Johar Mohammed

Johar Mohammed Johar Mohammed

> I share motivation, culture, and real stories for Oromia|ETHIOPIA| and the world.
(20)

Inspiring change, building pride, and uniting our people. 💚💛❤️ https://www.youtube.com/ SUBSCRIBE MY YOUTUBE LINKS https://www.youtube.com/

Yaa rabbi dallansuu tee jalaa najaa nu baasi.  JEDHA  Aamiiiiiin
07/09/2025

Yaa rabbi dallansuu tee jalaa najaa nu baasi.

JEDHA
Aamiiiiiin

07/09/2025
07/09/2025

ይህንን ቪዲዮ ከጳጉሜ 3 በፊት ይመልከቱት! | የደም ጨረቃ ሚስጥር | በሰማይ የሚታየዉ ክስተት በኢትዮጵያም ይታያል? |ዶ/ር ሮዳስ ታደሰ |



Yaa Rabbi najaa nu baasi

Yeroo ammaa Itoophiyaa, Eertiraa Masrii Sa'uudi Arabiyaa biyyoota Arabaa akkasumaas Biyyoota Awurooppaa fi Australia irratti jiini kushufuun gara halluu dh**gaa diimaatti jijjiirameera!! Yaa Rabbi akka keenya miti akkuma keetiin Raammata nuuf godhi nagaa nu godhi....���� Download the app → goliveindia.in/download

   'uufi diimachuu ji'aa‼️Guutummaa Itoophiyaatti gaaddiddaa'uufi diimachuun ji'aa mul'ateera.Har'a galgala sa'aatii 12:...
07/09/2025


'uufi diimachuu ji'aa‼️

Guutummaa Itoophiyaatti gaaddiddaa'uufi diimachuun ji'aa mul'ateera.

Har'a galgala sa'aatii 12:28 yeroo lafti ji'a haguuguu jalqabderraa eegalee gaaddiddaa'uun akkasumas sa'aatii 2:30tti diimachuun ji'aa mul'ateera.

Gaaddidduun ji'aa kun Itoophiyaan ala biyyoota Afrikaa biroo, Awustiraaliyaafi Eeshiyaa kutaalee muraasatti nimul’ata jedhamee eegama.

Johar Mohammed follow godha
Guutuu Sababa Rakkoo tana youtube asiin gadi tana seenaatii daawwadhaa subscribe godha galatooma https://www.youtube.com/

07/09/2025

Guutuu Sababa Rakkoo tana youtube asiin gadi tana seenaatii daawwadhaa subscribe godha galatooma https://www.youtube.com/

07/09/2025

YAA RABBII guddaa nuuf Araaramii godha

Guutuu liqimseera… “ Hanga irraa saaqamutti…Salaataa…Sadaqadhaa…Ararama RABBII gaafadhaa “  Nabi Muhammad waggaa 1400 nu...
07/09/2025

Guutuu liqimseera…

“ Hanga irraa saaqamutti…Salaataa…Sadaqadhaa…Ararama RABBII gaafadhaa “
Nabi Muhammad waggaa 1400 nuuf dhaaman.

Guutuu Sababa Rakkoo tana youtube asiin gadi tana seenaatii daawwadhaa subscribe godha galatooma https://www.youtube.com/
صلوات ربي وسلامه عليه

jedha mee
godha JZK

07/09/2025

07/09/2025

😭😭😭

07/09/2025

Address

King Abdulaziz Road
Addis Ababa
55308

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Johar Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Johar Mohammed:

Share