Green Oromia Dish and sattellite installer

Green Oromia Dish and sattellite installer We serve our people by installing dish sattelite and fix all electronics equipment. For more informa

04/04/2025
04/04/2025

πŸ˜πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ˜

26/03/2025

Guyyaa keessaa gaaf tokko nama ogummaa muka muruu qabu tokkotu daldalaa muka xaawulaa tokkoon akka isa qacaruuf gaafata. Daldalaan muka xaawulaa kunis tole jedhee isa qacaree iddoo kamii fi mukicha inni muru itti argisiise. Innis qottoo isaa fudhatee muruu jlaqabe. Gaafa guyyaa jalqabaa muka 18 muree oole. Daldalaan isa qacare baay'ee isa ajaa'ibsiifatee akka kanaattii itti fufuu qabda jedhee jajee ittiin boonee biraa deema. Guyyaa itti aanu muka murtuun kun 15 mure. Akkuma guyyaan dabalaa deemu mukti inni muru 12, 10 jedhee jalaa gadi bu'aa deeme. Inni muka muru kun ajajaankoo akka duraatti nan argu muka xiqqaan muraa jira jedhee guyyuudhaan humna isaa dabalee muraa yoo deemu baay'inni inni muka muruu baay'ee xiqqaachaa deeme. Gumgumuu eegale. Humna hamma kanaa baasee garuu kan muramu xiqqaachaa deema jedhe.

Guyyaa tokko daldalaan isa qacare dhufee waan jiru ilaale. Xiqqaa murte jedhee gaaffii tokko isa gaafate. Gaaffichi akkas jedha.

"Isa xumuraaf qottookee ykn murtuukee yoom qarte?" jedheen innis deebisee
" qottoo qaruu?" jedhee yeroon qottookoo qaradhu hin qabu yeroon muru malee jedheen.

Kana irraa maal hubanna?
πŸ“Œ hojiif fedhii qabna tooftaa isaa garuu baruuf qophii miti.
πŸ“Œ hojii ni hojjenna. Jireenya maatiif, jireenya, hawaasummaaf, jireenya afuuraaf, beekumsaaf, of ijaaruuf garuu yeroon qabnu.
πŸ“Œ Galma keenya bira gahuu barbaanna. Garuu daandii isaa hin beeknu
πŸ“ŒDiinagdeedhaan badhaadhuu barbaanna garuu waan diinagdeen nurraa barbaadu hin goonu
πŸ“Œ fedhii jijjiiramuu qabna garuu kutannoi jijjiiramaa hin qabnu
πŸ“Œ Dhaggeeffachuuf yeroo qabna gochaaf garuu yeroon qabnu
πŸ“ŒTaphaaf yeroo qabna tapha jireenya keenya ilaallatuuf yeroon qabnu
πŸ“Œ Walumaa galatti Tarsiimoo hojii keenyaaf malu ittiin hojii keenya masakuun dirqama filannoo hin qabnedha. Kanaafuu iddoo jirru dhaabbannee maal akka hojjechaa jirru, maaliif? eenyuuf? hammam? kan jedhu of gaafachuun dirqama jireenya keenyaaf gaaffii dhiyeessuu qabnudha.

Qottookee yoo qaratte muka hedduu muruun salphaa.
Liinkii Telegraamaa kanaan na dubbisaa
πŸ‘‰ https://t.me/brkkjft4cvn

25/03/2025

LISTEN TO 18 THINGS THAT MEN NEED.✍️

1. MEN ALSO NEED SOMEONE TO TALK TO
It is often expected by women that the man should be there to listen to her. But men also need a shoulder to lean on. Lady, pause for awhile expecting your man to be there for you, it's not just about you, you're not the only one with issues or in need of a space to vent. The same way you tell it all to your man because you trust him, make him trust you and he will tell you his all

2. MEN ALSO NEED TO BE SEARCHED OUT.
During dates and intimate conversations, women expect the man to be asking questions and pursuing her. But the man also needs you to show interest in him, ask him questions, pursue him too.

3. MEN ALSO NEED A HUG.
It is expected for the man to give hugs and give good hugs. But men also need the woman to come to him and hug him up. Behind the strong ego mask men wear, is a gentle heart that also need tender loving care. A heart is a heart, whether it belongs to a man or woman.

4. MEN ALSO NEED TO BE PROTECTED
When a woman is being talked badly about or her name is being tarnished; it is expected of her man to defend her. But lady, also protect the honor of your man when he is attacked, stand by him in private and public.

5. MEN ALSO NEED TO BE TOLD 'I LOVE YOU'
In as much as men don't show alot of emotions, men love it when the woman they love tells them "I love you". Yes, men are weird, they don't often say these words but they need to hear. If she stops saying them he gets scared he could be losing her.

6. MEN ALSO NEED TO BE SPOILT.
Men love gifts too, we all do: male or female. The question is, what exactly will please him? Know his taste, boost his ego, praise him, celebrate him and his achievements; big or small.

7. MEN ALSO NEED TO BE FOUGHT FOR.
Men love a woman who fights for their relationship/marriage. Men cannot save the love alone, she must fight for it just like him.

8. MEN ALSO NEED TO BE PRAYED FOR.
It expected that the man should be the high priest

Address

Godina Addaa Naannawa Finfinnee Malkaa Gafarsaa
Addis Ababa

Telephone

943901599

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Green Oromia Dish and sattellite installer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Green Oromia Dish and sattellite installer:

Share