Damee Lemma

Damee Lemma Nama dhaga'uu fi kabajuun mo'amuu osoo hin taane bilchina sammuutti

03/08/2026
ilaalcha namootaf jedhee eenyumma jijjiramuu hin qabu.โ˜‘๏ธ
03/02/2026

ilaalcha namootaf jedhee eenyumma jijjiramuu hin qabu.โ˜‘๏ธ

02/02/2026

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

Yeroo tokkoo ni dhufuu ๐Ÿ‘‰Namni waa'ee taatewwaani yeroo itti namaaf ibsuu dhisuuJaalatamee ykn jibaame jedhee yeroo itti ...
02/02/2026

Yeroo tokkoo ni dhufuu

๐Ÿ‘‰Namni waa'ee taatewwaani yeroo itti namaaf ibsuu dhisuu
Jaalatamee ykn jibaame
jedhee yeroo itti yaadu dhisuu.

๐Ÿ‘‰Namoonni naa hubataan naa hin hubane jedhee yeroo itti dhiphachuu dhisuu.

๐Ÿ‘‰Nama gaariifi fayyaada ta'e argamuuf yeroo itti ofii hin dhiphiseen.

๐Ÿ‘‰Namoota biratti beekamatti argachuuf yeroo itti hin dhiphaane yeroo ta'e wayii ni dhufaa.
๐Ÿ‘‰Caalisuu hirriya goodhatee callisa ofiin yeroo itti jiraatuu
Yeroo tokkoo ni dhufaa.

๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

milkaa'inni akka salphaati dhufuu hin jiru.
29/01/2026

milkaa'inni akka salphaati dhufuu hin jiru.

Gaaf tokko wanti hundi ni jijjiirama.Kanaaf dhugaa jiru fudhadhuu itti fufi.galatooma๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
24/01/2026

Gaaf tokko wanti hundi ni jijjiirama.
Kanaaf dhugaa jiru fudhadhuu itti fufi.
galatooma๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Diinonni kee akkamitti akka si miidhan yeroo karoorfatan Waaqayyos akkamitti akka isaan dhaabu karoorfachaa jira. WAAQAY...
23/01/2026

Diinonni kee akkamitti akka si miidhan yeroo karoorfatan Waaqayyos akkamitti akka isaan dhaabu karoorfachaa jira. WAAQAYYO SIIF GAARII YOO TA'E AMEN.

22/01/2026

wanta dhagesse osoo hin tane wanta miira keeti dhagahame Amani.

21/01/2026

namni nageenya Kee eegu Fi jireenya ati barbaadu sii jirachisuu danda'u sii qofa!.

๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Address

Sendafa
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Damee Lemma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share