Gabra Global Network

Gabra Global Network Gabra Global Network is For you can share your product on our channel please make Follow gama fuula tiwutera keenyaanis Gabraglobal.twiter.
(5)

Gabra Global Network miidiyaa uummata horsiisee bulaa Gabra akkasumas uummata ollaa kan uummata Gabra wajjin fina qabban sadarkaa addunyaa uummatni hundi akka Oolmaa Guyyaa guyyaa ittiin hordofuuf midiyaa itti yaadamee banameedha. kara toora Facebook gabra global network jechuun oddeeffannoo keenya waqtaawa argachuuf like godha. com jedhuun flow yoo gootan nuu argatuu

28/06/2025

Big shout out to my newest top fans! Ibrahim Nura

ኢራን ደገመችው !GG Network  : የኢራን ሚሳኤሎች በዚህ ሰዓት በእስራኤል ሀይፋ ግዛት ጥቃት አድርሰዋል። በትናንትናው ምሽት ኢራን በሀይፋ ተመሳሳይ ጥቃት በመፈፀም የእስራኤልን የነዳጅ...
15/06/2025

ኢራን ደገመችው !

GG Network : የኢራን ሚሳኤሎች በዚህ ሰዓት በእስራኤል ሀይፋ ግዛት ጥቃት አድርሰዋል። በትናንትናው ምሽት ኢራን በሀይፋ ተመሳሳይ ጥቃት በመፈፀም የእስራኤልን የነዳጅ ማከማቻ መምታቷ ይታወሳል።

Degmada Mubaarak ee Gobolka Daawa.::::::::::::::::::::::::::::::::::::Maanta oo ay Taarikhdu Tahay 8/10/2017 t.i Masuuli...
15/06/2025

Degmada Mubaarak ee Gobolka Daawa.
::::::::::::::::::::::::::::::::::::

Maanta oo ay Taarikhdu Tahay 8/10/2017 t.i Masuuliin Heer Gobol ah ee uu Hogaaminayo Godoomiye kuxigeenka Gobolka Daawa Mudane:- Xasanuur Ibrahim Huka oo mudo 15 cisho ah Kormeer Dabagal Iyo Taakuleyn ah Ugu suganaa Degmada ayaa Kulan layeeshey Golaha Kaabineetka Degmada Mubaarak.

Ujeedka Kulan ka ayaa ahaa Talobixino(feed back) Hogaaminta laga siinayey Dhaliilihii ay Soo arkeen mudadii Kormeerka iyo Dhiirigelinta & Bogaadinta Shaqooyinkii wanaagsanaa ee ay Degmadu qabtey sidii loo xoojin lahaa.

Gebagebadii Dar daaranka Hogaaminta ayaa Kala qaatey in Dhaliilaha jira mudo kooban lagu saxo Shaqooyinkii wanaagsanaa laxoojiyo.

15/06/2025

miisaa'elii dhokataa lafa jalaa qabdi.

Miisaa'elii kana halkanii fi guyyaa osoo tokkosaa bullee woggaa lamattis xumuruu hin dandandeenyu jetteerti.
GG Network

Haleellaa Iraan halkan edaa qilleensarraan Israa'el irratti raawwatteen yoo xiqqaate namoonni 10 du'an******************...
15/06/2025

Haleellaa Iraan halkan edaa qilleensarraan Israa'el irratti raawwatteen yoo xiqqaate namoonni 10 du'an
****************************

Erga humni waraanaa Israa'el buufata Niiwukilaraa fi waraanaa Iraan irratti haleellaawwan hedduu raawwatee booda, Iraan misaa'elaan giddugalaa fi Israa'el Kaaba a haleelteetti.

Haleellaa halkan edaa kanaan hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 10 du'uudha kan eerame.

Kanneen ajjeefaman keessaa ammoo lama daa'imman ta’uudha kan himame.

Haleellaa Iraan giddugalaa fi kaaba Israa'elitti raawwatte kanaan, kanneen ajjeefaman malees namoonni 100 ol madaahuu, tajaajilli yeroo balaa tasaa fi maddeen hospitaalaa mirkaneessaniiru jedhamera.

Iraan erga Israa'el buufataalee boba'aa ishee haleeltee booda tarkaanfii kana fudhachuudha kan gabaafame.

Ministeerri Boba'aa Iraan haleellaa Israa'el raawwatteen kuusaa boba'aa magaalaa Teehiraan keessatti argamutti ibiddi qabachuu fi booda to'atamuu himan.

Pirezidantiin Iraan, Israa'el gocha kanarraa yoo hin dhaabbattu ta'e tarkaanfii hadhaawaatu itti fufa jechuun akeekkachiisan.

Haata’u malee muddamni Israa'el fi Iraan gidduu jiru ammallee daran hammaachuudha gabaasaaleen kan mul’isan.

Haaluma Kanaan humni waraanaa Israa'el lammiileen Iraan naannoo buufata waraanaa akka gadhiisan karaa fuula X isaatiin akeekkachiisa dabarseera.

Akeekkachiisi kun haleellaa haaraa fi hamaan mudachuuf akka jiru mul'isa jedhameera.

Odeeffannoon kan CNN, fans Aljaziiraa fi BBCti

🔴   Dambaliin Misa*a'ela baalistikii Iran gara Iz*raelitti yaa'uu eegaleera
14/06/2025

🔴
Dambaliin Misa*a'ela baalistikii Iran gara Iz*raelitti yaa'uu eegaleera

11/06/2025

Big shout-out to my newest top fans! Ibrahim Nura

abdifatah New  🎶 🎵
11/05/2025

abdifatah New 🎶 🎵

11/05/2025

Welcome

10/03/2025

Sacur Mubarak

19/11/2024

White House yet to release visitor logs for month Biden dropped out of race

Address

Gulale
Addis Ababa
252589

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gabra Global Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gabra Global Network:

Share