Hirpa Mengistu

Hirpa Mengistu Otoo in yaadiin in murtessiin booda gabbuu dandessa [email protected]

23/11/2025
04/10/2025
03/10/2025
03/10/2025

’sabni malkaa hin qabne, Saba mataa hin qabne’! akkuma Oromoon jedhu, biyyi ulaa galaanaa hin qabne, biyya jiruu hin qabne jennee, uummata keenyaaf badhaadhina fiduuf; Hulaa Galaanaa karaa seeraafi nagaa bu’uureffateen qabaachuuf hojjachaa jirra. Tattaaffiin roga Kanaan gochaa jirrus addunyaa biratti fudhatama argachaa jira.
Waggoottan darban keessatti; ilaalama haaraa, falaasama ida’amuutiin masakamnee; qabeenya, muuxannoofi beekumsa biyyi qabdu,uummata keenya waliin hooggansa bilchaataafi kutannoon guutame kenninee, Waaqnis nu gargaaree rakkoowwan heddu keessatti jijjiiramoota raajii ta’an galmeessinee jirra.
‎Bara 2018ttis, duudhaalee Irreechaa; nagaa, araaraafi tokkummaa kudhaammannee, olka’iinsa biyya keenyaa mirkaneessuuf, qormaataaf osoo hin jilbiiffatin cichinee akka hojjannu dhaamuun barbaada.
‎Irra deebiin Irreechi kan milkii nuuf yaa ta’u! Qarruu Malkaa oofkalaa ! Gadaan Quufaaf Gabbina.
‎Itiyoophiyaan tattaaffii ijoollee ishiitin sodaatamtee, kabajamteefi badhaatee bara baraan haa jiraattu !
‎Waaqni Itiyoophiyaa fi ummattoota ishee haa eebbisu !
‎Fulbaana 23, bara 2018

28/04/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Eve Llia Liwagon BAgoodEvመሀመድ ዳውድ ሰይድonAuwalu Idris10أعلي...
29/01/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Eve Llia Liwagon BAgoodEvመሀመድ ዳውድ ሰይድonAuwalu Idris10أعلي أحمدت أحمدت48Abdulwekil Kemal@[Tewelde Berhe60Adisu Dajane Dhuguma @زكريا محمد السلام20Chrislyn Che Relampagos Yubal95ابو مكه7:عادل كلينlwBrian Smith, Souley Hamidou57Chị Thảoewየማሪያም ልጅheAdonay Brhane81Soufiane SoufianeDaابورؤي ادم حمد Edris11082:2048:زكريا محمد السلام], Chrislyn Che Relampagos Yubal, ابو مكه, عادل كلين, Brian Smith, Souley Hamidou, Chị Thảo, የማሪያም ልጅ, Adonay Brhane, Soufiane Soufiane, ابورؤي ادم حمد, Yasin Edris

#محمد

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Reju Coffee Arsenal04Markos Haneko AGeneba Toè[1Ãbêĺò Úĥ...
25/01/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Reju Coffee Arsenal04Markos Haneko AGeneba Toè[1Ãbêĺò Úĥēña74Gatwech Stephen Yien, Gatluak Yiech Ruot20ابراهيم محمدè]Fuad Abbiyya2160358:2048:Ãbêĺò Úĥēña], Gatwech Stephen Yien, Gatluak Yiech Ruot, ابراهيم محمد, Fuad Abbiyya

Address

Bole
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hirpa Mengistu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share