Garramuu Birhaanuu Caasaa

Garramuu Birhaanuu Caasaa Odefannoo dhugaafi Wayitawwaa ta'ee Peg kana irraa nii argattuu. like Followfi kkf gochuu hin dagati

Haromee Kasoo.... Riifoomiin akkuma Mootummaa Paartii Badhaadhinaatiin hogganamu geggeffameen  Hogganai Riifomii jalqabu...
08/05/2026

Haromee Kasoo.... Riifoomiin akkuma Mootummaa Paartii Badhaadhinaatiin hogganamu geggeffameen Hogganai Riifomii jalqabumaa dubbiin galeefii mul'ataa Haroomee galmaan gahuuf carraqan keessaa tokkooffaafi angaffii Ganda Adallee Kasootii.
Hoggansii Ganda Adallee Kasoo
Torban dhaqanitti Hawaasa mariisiisuun buna waliinii Gandaaf akka kennamuifi Giddu galli uummatnii itti mana ijaarratu taasiisanii jiruu.
Kana qofa osoo hin taane pilaanii qindaa'aadhaan Haroomeen akka bultuuf carraqqiin taasistaan daraan ol aanaadhaa.

Gama borootiin Haroomeen osoo namaaf hin galiin sirritti hubachuun

Fuula Fb

Haromee Adallee Kasoo jedhu banuun hojii misoomaa adda addaa ittin balbaloomsaa turanii jiruu...

Hawaasni Ganda Adallee Kasoos carraaqqiin isaanii jijjirama kana lafa qabsiisuuf taasiisa turan baayee abdachiisaafi irraa baratamuun akka danda'amuus argineerraa.

Gandootnii keenya birooniis carraaqqii taaaiisa jirtanuu imala keessaan danqaa tokko malee galmaan akka geessanuu abdii guddaa isin irraa qabnaa waan ta'eef carraaqqii eegaltaan karaa dhaabbachuu tokko malee itti fufsiisuuf jabadhaa jennaa.

Hoggansa akka keessanii waliin qabsaa'uun carroomuudhaa waan ta'eef ganda irraa kaasee hanga aanaattii kan jirtanuu jalqabbii akka ciminaatti jiru jabeeffannee hanqina keenya maqsinee buaa barbaadamuu hawaasa keenyaaf fidnee hiyyummaa Seenaa taasisuuf harka wal qabannee tokkummaafi jalala olaanaadhaan haa hojjennuun dhaamsa kootii...

Address

Mettu
Addis Ababa
IABOOR

Telephone

+251913448118

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garramuu Birhaanuu Caasaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Garramuu Birhaanuu Caasaa:

Shortcuts

Share

Category