Oromia news network Finfinnee

Oromia news network Finfinnee Sagalee Haqaa

14/08/2026

Naannoo Oromiyaa tti humnaan namoota leenjii waraanaaf qabuun ammas mul'ataa jira jedhame.

14/08/2026

Halaa Qabatamaa Oromiyaan Keessa jirtuufi Qooda Miidiyaaleen Oromoo Oromiyaa Jiraachisuuf qaban kan jedhurraatti,ONN Marii Bal'aa Gaazexeessitoota Oromoo Kanneen biyyoota adda addaa keessa jiraniifi kanneen Oromiyaa keessa jiran waliin Karaa Toora Zoomiin Har'a jechuun ,Hagayya 14,2026 Waaree booda sa'aa 10:00tti Kallattiin mari'achuuf qophii xumureera .
maarree Dhimma kana irratti Yaadaafi Gaaffii yoo qabaattan Karaa YouTube channel Oromia news Network ( https://www.facebook.com/61569294188618/posts/122169066422643139/?app=fbl) kallattin waan tamsaasnuuf achiin nuuf dhaamuu dandeessu.

13/08/2026

Itoophiyaan baasii geejjibaa lammilee ishee seeraan ala Afriikaa Kibbaa turan gara biyyaatti erguuf baafame akka qoodaattu Afriikaa_Kibbaan gaafatamte.

12/08/2026

Godina Wallagga Bahaatti magaalaan Angar Guutee karaa maraan humna finxaalessa Faannoon marfamtee jiraachuun dhagaa’ame.

08/08/2026

Sa'udii Arabiyaa, Turkii fi Paakistaan waliigaltee waraanaa yeroo rakkinaa waliif mallatteessan.

Address

Gullalle
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia news network Finfinnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share