Johar Mohammed

Johar Mohammed Finding humor in the everyday. 🎭
Here to share real thoughts, good laughs, and a slice of digital life. Thanks for being part of the journey!
(14)

https://www.youtube.com/ Finding humor in the everyday. �
Here to share real thoughts, good laughs, and a slice of digital life.

Obbolessa koo Abdulbaset Ahmed   Hogg/I/A/Dhimma Gurmaa'insaa fi Hogg Damee Dargaggoo Godina Baha Oromiyaa tahun Muudama...
10/10/2026

Obbolessa koo Abdulbaset Ahmed Hogg/I/A/Dhimma Gurmaa'insaa fi Hogg Damee Dargaggoo Godina Baha Oromiyaa tahun Muudamanii jiru!
Bara Hojii Milkii!

Shiree!!Erga Raayyaan Ittisa Biyyaa Shiree guutummaatti to'annoo isaa jala oolchee booda, hawaasni naannicha halkan kana...
09/10/2026

Shiree!!

Erga Raayyaan Ittisa Biyyaa Shiree guutummaatti to'annoo isaa jala oolchee booda, hawaasni naannicha halkan kana bifa kanaan bahee gammachuu ibsataa jira.

Yeroo Asmaraa gallus, hawaasni umurii guutuu namicha jalatti dararamaa jiru, bahee gammachuu ibsachuun waan hafu miti.

  ‼️RIB Seenaa Ajaa’iba hojjetaa jira! Yeroo Ammaa Shiraaroo darbee gara Galaana Diimaatti imalaa jira. Milkeessi waaq K...
09/10/2026

‼️
RIB Seenaa Ajaa’iba hojjetaa jira!
Yeroo Ammaa Shiraaroo darbee gara Galaana Diimaatti imalaa jira.
Milkeessi waaq Karabaataa Ertiraa irraa murr*aa!

Gash Habtamu Ayalew ሀብታሙ አያሌው Ni Afuuftee Adeeroo laalii Ragaa kunoo 😀
09/10/2026

Gash Habtamu Ayalew ሀብታሙ አያሌው Ni Afuuftee Adeeroo laalii Ragaa kunoo 😀

09/10/2026
09/10/2026

🚨 BREAKING NEWS ‼️

Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa, Dirooniiwwan, rasaasota diroonii irraa dhukaafamanii fi meeshaalee waraanaa ammayyaa garaagaraa, Ertiraa, Sudaanii fi Gibtsiin gara ABUT (TPLF) tti dabarfamanii kennamaniiru jedhame to’annoo jala oolchuu isaa ibsame.

Tokkuummaan Humna!!

  🇪🇹🙏👇👉👂Gadi Seenaa Daawwadha Injifannoo Amma Galmaa'e Gochan
09/10/2026

🇪🇹🙏👇
👉👂Gadi Seenaa Daawwadha Injifannoo Amma Galmaa'e Gochan

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

  ‼️RIB Shiraaroo galee jira!
09/10/2026

‼️
RIB Shiraaroo galee jira!

  Gooticha Raayyaa itti Biyyaa Adigarat Guutumaan guutuutti of harka Galchuun Imala isaa Gara Magaloota Takkitti hafteet...
09/10/2026



Gooticha Raayyaa itti Biyyaa Adigarat Guutumaan guutuutti of harka Galchuun Imala isaa Gara Magaloota Takkitti hafteeti Deemaa jiru.

Injifannoo Gooticha Raayyaa Ittisaa Biyyaa keenyaatiif.

Tokkummaan Humna!!
Asmaraatti wal Agarra

ጉዞ ወደ አስመራ Achitti Barca Goona Harr'a Team Rabsaan Hundinu kh Jaalataa Ahammad booji'amee As deebine baafna 😀
09/10/2026

ጉዞ ወደ አስመራ Achitti Barca Goona Harr'a Team Rabsaan Hundinu kh Jaalataa Ahammad booji'amee As deebine baafna 😀

Address

573 San Pablo Drive, Stone Mountain, GA
Addis Ababa
30083

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Johar Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Johar Mohammed:

Shortcuts

Share