Kedir abdela

Kedir abdela Kedir abdela

Ibsa wayitaawaa Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa kenne**********************Ogeeyyiin fayyaa 47 humnoota badii gaaffii mi...
23/05/2025

Ibsa wayitaawaa Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa kenne
**********************

Ogeeyyiin fayyaa 47 humnoota badii gaaffii mirgaa ogeeyyiin fayyaa tibbana dhiheessan dahoo godhachuudhaan biyya keessatti jeequmsi akka uummamu hojjetan waliin hiriiruun shakkaman to’annoo jala oolanii qoratamaa kan jiran ta’uu Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa ibse.

Ogeeyyiin fayyaa kunneen lagannaa hojii seeraan alaa gaggeessuun, damee fayyaa keessatti jeequmsa uumuudhaan lubbuu dhukkubsattootaa balaadhaaf saaxiluun shakkamuu isaaniiti Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa kan eere.

Akkasumas, seera naamusa hojii ogummichaatiin ala lubbuun lammiilee du’aa fi gaaga’ama hin malleef akkaataa saaxiluun hojii dhaabuun, ogeessonni biroo hojii akka dhaaban doorsisuunii fi kakaasuun gocha yakkaa ta’uu hubachuudhaan gocha akkanaarraa akka of qusatanis Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa yaadachiiseera.

Carraa kanaan poolisiin ogeessota fayyaa uummata isaanii tajaajilaa jiranii fi seera kabajanii hojjechaa jiraniif eegumsa kan godhu ta’uu mirkaneesseera.

Kan kanaan achii Poolisiin qaamolee jeequmsa babal’isuuf hojjetan irratti tarkaanfii seeraa fudhachaa jiru cimsee kan itti fufu ta’uu, Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa beeksiseera.

በወላጅ እናቷ እና እንጀራ አባቷ ሕይወቷ ያለፈችው ህፃን በአምላክ ግርማ አበጋዝ ጉዳይ ዛሬ ግንቦት 15 ቀን 2017 ዓ.ም የፌደራል ከፍተኛ ፍርድ ቤት 4ኛ ወንጀል ችሎት የቅጣት ውሣኔ ሰጥቷ...
23/05/2025

በወላጅ እናቷ እና እንጀራ አባቷ ሕይወቷ ያለፈችው ህፃን በአምላክ ግርማ አበጋዝ ጉዳይ ዛሬ ግንቦት 15 ቀን 2017 ዓ.ም የፌደራል ከፍተኛ ፍርድ ቤት 4ኛ ወንጀል ችሎት የቅጣት ውሣኔ ሰጥቷል።
ተከሳሾቹም ፦
እናቷ ሀና በየነ በሞ*ት እንድትቀጣ ተወስኗል።
እንጀራ አባቷ ብሩክ በሞ*ት እንዲቀጣ ተወስኗል።
¤¤¤
ወላጅ እናት ወ/ሮ ሀና በየነ ትባላለች የድሬዳዋ ከተማ ገንደቆሬ ሰፈር ነዋሪ ስትሆን ከቀድሞ ባሏ ጋር የተፈታችው ይህቺ ሴት ከእሷ ጋር እየኖረ ባለው ሌላ ወንድ ከአብራኳ የወጣችውን የገዛ ሴት ልጅዋ ተገ*ዳ መደ*ፈሯን ስታውቅ እጮኛዋን በወንጀል እንዲቀጣ ማድረግ ሲገባት የ11 ዓመት ልጇ ላይ ፈርዳ መረጃ ለማድበስበስ በማሰብ ልጇን ላይ ጫና በመፍጠር በድ*ብ*ደባ አካላዊ ጉዳት ከማድረስ በተጨማሪ ከ5ተኛ ክፍል የትምህርት ገበታ እና ከጎረቤቶቿ በመነጠል ከማንም ሰው ጋር ምንም ግንኙነት እንዳታረግ በማድረግ ለብዙ ጊዜ ቤት ተዘግቶባት እና ስራ ቦታ ድረስ ከስሯ ሳትነጥላት ብትንቀሳቀስም መረጃ ለመደበቅ በቂ ሆኖ ስላላገኘችው በመጨረሻ በአብራኳ በወጣችው የገዛ ልጇ ላይ የሰራችው ተደጋጋሚ የአረመኔ ሥራ ሳያንሳት እጮኛዋን ከወንጀል ለማትረፍ መረጃ ለማጥፋት ህዳር 1 ቀን 2015 ዓም ከእጮኛዋ ጋር በመተባበር ቀጥቅጠው በአምላክ ግርማን ገ*ደ*ሏት።

Maqaan isaanii Sheikh Ahmad Usmaan Muhammad (Sheikh Ahmed Watar/Bukhaarii Zamanaa) jachuun beekkamu. Aalima, Muhaddisa, ...
22/04/2025

Maqaan isaanii Sheikh Ahmad Usmaan Muhammad (Sheikh Ahmed Watar/Bukhaarii Zamanaa) jachuun beekkamu. Aalima, Muhaddisa, Mudarrisaa fi Muftii biyya teenyaati. Sheikh Ahmed Watar erga Xaaliyaan biyya teenya seentee waggaa sadi geeyse booda bara 1936 A.L.F tti, baha Oromiyaa Naannoo Watar ja'amtutti dhalate!

Sheikh Ahmed Watar akkuma aadaa Ulamaa'ii biyya teenyaatti daa'imummaa isaatiin barnoota Islaamaa (Ilmii) barbaaduu eegale. Bonaa fi ganna keeysa, baadiyyaa fi magaalaa keeysa, baddaa fi gammoijjii keeysa barbaada Ilmiitiif sheeka tokkorraa gara sheekha biraatti osoo dabruu rakkina hedduu agare. Mudannoo ajaa'ibaa mudatan!
Yeroo sanitti wanni ibsatan isaan bira waan hin jirreef guyyaa Qoraan (bobeeysaa) barbaaddatanii halkan bobeeyfatan. Waan nyaataniis hin qaban turan. Nyaataafiis Tiinii fi Hadaamii nyaachaa turan! Kitaaba bitachuun haa hafuu arkachuun jabduu turte. Isaaniis kitaaba tokkorratti nama hedduun barachaa turan! Yeroo garii lafee foon irraa dhumerrattii fi gogaa qaama isaaniirratti barreeyfachaa turan!

Eega yeroo dheertuu barbaacha Ilmii keeysatti dabarse booda, Ilmii isaanii haala gaariin xumuranii, Godina Hararghee Bahaa Aanaa Qarsaa keeysatti Majliisa (caayaa Diin Islaamaa) ijaaruun barsiisuu eegale.

Kitaaboota Islaamaa, Fanniin (diphaartment'n) isaan hin barsiisne hin jirtu. Yeroo Fiqhii barsiisu Faqihni (namni Fiqhii beeku) kan isaan gayu hin jiru. Yeroo Fannii Nahwii (seerluga/grammar afaan Arabaa) barsiisu namni Afaan Arabaa uume isaani jatta. Yeroo Hadiisa odeeysu Muhaddisa beekkamaa Imaamu Al-bukhaarii fakkaata.

Walumaa galatti sheekkoonni Sheikh Ahmad Watar beekan hundi Ilmii isaanii ajaa'ibuun maqaa "Bukhaarii Zamanaa" ja'u isaaf moggaasan!

Abbaan Ulamaa'ii Muftii Sheikh Aadam Tuulaa maalummaa Watar yeroo himu "Sheikh Ahmad Watar anarratti barateeti, deebi'ee narra caale" ja'an.

Rabbiin Umrii isaanii nuuf haa dheereeysu. Jazaa (galata) isaanii Jannatul firdoowsi RABBI haa godhu.

Sheikh Ahmad Watar manguddoo yeroo ammaa Umriin isaanii amata 88 oliiti.

Namni Sheekkan isaanii baruu feetan Kitaaba اتحاف القاري بأسانيد احمد الوتري ja'u dubbisaa.

Barreeysaan: Hamza Abdulhakim
Galatoomaa!

________   ❗️_______👉 Gaafa namni akka tasaa lubbuun darbu, sababni taatee du'a  sanaa hanga qulqullaa'utti namoota bala...
11/03/2025

________ ❗️_______
👉 Gaafa namni akka tasaa lubbuun darbu, sababni taatee du'a sanaa hanga qulqullaa'utti namoota balaa ykn miidhamaa balaan/duuti irra qaqqabe sanatti dhiyoo jiran to'achuun adeemsuma seerati!
Adeemsa kana keessatti haati duutee, ilmi too'atamuu mala! Haati warraa duutee, Abbaan Warraa too'atamuu mala (added)

👉Kunis:-
➤ 1ffaa, shakkamtoota yakka raawwatameef ittigafatama ta'an akka hin miliqne gochuuf,
➤ 2ffaa, odeeffannoo fi ragaale yakka raawwatame bira gahuuf gargaaran akka hin miliqsineef,
➤ 3ffaa, adeemsa qorannoo dhiibbaa irraa bilisa ta'e gaggeessuf,
➤ 4ffaa, balaan ykn yakki dabalataa , shakkamtoota kanaañ ykn shakkamtoota kana irratti akka hin raawwatamneef jecha tarkaanfi fudhatamuudha.

👉 Haala kanaañ namoota naannoo taateen ykn yakki tokko uumametti dhiyoo jiraniif adeemsa kanaañ to'ataman kallattumaan yakkamaa godhani guduunfun mataansa yakkaa fi dogoggora guddaadha.

👉Adeemsa qorannoo gufachiisu ykn kallatti dabsuu bira taree, maatif namoota taaten kun mudatetti gadda hammeessuf hamilee cabsuudha.

👉Kanaafu odeeffannoo, qorannoo fi ragaa qaama seeratin alatti, tilmaama ta'a hin oolletiin odeeffannoo hin malle facaasu irraa of yaa eeggannu!

Sababa Nutii odeeffannoo ragaa fi qorannoon hin deeggaramin facaasnuuf haqni dhokachuu fi baduu waan danda'uuf silaa qaama seeraafi adeemsuma seeraaf dhiifne gaariidha.

Obboleettii teenya haqa argachuu qabdi.
Dogongora odeeffannoon haqni dhokachuu hin qabu.
🙋(shaggar Lixa biiftuu)

11/03/2025
11/03/2025
11/03/2025

Iłmí Oŕómóó ƙáńá bóódá hójííf áśííf áchí rááfámùùń ńí dháábbátá ńámńí ýēróó ámmáá ƙáńáttí bílbílá śmáŕt phóńē háŕƙáá híń qábńé híń jíŕù ééģáá ƙáńá bóódá ĆV ƙēé ásííf áchí ģálchùùń síń báŕbááchísù máńá ƙēé téésséē bílbílá ƙéétííń Qáŕśhíí ńámńí dáldáalù híń áŕģáńńé áŕģáttá ƙáńááf címíńá ƙēé qófá ģááfátá ulááģáá tóƙƙó máléē hójíí ēéģálùù dáńdééssá. Áppí ƙáńá ammùmá líńkíí Ķòmméntíí jáľa ìśinììf Ķàa'eerá báƙƙá Iństáłł jédhúŕŕá bùùfádháá

Address

Addis Ababa

Telephone

+251942130720

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kedir abdela posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kedir abdela:

Share