Sami page

Sami page Welcome to my official page! Olaantummaan kan Yesuusiiti!
(1)

Albuuda Amitest jedhamu kana namni barbaaddan dafaa amma na qunnamaa!
12/08/2026

Albuuda Amitest jedhamu kana namni barbaaddan dafaa amma na qunnamaa!

08/08/2026

Warri daldala keessan beeksifachuu barbaaddan dafaa nu dubbisaa isiniif beeksisnaa!

Anas injifachiisaa jennaan diddan mitii?
08/08/2026

Anas injifachiisaa jennaan diddan mitii?

Amantiidhaan fudhadhu!
07/08/2026

Amantiidhaan fudhadhu!

Kun siif haa raawwatu!
01/08/2026

Kun siif haa raawwatu!

Kun albuuda   jedhamu ka Godina   keessatti argamuudha.Warri bituu barbaaddan dafaa ammuma na dubbisaa
27/07/2026

Kun albuuda jedhamu ka Godina keessatti argamuudha.
Warri bituu barbaaddan dafaa ammuma na dubbisaa

24/07/2026

Hiibboo!
Jaarsa afaan areedaa, gabaabaa bareedaa!
Naa deebisaa mee

23/07/2026

Hiibboo!
Ganama olii, galgala gadi!
Deebiin isaa maal?

22/07/2026

Gaaffii kanaaf deebii gabaabaa kennaa mee!
Wanti kun namoota hedduu biratti gaaffii uumaa turee jira!
Itti hirmaadhaa mee!

22/07/2026

"Biyyi kun gara Holotaatti deemaa jirti!"
jechi kun jecha eennuuti?

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sami page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share