Besu Fikad Sanyii

Besu Fikad Sanyii Well come to my official page! Biyyi kun gara Hoolotaatti deemaa jirti😅😅
(1)

28/09/2025

Baga jala bultii Irreechaa kan bara 2018'n isin gahe!🙏

28/09/2025

Qophiin Irreechaa akkam? 🥰

27/09/2025

Hiika Ayyaana Masqalaa namni natti himuu danda'u jiraa?🖐️

25/09/2025

Iddoo Nagaa Oolaa!🙏

Taatee hedduu nama gaddisisu.😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Mucaan kun Iyyoobee Adaanee jedhama. Abbaan isaa daandii qilleensa Itoophiyaa ke...
23/09/2025

Taatee hedduu nama gaddisisu.
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Mucaan kun Iyyoobee Adaanee jedhama. Abbaan isaa daandii qilleensa Itoophiyaa keessa hojjeta. Guyyaa kaleessaa osoo hiriyoota isaa waliin taphatuu, Rooba cimaa Buraayyuu roobeen lolaa uumameen fudhatamee barbaadamaa jiraatus hanga ammaatti argamuu hin dandeenye.
Ayii bara 2018 jalqabnisaa maaliif akkanatti eegalee? adaraa Afaan qabdaniin Uumaa keessan kadhadhaa

23/09/2025

Qilleensa Holotaa kan ganama har'aa natti himaamee!
Badhaasa qabdu🙏🤣

22/09/2025

Barri 2018 bara milkii hunda keenyaaf haa ta'u!🙏

Lammiikoo! Dorgommicha baga moote!💪
20/09/2025

Lammiikoo! Dorgommicha baga moote!💪

19/09/2025

Holotaarraa Nagaan koo isin haa qaqqabu✋🤝

17/09/2025

Maqaa jedhu kana jijjiirrachuu barbaada, maal jettu isin?

16/09/2025

Oromoo koo nagaa bultanii?
Follow godhaa page koo

  Abrahaam 522/600Goota ija barbadaa🙏congratulations
15/09/2025

Abrahaam 522/600
Goota ija barbadaa🙏
congratulations

Address

Holota
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Besu Fikad Sanyii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share