Anole press

Anole press Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anole press, Digital creator, Finfinnee, Addis Ababa.

13/07/2026
13/07/2026
03/06/2026

TikTok | Make Your Day

03/06/2026
Yaadannoo yeroo dhiyoo!SQ&MG
26/05/2026

Yaadannoo yeroo dhiyoo!
SQ&MG

20/05/2026

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

Har'a Waa'ee Barnoota Saayinsii Hawaasaa irraa waa dhibaafanna.=========.      ======°==============Barnoonni Saayinsii ...
08/05/2026

Har'a Waa'ee Barnoota Saayinsii Hawaasaa irraa waa dhibaafanna.
=========. ======°==============
Barnoonni Saayinsii Hawaasaa (Social Science) gosa barnootaa waa’ee hawaasaa, hariiroo namootaa, aadaa, dinagdee fi siyaasaa qo’atuu dha. Gosoonni barnootaa kanneen akka Seenaa, Geograafii, Economics, Saayinsii Siyaasaa, fi Hawaasummaa (Sociology) damee kana jalatti ramadamu.

Faayidaaleen barnoota kanaa gurguddoon:-

1. Hawaasaa fi Aadaa Hubachuuf
Barnoonni kun sabaa fi sablammiwwan adda addaa aadaa, amantii, fi duudhaa akkamii akka qaban nu barsiisa. Kun immoo garaagarummaa jiru kabajuun akka hawaasni tokkummaan fi nagaadhaan waliin jiraatu gargaara.

2. Mirgaa fi Dirqama Ofii Beekuuf
Saayinsiin hawaasaa (keessattuu barnoonni lammummaa) namni tokko mirga isaa akkamitti akka kabajsiifatuu fi dirqama lammummaa isaa akkamitti akka bahatu nu barsiisa. Kun immoo dimokiraasii ijaaruuf bu'uraa dha.

3. Xiinxala fi Furmaata Rakkoo (Critical Thinking)
Barnoonni kun barattoonni rakkoolee hawaasummaa (Fkn:-hiyyummaa, waraanaa fi loogii) akka gadi fageenyaan xiinxalan gargaara. Rakkoon tokko maaliif akka uumamee fi akkamitti furmaata argachuu akka danda'u yaaduuf dandeettii kenna.

4. Seenaa irraa Barachuuf
Seenaa darbe qo'achuun dogoggora kanaan dura raawwatame irraa barachuuf fi wantoota gaarii dhaloota darbe irraa dhaalun gara fuulduraatti akka tarkaanfannu nu gargaara. "Namni seenaa isaa hin beekne, gara fulduraa isaa hin beeku" jedhama.

5. Dinagdee fi Bulchiinsa Qabeenyaa Hubachuuf
Hawaasni tokko qabeenya qabu akkamitti itti fayyadamuu akka qabu, gabaan akkamitti akka hojjatuu fi dinagdeen biyyaa akkamitti akka guddachuu danda'u hubannoo kenna.

6. Imaammata Biyyaa Baasuuf (Policy Making)
Mootummaan imaammata adda addaa yeroo baasu, qorannoo saayinsii hawaasaa irratti hunda'a. Fakkeenyaaf, baay'ina uummataa, jireenya hawaasa baadiyyaa fi magaalaa qo'achuun tajaajila fayyaa, barnootaa fi bishaanii dhiyeessuuf gargaara.

7. Hariiroo Namootaa (Interpersonal Skills)
Saayinsiin hawaasaa akkaataa namoonni itti walii galan, wal-qunnamtii qabanii fi waliin hojjatan qo'ata. Kun immoo dandeettii namoota biyyaa wajjin hariiroo gaarii uumuu fooyyessa.

8. Naannoo fi Geograafii Hubachuuf
Naannoon nuti keessa jiraannu, qilleensi, laftii fi qabeenyi uumamaa akkamitti jireenya keenya irratti dhiibbaa akka qaban nu barsiisa. Kun immoo qabeenya uumamaa akka kunuunsinu nu taasisa.

06/05/2026

With ARSII TUBE – I just got recognised as one of their top fans!

03/05/2026

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anole press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share