ETHIO SHeger News

ETHIO SHeger News ETHIO SHEGER NEWS is a leading news organization dedicated to providing comprehensive and reliable ne

 Odeeffannoo kennuu moo guntutatu barbaadame?Televisiyoonni   gaazexeesitoonni dubartootaa guntutasaanii bakkeetti mul'i...
21/06/2024


Odeeffannoo kennuu moo guntutatu barbaadame?

Televisiyoonni gaazexeesitoonni dubartootaa guntutasaanii bakkeetti mul'isaa oduu akka dubbisaniif gaafate.

24/05/2024
Jijjiirraa keessaa fii AlaaWaajjira Geejjibaa Magaalaa Shaggarifii Kutaalee Magaalaa Shaggar.
22/05/2024

Jijjiirraa keessaa fii Alaa
Waajjira Geejjibaa Magaalaa Shaggarifii Kutaalee Magaalaa Shaggar.

Waliin akka injifannuuf Share Me gochuu hin dagatinaa"Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii y...
21/05/2024

Waliin akka injifannuuf Share Me gochuu hin dagatinaa
"Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."
Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551
Qubee electronics
Odaa Electronics
Electron Microscopy Sciences
Ambo Media Official

BIRRIIBirrii yaa kosholee kooSitu buuse mogolee kooBirrii yaa calaqqiftuuYaa ishii dhiira rakkiftuuBirri yaa adii burree...
27/04/2024

BIRRII
Birrii yaa kosholee koo
Situ buuse mogolee koo
Birrii yaa calaqqiftuu
Yaa ishii dhiira rakkiftuu
Birri yaa adii burree
Ani siif badii hin murree
Yaa birrii yaa gaarii koo
Anoo hin baane aarii koo
..... jedha "Geeraraan"

Warri Dv guuttan hundaaf carraa gaariin argatuHangasitti Kadhannaa cimsaa  Jobs for DV Lottery Winners dvlottery.state.g...
27/04/2024

Warri Dv guuttan hundaaf carraa gaariin argatu
Hangasitti Kadhannaa cimsaa
Jobs for DV Lottery Winners dvlottery.state.gov

26/04/2024

Muka ofiif beekan qoricha hin se'an...!

Beeksisa Warri isin ilaallatu
23/04/2024

Beeksisa
Warri isin ilaallatu

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ETHIO SHeger News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ETHIO SHeger News:

Share