Olika Official

Olika Official Added Madda odeeffannoo!

ODUU:Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul'achuu Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa be...
25/05/2025

ODUU:

Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul'achuu Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa beeksisan.

Dhibeen kun naannoo Oromiyaa magaalaa Mooyaaleetti mul'achuu ibsameera.

Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa Vaayirasii Maariyyee Jaldeessaa (Mpox) jedhamu kana ilaalchisuun ibsa kennaniiru.

Daa'ima umrii guyyaa 21 irratti kan mul'ate yoo ta'u, qorannoo gaggeeffameen haati daa'imattis dhibichaan qabamuu mirkanaa'uu eerameera.

Haatii daa'imaa fi daa'imti dhibichi irratti mul'ate bakka tursaa qophaa'etti galuun yaalli godhamaafii kan jiru yoo ta'u, hanga ammaatti lamaanuu haalli cimaan kan isaan hin mudanne ta'uu ibsichi eereera.

Maal Argite?
05/05/2024

Maal Argite?

04/05/2024

5 ๐๐จ๐ฐ๐ž๐ซ๐Ÿ๐ฎ๐ฅ ๐‹๐ž๐ฌ๐ฌ๐จ๐ง๐ฌ ๐…๐ซ๐จ๐ฆ ๐“๐ก๐ž ๐๐จ๐จ๐ค "๐“๐ก๐ž ๐๐จ๐ฐ๐ž๐ซ ๐จ๐Ÿ ๐๐จ๐ฌ๐ข๐ญ๐ข๐ฏ๐ž ๐“๐ก๐ข๐ง๐ค๐ข๐ง๐ ".

1. The power of happiness:

The way to happiness: Keep your heart free from hate, your mind from worry..."
Negative emotions rob your life of joy.
Happiness awaits those who focus on the positive.

2. Live a life of service:

Live simply, expect little, give much. Scatter sunshine, forget self, think of others...
Give more than you take. Live a life of service.
The quality of your life will happily surprise you

3. Start with confidence:

Without confidence, you will think and act inferior.
Believe in yourself and your ability to accomplish amazing things.
Success starts with a strong belief in yourself

4. The negative thinking feedback loop:

If you're worried you'll say something embarrassing.
You'll behave in a way that makes it come true.
Leading to more negative, self-defeating thoughts.
Leave the feedback loop by ditching negative thinking altogether.

5. Visualize your goals:

Imagine the positive outcomes you want.
Then imagine the problems and obstacles you'll face and how you will overcome them.
This exercise changes your thoughts and primes you for positive thinking.

01/05/2024

"Namni hunduu addaa fi adda ta'ee dhalata. Namni kamuu dandeettii addaa namoonni biroo hin qabne qaba. Keessa seeniitii dandeettii addaa kee argadhu. Waan ati qabdu kan warri kaan hanqate ilaali. Barbaadi hojii irra oolchi. Atis addunyaa kana caalaatti bareedduu fi badhaadhaa gochuu dandeessa." dandeettii addaa keetiin.Namni harka duwwaa hin jiru." Namni harka duwwaa addunyaa bareedduu fi jaalala qabeettii kanatti seenee hin jiru.Harki kee guutuudha."


Olika Official

27/04/2024

26/04/2024
26/04/2024

 !
26/04/2024

!

21/04/2024


GATIINKEE HANGAMI (HOW MUCH YOUR WORTH IS?

Abbaatu du'asaan dura ilmasaan akkas jedha, "Sa'aatiin kun kan akaakayyuun kee naaf kenneedha; innis waggaa 200 ol fixeera.Garuu, ani osoo siif hin kennin dura dukkaana (suuqii) itti sa'aatiin gurguramu deemiitii gatii hangamii akka baasu gaafadhu!" jedheen.

Ilmis deemee dhufee, abbaasaatiin, " 'Sa'aatichi tureera (dulloomeera)' naan jechuun $5 naaf kennani" jedhe. Abbaanis "Suuqii bunaa deemi gaafadhu!" jedheen.Achis deemee gara isaatti deebi'uun, "Isaan immoo $10 naaf kennani" jechuun itti hime.Dhumarratti abbaan, "Muuziyeema deemii itti agarsiisi!" jedheenii. Innis deemee deebi'ee; abbasaatiin akkana jedhe, "Sa'aatii umurii heddu lakkoofsiseeru kanaatiif $1,000,000 naaf kennani."

Abbaanis ilmasaan, "Bakki sirriin haala sirriin gatii kee akka dinqisiifatu akka beektun barbaade. Bakka dogoggoraa of hin kaa'iin! Kan gatii kee beeku kan si dinqisiifatuudha; bakka sin madaallee hin turin!" jedhee ilmasaa gorse jedhama.

Moral (Seexaa): Tarii bakka dhaquun nuuf hin malle ykn nun madaalle deemuun, gatii nun maadalleen dhoofsifamnee ta'uu danda'a.Garuu, inni gatii keenya osoo hin taane, balleessaa bakka filachuu dhabuuti. Akkan taane madaalamuun sammuu miidha, guddinas quucarsa.Madaallin sirrii hin taane akkasii nu aarsuu danda'a; garuu aaruurra maadaltuu sirrii kan bakka isaa eeggateen maadala sirreessudha. Gatii keenya isa sirrii beekuuf bakka sirrii haala sirriin nu maadalu deemuu qabna.

Right place appreciates your value in right way!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olika Official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category