Fala Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fala, Media, Addis Ababa.

30/03/2025

E๐ˆ ๐ƒ ๐Œ ๐” ๐ ๐€ ๐€ ๐‘ ๐€ ๐Š
โ˜…โ˜…โˆญโ˜…โ˜…
๐€๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง๐š ๐†๐š๐š๐ซ๐ข๐ข!

27/03/2025

"Ayidde Cambalaalla!

Ayirrado Sidaamu daga; hattono baalunku Itophiyu ilama/daganna dagoou; Hawalle Sidaamu haaru diri sooro, Fichee-Cambaalaallate Ayaanira keerunni iillishino'e, iillishinonke.
Konne Ayirrado Ayaana ilamatenni-ilama; dirratenni - dirra sayissenna mareekkite Sidaamunni sayisse dagatenna kalqe (alamete) taje ikkanno deerrira iillishu annuwira, hattono xaphoomu sidaamu dagara lowo ayirrinyi nooe!

Tayixehu haaru diri: gobbo-giwansho, bushuri baalu akkalu diriwa gateenna; Sidaamu, gobboomu hattono kalqete daga baala keeru, aletenna atoomu widira higge HULLUUQQANNOHA ikkonke!

Sidaamunnihu haaru diri wo'mante Tophiyu dagara somonke!
Kalqete Anni Kalaqaanchu, Itophiyanna Dagase Maassi'ro!

Maal Aantee ?Fala itti barbaanna malee qorri tuquu hin qabu.
25/03/2025

Maal Aantee ?
Fala itti barbaanna malee qorri tuquu hin qabu.

 !. โžŠ "Yeroo namoota baay'ee arginu keessa jirra, garuu namummaa gahaa miti."โž‹ "Yeroo namni sooressi daa'imman caalaa ku...
25/03/2025

!.
โžŠ "Yeroo namoota baay'ee arginu keessa jirra, garuu namummaa gahaa miti."

โž‹ "Yeroo namni sooressi daa'imman caalaa kutaa manaa baay'ee qabuu fi hiyyeessi immoo kutaa manaa caalaa daa'imman baay'ee qabu keessa jirra."

โžŒ "Yeroo bilbilli (smart phones) carraa addunyaa waliin wal argisiisuu uumanii, garuu warra cina kee (sitti dhiyoo) jiran irraa si fageessan keessa jirra.

โž "Yeroo haati tokkittiin daa'imman 10f kunuunsa gootu, garuu daa'imman 10 haadha tokkittii isaaniif kunuunsa hin goone keessa jirra."

โžŽ "Yeroo sooressi nyaata bulleessuuf maayila tokko deemuu fi hiyyeessi immoo nyaata barbaachaaf maayila tokko deemu keessa jirra."

โž "Yeroo maqaa namootaa baay'ee bilbila irraa qabnuu fi walitti dhufeenyi garuu dhiphaa ta'e keessa jirra."

โž "Yeroo anummaan baay'atee, gammachuun dhabame keessa jirra."

โž‘ "Yeroo itti akkaataa jireenya gaarii jiraachuu beeknee, garuu akkamitti jireenya gaarii jiraachuun dagatame keessa jirra."

โž’ "Yeroo itti baay'een gatii wanta hundumaa beekanii, garuu bu'aa isaa wallaalan keessa jirra."

โž“ "Yeroo namoonni aangoo argatanii, garuu wal hoogganuu dadhaban keessa jirra."
Fala

!๐Ÿ™ŒFala

24/03/2025

Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
Dubbisaa irraa baradhaa.
page Fala follow godhaa.

โ“ต. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)

โ“ถ. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)

โ“ท. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)

โ“ธ. Daldala hamilee malee (business without morality)

โ“น. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)

โ“บ. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)

โ“ป. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)

โ“ผ. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)

โ“ฝ. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)

โ“พ. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability).

แ‹จแ‹แŠ– แ‰ตแŒฅแ‰… ๐Ÿ˜๐Ÿ˜
23/03/2025

แ‹จแ‹แŠ– แ‰ตแŒฅแ‰… ๐Ÿ˜๐Ÿ˜

22/03/2025

NAMOOTNI MAALIIF SOBU Jettanii yaaddanii beektuu? Akka ogeessonni jedhanitti sababoota gurguddoo saddeet (8) namni sobu:

1. Waaโ€™ee mataa isaanii guddisanii agarsiisuuf.
2. Amala gadhee ykn badaa ofii dhoksuuf.
3. Diinagdee ykn faayidaalee biroo isaaniif hi malle argachuuf.
4. Namoota kofalchiisuuf fi xiyyeeffannoo argachuuf.
5. Namoota miidhuuf ykn gargaaruuf.
6. Hawaasa keessatti fudhatama argachuuf.
7. Akka hin adabamneef, adaba ooluuf.
8. Araaduma waan itti taheef.

via Dr. Gurmeessaa
Fala

แˆฐแˆ‹แˆ แˆแˆญแŒซแ‰ฝแŠ• แАแ‹!!
01/02/2025

แˆฐแˆ‹แˆ แˆแˆญแŒซแ‰ฝแŠ• แАแ‹!!

"แŒแŒญแ‰ต แ‹ญแ‰ฅแ‰ƒ แค แŠญแˆ‹แˆฝ แ‹ญแ‹แˆจแ‹ตแค แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ›แ‹Š แŠฅแŠ“ แ‰ แ‹ฒแˆžแŠญแˆซแˆฒแ‹ซแ‹Š แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แŠฅแŠ•แАแŒ‹แŒˆแˆญ!!

แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ›แ‹Š แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆˆแˆ˜แАแŒ‹แŒˆแˆญ แŠฅแŠ“ แˆˆแˆ˜แ‹ฐแˆซแ‹ฐแˆญ แŒแˆ›แˆฝ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ˜แˆ„แ‹ตแŠ• แŠ แŒ แŠ“แŠญแˆฎ แ‹ญแ‰€แŒฅแˆ‹แˆ!"

:- แŒ /แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆญ แ‹ถ/แˆญ แ‹แ‰ขแ‹ญ แŠ แˆ•แˆ˜แ‹ต

01/02/2025



30/01/2025
12/01/2025

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category