Kaameettii Podcast

Kaameettii Podcast Share - Inspire - Change

Kessummaan kaameetti torban kanaa eenyu? Tilmaama keessan nuu qoodaa.Kaameettii Podcast episode 19ffaan Amerikaatti imal...
31/07/2025

Kessummaan kaameetti torban kanaa eenyu? Tilmaama keessan nuu qoodaa.

Kaameettii Podcast episode 19ffaan Amerikaatti imaluun sagantaa bareedaa qabatee dhiyaateera.

Sanbata Galgala sa'aatii 3:00 iratti Karaa Tamsaasa OBN fi Youtube Kaameettii Podcast nu eegaa!

28/07/2025

Kessummaan kaameetti podcast episode 18ffaa
Yiggarramuu Taammanaa midhaa Dubartoota irra ga’u akkamiin balaaleffate?

Guutuu sagantaa kanaa Namoonni hindaawwatin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

Meri Dida Disasa
Meri Dida Promotion and Events

Ashamaa Ashamaa!Turtii kaameetti podcast episode 18ffaan Barsiisaa, barreessaa akkasumas qonnaan bulaa Yiggarramuu Taamm...
28/07/2025

Ashamaa Ashamaa!

Turtii kaameetti podcast episode 18ffaan Barsiisaa, barreessaa akkasumas qonnaan bulaa Yiggarramuu Taammanaa waliin taasise daawwattanii?

Guutuu sagantaa kanaa Namoonni hindaawwatin YouTube kaameettii podcast irraa geessituu kana gadiin argattu.

Kaameettii Podcast on OBN TV📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV!Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, ec...

27/07/2025

Mo’uun sammuu keenya irraa jalqaba!!

Kessummaan kaameetti podcast episode 18ffaa
Yiggarramuu Taammanaa yaadota nuu qoode keessaa..

Guutuu sagantaa kanaa Namoonni hindaawwatin YouTube kaameettii podcast irraa geessituu kana gadiin argattu.

https://youtu.be/Iuy6S6F0zdY?si=VHevYIRECuRWZtPo

Meri Dida Disasa
Meri Dida Promotion and Events

27/07/2025

Barreessaan diraamaa kiyyoo maal kiyyeeffatee kiyyoo barreesse?

Barsiisaa, barreessaa akkasumas qonnaan bulaa kan ta’e Kessummaan kaameetti podcast episode 18ffaa Yiggarramuu Taammanaa kiyyoo maal kiyyeeffatee akka barreesse yaadota isaa nuu qoodee jira.

Guutuu sagantaa kanaa Namoonni hindaawwatin YouTube kaameettii podcast irraa geessituu kana gadiin argattu.

https://youtu.be/Iuy6S6F0zdY?si=VHevYIRECuRWZtPo

Meri Dida Disasa
Meri Dida Promotion and Events

26/07/2025

Barreessaan diraamaa kiyyoo qajeelummaa isaa eessaa argate?

Kessummaan kaameetti podcast episode 18ffaa abbaa ogummaa garagaraa Yiggarramuu Taammanaa turtii nu waliin taasiseen dhimmoota garagaraa irratti yaadota isaa nuu qoodee jira.

Guutuu sagantaa kanaa Namoonni hindaawwatin YouTube kaameettii podcast irraa geessituu kana gadiin argattu.

https://youtu.be/Iuy6S6F0zdY?si=VHevYIRECuRWZtPo

18-Jalqabeera‼️Kaameettii keenya har’aa abbaa ogummaa garagaraa Yiggarramuu Taammanaa isinii qabatee OBN fii YouTube kaa...
26/07/2025

18-Jalqabeera‼️

Kaameettii keenya har’aa abbaa ogummaa garagaraa Yiggarramuu Taammanaa isinii qabatee OBN fii YouTube kaameettii podcast irratti kallatiin tamsa’uu egalee jira.

Gama OBN fii YouTube kaameettii podcast irratti kallatiin nu daawwachuu dandeessu.

የዛሬው የካሜቲ ፖድካስት ዝግጅታችን በኦቢኤን ቴሌቭዥን እና በካሜቲ የዩቲዩብ ቻናል በቀጥታ መተላለፍ ጀምሯል::

ፕሮግራሙን በቀጥታ በኦቢኤን ወይም በkaameettii YouTube ቻናል ላይ መከታተል ይችላሉ::

Kaameettii🌟🌟🌟

Kaameettii Podcast on OBN TV📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV!Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, ec...

Har’a Galgala!Kaameettii podcast episode 18ffaan abbaa ogummaa garagaraa Yiggarramuu Taammanaa qabatee isinii dhihaata.H...
26/07/2025

Har’a Galgala!

Kaameettii podcast episode 18ffaan abbaa ogummaa garagaraa Yiggarramuu Taammanaa qabatee isinii dhihaata.

Har’a galgala karaa OBN fi Youtube Kaameettii Podcast'n nu eegaa.

YouTube Kaameettii podcast subscribe gochuun maatii ta’aa.

https://youtube.com/?si=l3nw0a9KO4xCWplC

“Mo'uun Sammuu Keenyarraa eegala”Barreessaa fi piroodiiyusarri diramaa kiyyoo Yiggarramuu Taammanaa keessummaa kaameetti...
25/07/2025

“Mo'uun Sammuu Keenyarraa eegala”

Barreessaa fi piroodiiyusarri diramaa kiyyoo Yiggarramuu Taammanaa keessummaa kaameettii torbee kanaati.

Bor galgala karaa OBN fi Youtube Kaameettii Podcast'n nu eegaa.

YouTube Kaameettii podcast subscribe gochuun maatii ta’aa.

https://youtube.com/?si=l3nw0a9KO4xCWplC

Meri Dida Disasa
Meri Dida Promotion and Events

Kiyyoo!Barreessaa fi piroodiiyusarri diraamaa kiyyoo fi taatoo cimtuun diraamichaa kaameettii podcast episode 18ffaa irr...
25/07/2025

Kiyyoo!

Barreessaa fi piroodiiyusarri diraamaa kiyyoo fi taatoo cimtuun diraamichaa kaameettii podcast episode 18ffaa irratta marii bareedaa taasisanii jiru.

Yiggarramuu Taammanaa keessummaa kaameettii torbee kanaati.

Sanbata galgala karaa OBN fi Youtube Kaameettii Podcast'n nu eegaa.

YouTube Kaameettii podcast subscribe gochuun maatii ta’aa.

https://youtube.com/?si=l3nw0a9KO4xCWplC

24/07/2025

Ashamaa Ashamaa...!

Akkam jirtu Kabajamtoota Daawwattoota keenya
Kaameettiin keessan episode 18ffaan haalaan sonaa'ee sanbata dhufu isinii dhihaata.

Barsiisaa, Barreessaa Fiilmiifi Diraamaa akkasumaas qonnaan bulaa kan ta'e Yiggarramuu Taammanaa keessummaa kaameettii torbee kanaati.

Sanbata galgala karaa OBN fi Youtube Kaameettii Podcast'n nu eegaa.

Meri Dida Disasa
Meri Dida Promotion and Events

22/07/2025

Adaraa seeraa jechuun maali?

Pirezidaantii itti aantuu Mana Murtii Ol iyyannoo Magaalaa Finfinnee Aadde Firaa'ol Tolasaa turtii kaameettii podcast episode 17ffaa waliin taasifte irratti dhimma kanaa nu kaastee jirti.

Guutuu sagantaa kanaa namoonni hindaawwatin youtube kaameettii podcast irraa geessituu kana gadiin argattu.

Waan nu daawwattanuuf guddaa isin galateeffanna.

https://youtu.be/sftTKwo9V3Y?si=S5IU4rvm0QPQHgX4

Meri Dida Disasa
Meri Dida Promotion and Events
Firaol Tolasa

Address

Wollo Sefer
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaameettii Podcast posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share