Ajandaa Torbee kanaa

Ajandaa Torbee kanaa Barreeffamaafi viidiyoodhaan ergaa + tahe dabarsuu

Arsenaal walii galtee taphataa murteessaaf dheeresse (BBC sport).Kilabni warra landan Dhukaastonni taphataa sarara ittis...
06/06/2025

Arsenaal walii galtee taphataa murteessaaf dheeresse (BBC sport).

Kilabni warra landan Dhukaastonni taphataa sarara ittisaa garee biyyoolessaa Biraaziil Gabri'eel Maagaaleesh 2029'tti walii galtee laataniif.

Waggaa shan dura Liiliin irraa Emireetsitti kan imale taphatichi 2027'tti turtiin kan goolabamu tahus raadaarii kilaboota hedduu tahuutti 2029'tti dheeresse Arsenaal.

"Arsenaaliin ana qofa miti maatiin koo marti ni deeggaru, kilaba Kanaaf taphachutti baay'een gammada, deeggartoota Arsenaal baay'een jaaladha" jedha.

Icitii miliqee bahe!Dhukattee wanta badaa hin hojjatanaa kan dhukatee taa'uttu si argaa akkuma Oromoon jedhu sana   Jawa...
25/05/2025

Icitii miliqee bahe!

Dhukattee wanta badaa hin hojjatanaa kan dhukatee taa'uttu si argaa akkuma Oromoon jedhu sana Jawar Mohammed sagalgaaltummaa hojjachuun akka Afrikaatti aanee hojjachuun sadarkaa 2ffaarratti akka argamu icitiin guyyaa har'aa bahe tokko ifoomsee jira

Itti dabaluunis akka waahilli isaa jedhanitti namni akka dubartii jaalatu ni jira jennee hin yaadnu jechuun dubbatu.

Isuma kana faana buunee nutis waan kana adda baasnee gara fuula duratti qabannee kan dhufnu taha!

isinis waan kana hubachuun nu hordofuu hin dagatinaan dhaamsa keenya!

Baga Ayyaana Dafqan bultoota  geechan kaa!
01/05/2025

Baga Ayyaana Dafqan bultoota geechan kaa!

  Qe'ee misooma itti dhugoome!Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa bulchiinsa ganda Haroo Hunxeetti qamadii jallisii bonaat...
20/04/2025

Qe'ee misooma itti dhugoome!

Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa bulchiinsa ganda Haroo Hunxeetti qamadii jallisii bonaatiin misooma jiru!

OBN Afaan Oromoo

19/03/2025

Funny video 🤣🤣

19/03/2025

Jamiilaa Alii🤣🤣🤣

22/02/2025

Hanga dhumaatti ilaalaa!🤣

Address

Oromia
Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ajandaa Torbee kanaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share