Oromia Kenate Belis

Oromia Kenate Belis Connect with Oromia Kenate Belis and be a follower!

19/06/2026

Jireenyi kiyya harka waaqaa keessa!

14/06/2026

“Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!” Filp. 4:4

10/06/2026

Guutummaa Faarfannaa kanaa linkii comment jalatti argattu.
Pastor Befikadu Bekele

29/05/2026

Gammachuu biyyi lafaa kennu, bu’aa hin qabu hundumti isaa
Osoo nyaatani osoo dhugani nama huqqisa!

ANAAF JETTEE
27/05/2026

ANAAF JETTEE

Maqaakee maqaakee maqaakeeMaqaakee faarsuudhaa dheebuunkooMaqaakee faarsuudhaa Maquma keeti barMaqaakee faarsuudhaa dheebuunkooMaqaakee faarsuudhaa. ...

Bokkaan ulfaataa roobee kan dacheen gooluuAduun lolaan bariitee dhibu iddoon kooluuDhibee sardaan addunyaa yennaa mudate...
27/05/2026

Bokkaan ulfaataa roobee kan dacheen gooluu
Aduun lolaan bariitee dhibu iddoon kooluu
Dhibee sardaan addunyaa yennaa mudatee
Doonii amansiisaa qabna kan du'aa mo'atee

22/05/2026

“Araarri Waaqayyoo garuu baay'ee waan ta'eef, jaalala isaa isa guddaa sanaan nu jaallate.”
Efe. 2:4

Raajii raajii caaluMacaafa Qulqulluu!
13/05/2026

Raajii raajii caalu
Macaafa Qulqulluu!

11/05/2026

“Gaarummaan kee hamma bantii waaqaa gararraatti in guddata, amanamummaan kees hamma duumessaa in ga'a.”
Mac.Far. 108:4

Address

Sebeta
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Kenate Belis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share