Moheka Adem

Moheka Adem Mallattoon filannoo Paartii Badhaadhinaa Qamadiidha!
(4)

Ooliin Nagayaa? Warra Badhaadhinaatifi BMB Olmaa Arraa Suraadhaan....
06/05/2026

Ooliin Nagayaa? Warra Badhaadhinaatifi BMB Olmaa Arraa Suraadhaan....

Ooliin Nagayaa, Nagenni Badhaadhaa? BMBtti Gamaaggamni Raawwii Hojiilee Motummaa Kan Torbanitiifi  Kallattiin Bobbii Haa...
05/04/2026

Ooliin Nagayaa, Nagenni Badhaadhaa? BMBtti Gamaaggamni Raawwii Hojiilee Motummaa Kan Torbanitiifi Kallattiin Bobbii Haaroofni Kessumaa Kan Galiifi Lafarratti Xiyyeeffate Seektaroota Qindaa'aa Galiitiifi Gandoota Hammate Gaggeeffameti Jira.

OOLIIN NAGAYAA? HORDOOFTOONNI AMANTAA MUSLIMAA MARTI BAGA AYYAANA IDAL FAXRII GESSAN BAGA GEENYE, WARRA BARANAA KAN BARA...
20/03/2026

OOLIIN NAGAYAA? HORDOOFTOONNI AMANTAA MUSLIMAA MARTI BAGA AYYAANA IDAL FAXRII GESSAN BAGA GEENYE, WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE JANNE!

Ooliin Nagayaa Baga Jala Bultii Idal Fixriitiin Isin Gahe Jachaa BMBttii Lafti Mana Jireenyaa Barsiisotaaf Dabarsuun Guy...
18/03/2026

Ooliin Nagayaa Baga Jala Bultii Idal Fixriitiin Isin Gahe Jachaa BMBttii Lafti Mana Jireenyaa Barsiisotaaf Dabarsuun Guyyaa Arraa Jalqabeeti Jira. Barsiisonni Keenya Kan Arra Carraan Isin Gahe Baga Gammaddan Jeechaa Kan Haftaniis Obsaan Eggadhaa Isiniin Janna.

Gurrandhala 26/2018Galiin MisoomafGodina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessatti Mariin Dhimma Galii irratti See...
05/03/2026

Gurrandhala 26/2018
Galiin Misoomaf
Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessatti Mariin Dhimma Galii irratti Seektaroota Qinda'aa waliin mariin gaggeeffamee jira.
Mariin kuniis Bakka Kantiibaa It/A fi It/G/Waaj/Daldalaa,Carraa Hojii Umuu fi Invaastimantii Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaa Obbo Mahammadkamaal Adam argamaniitti mariin gaggeeffamee jira.

Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ...
11/02/2026

Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ''Nadoo Qamadii'' ta'uu ifoomsee jira. ๐ŸŒพ๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ...
10/02/2026

Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ''Nadoo Qamadii'' ta'uu ifoomsee jira

Mallattoon keenya misooma keenya gara fuulduraatti ifatti ibsa.Mallattoon kun abdii, jijjiiramaa fi guddina boruu agarsi...
10/02/2026

Mallattoon keenya misooma keenya gara fuulduraatti ifatti ibsa.
Mallattoon kun abdii, jijjiiramaa fi guddina boruu agarsiisa.
Tokkummaan hojjennee, mulโ€™ata kana dhugoomsina.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Moheka Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share