13/06/2025
Barattonni Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teekinooloojii Finfinnee (Addis Ababa Science and Technology University ( )) gargaarsa Waaqayyootiin dhamaatii yeroo dheeraa booda faarfannaa keenya jedhu qabannee dhufnee jirra. Guyyaa borii galgala sa'atii 11 tti karaa waan gadhiifamuuf share gochuudhaan nu tumsaan dhaamsa keenya jaalalaati.
Graphics