan miidha naa irraan gayaniif jecha guyyaa takkas isaan yaade hin beeku,
Yeroo garii haqa haadhafi abbaa guutuun dirqama waan tahef waggaa fa'a gaye bilbilaaf.

waan Yeroo hedduu isaan hin dubbifnef obboleetti tiyyaa takka tan as jirtu bilbila wal qunnamsifte koottu abbaa fi ayyaa dubbisi naa jetti.
isin anuma biratti Abbaa kiyyaa ummaa tiyyaa jette dubbifti,
ani garuu Haadha ebalu,abbaa ebalu jedhe dubbisa.

Rakkoo isaan naa irraan gayaniif turan waan beekuf obboleewwan waliin dhaladhee gaditti waan na laala turaniif jalaala isaani dhabe.
Yeroo sagalee isaan dhagayuu hundaa miidha isaan dura naa miidha turan hundaatu naatti dhagayama.

dhugaa isiniin jedha abbaa kiyyaa keessattu jecha fofokaata waan abbaan ilmoon hin jenne naan jedha ture.
waan inni naan jedhe as irratti dubbatu hin danda'u.
kanaaf jecha Diliin(balleessan) naa irraa jira?

Haadha ebalu abbaa ebalu jedhe waamu kiyyaaf rabbiin naa gaafata?
warri ilmoo ofii ijaa shakkitin ilaalu kun maaliif ?

11/09/2026

Baga bara Haaraa geessan
2019 πŸ‡ͺπŸ‡Ή
αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• αˆˆαŠ α‹²αˆ± α‹“αˆ˜α‰΅ α‰ αˆ°αˆ‹αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆ!
መልካም α‹“αˆ˜α‰΅ α‹­αˆαŠ•αˆαŠ•! πŸŽ‰πŸ™

Address

Addis Ababa
1234

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fiixaa Duubee Halkame posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fiixaa Duubee Halkame:

Shortcuts

Share

Category