Amee Baha Biiftuu

Amee Baha Biiftuu Hasbun Allah Wa Ni' imal Wakiil❤️❤️🥰🎉🤲💕❤️🥰❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉🎉🥰🎉

24/08/2026
24/08/2026

Former snooker world champion Graeme Dott found guilty of child s*x abuse.

Read more: https://bbc.in/4hLrjN8

22/08/2026

What did war with the US reveal about Iran’s weapons capabilities?

22/08/2026
Jaartiin tuniis qabamte Itti fifa 👏
20/08/2026

Jaartiin tuniis qabamte
Itti fifa 👏

Raayyaan Ittisa Biyyaa kaleessa meeshaa guutuu fi maallaqa baankii 3 birrii miiliyoona 70 humna finxaalessa Faannootti d...
20/08/2026

Raayyaan Ittisa Biyyaa kaleessa meeshaa guutuu fi maallaqa baankii 3 birrii miiliyoona 70 humna finxaalessa Faannootti dhiisee namoota nagaa ficcisiisee baqate har'a immoo Wallaggatti WBO'n waraanaa jira jedhe.

Raayyaan ittisa biyyaa kaleessa Faannoon yakka hanga sana guutuu yeroo raawwatu bakkas ture rasaasa tokko otoo hin dhukaasin baqate jedhu namoonni achi turan OMN dubbise.

Humna badii hanga kana guutuu raawwate adamsee adabuu dhiisee har'a ganamaan bakka biraa dhaqee Waraana Bilisummaa Oromoo adamsaa jira jedhan.

Odeessi amma bahaa jiru immoo miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kaleessa humna finxaalessa Faannoo walumaan qindoomanii maallaqa hanga sana guutuu saamsisuu OMN dhagahe.

Walumaan maallaqa sana fuudhanii miliqanii jedhan.

Maallaqa ni ajjabna jedhanii waliin bahan dursanii Faannoo beeksisanii Faannoon riphee akka eegu taasisanii, yeroo bakka sana gahan dursanii mallattoo kennaniifii Faannoon dhukaasa bane.

Isaan akka waan baqatanii fakkaatanii miliqanii humni finxaalessi Faannoo maallaqicha akka fuudhee deemu godhan jedhan maddeen.

Guyyaa sana dursanii shiraan Gadaa Komaandoon oppireeshinii Faannoo irratti taasisu ajaja gubbaadhaa dhufe jedhanii dhaabsisuus OMN dhagahe.

ByOromia Media Network

30/07/2026

"Every year, this is a fantastic dish." This tart is best enjoyed straight out of the oven, at its flaky prime, but it’s also great at room temperature, or even cold, devoured directly from the fridge. https://nyti.ms/4vT43Qy

18/07/2026

...

Address

Addis Ababa
104

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amee Baha Biiftuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share