Naol Bekele

Naol Bekele Hey there! I’m a civil engineer with a passion for creating infrastructure that truly benefits our communities.

As a Christian, I value integrity and service in all aspects of life. When I’m not working, you can usually find me cheering for Arsenal!

05/03/2025
14/12/2024
👏
01/11/2024

👏

Today, the Ethiopian Association of Civil Engineers hosted a conference on the country’s earthquake challenges. It broug...
29/10/2024

Today, the Ethiopian Association of Civil Engineers hosted a conference on the country’s earthquake challenges. It brought together prominent figures such as Dr. Mesele Haile, Dr. Asrat Woku, Dr. Tezera Firew, Dr. Fikadu Melese, and Eng. Yonas Ayalew. The event included insightful presentations and lively panel discussions, focusing on potential solutions. Overall, it was a valuable and engaging experience for all involved.

29/10/2024
Clay roof tileSupheetiin baaxii manaa haguuguu**** Biyya keenya kana keessatti si'a hedduu kan rakkannuuf, kennaa Waaqay...
26/10/2024

Clay roof tile
Supheetiin baaxii manaa haguuguu
****
Biyya keenya kana keessatti si'a hedduu kan rakkannuuf, kennaa Waaqayyo biyyattiif kenne fayyadamuu wallaaluutiini. Hawaasi keenya ogummaa ijaarsa manaa barootaaf itti fayyadamaa ture keessatti baaxii manaa citaa/marga gogaatiin haguuguutiin, roobaafi aduu ofirraa dhorkaa ture.

Ijaarsi baaxii citaa/marga gogaatiin godhamuu ogummaa gaariidha, garuu rakkoowwan akka dhimmisuu, balaa abiddaatiif salphaatti saaxilamuufi suphaa dafee dafee barbaaduufaa qaba.

Rakkoowwan mana citaa kana furuuf akka qaroominaafi, soorumaatti kan ilaalamu teeknooloojii qorqorrooti. Mana citaatiin ijaaruun hafee, qorqorrootiin ijaaramuutti ce'ame. Qorqorrootiin mana ijaarrachuun rakkoo dhimmisuu manaafi ammaa amma suphuu irraa hamma tokko nu baraarus, tekinooloojiin kun sababoota baayyeetiif filatamaa hin ta'u. Addumatti immoo biyyi keenya kun sibiila qorqorroo alaa galchitee, hojii daddabsanii bo'oo itti baasuu (corrugation) qofa hojjettee waan itti fayyadamtuuf ija diinagdeetiinillee hin filatamu.

Erga akkas ta'ee, baaxii taayilsii suphee (clay roof tiles) maalif hin fayyadamnu? ruufiin maateriyaala kanaan hojjetamu biyya keenya keessatti akkuma salphaatti oomishamuu danda'a, ijaarsa manneenii illee miidhagaa godha, baaxiin akkasitti ijaaramu umurii dheeraa qabaata. Waan hunda caalaa immoo maateeriyaala kana mala ammayyaatiinis ta'e, mala aadaatiin waan oomishuun danda'amuuf filatamaa ta'a.

1.Abbootiin qabeenyaa warshaa clay/cement roof tiles oomishu utuu hundeessitanii.

2.Dargaggoonni, naannoo keessan supheen baayinaan jiru, mooldii isaa bittannii haala salphaa ta'een, suphee fi ashawaatiin oomishuu ni dandeessu.

Aadaa kana yoo baballisne, manneen isa fiilmii adiirraa argitan sana asitti ijaarrachuu dandeenya.

👉 Nan beeka maxxansa kana abbootiin qabeenyaa warshaa qorqorroo hin jaalatani.😉

Address

Kality
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naol Bekele posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share