Mubarek Jemal offical page.

Mubarek Jemal offical page. Kayyon page kana maddaa odeefanno dhugaa oromoo fi oromoyaa biraan gahuf.

03/02/2025

Nabii muhammad irratti salaawata haa heduummessinu. S w s

02/02/2025

Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dooktar Abiy Ahimadii Pireezidaantii, Obbo Tamasgeen Xirunaa fi Obbo Adam Faaraahiin Pireezidaantoota tti Aanaa paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamuu hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Pireezidaanti Taayyeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.

31/01/2025
28/01/2025

Ji'a ramaadana guyyaa 30 ti galee jira rabbiin ittiin nuhaa ga'e, ittin nuhaa milkeessu.

20/12/2024

Address

Jima
Addis Ababa
SIGIMO

Telephone

+251993086609

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mubarek Jemal offical page. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category