Abjuu Jaalalaa

Abjuu Jaalalaa Abjuu jaalalaa Teacher

Santu Seera!!Miseensi Poolisii tibbana haadha tokko boqqoolloo ha*tte jechuun gocha mirga namummaa sarbu irratti raawwat...
24/07/2026

Santu Seera!!

Miseensi Poolisii tibbana haadha tokko boqqoolloo ha*tte jechuun gocha mirga namummaa sarbu irratti raawwate har'a Godina baalee aanaa dalloo maannaatti to'atamee jiraachuu dhageenye. Seeratu akkasi.

Qajeelchi poolisii Godina Baaleef Aanaa Dalloo mannaa komii Uummataa dhagahuun yakkamaa seeratti dhiheessuu keessaniif isinitti boonneerra. Galatooma, jechaa murtee irraa baratamu akka itti laatamuuf tumsa baldhaa akka taasiftan ammas abdii isinirraa qabna.

Obboleessa koo ksheen duutee jirti hin deebitu, ati lubbuun jirta waan ta'eef amma osoo lubbuu keetif dursa kennitee gaa...
24/07/2026

Obboleessa koo ksheen duutee jirti hin deebitu, ati lubbuun jirta waan ta'eef amma osoo lubbuu keetif dursa kennitee gaariidha, lubbuun dabarte hin deebitu dirqama Boonii irraanfachuu qabda, yoon jedhu ofitti deebi'uu qabda jechuu kooti isheedhaf araara waaqaa ganamaa galgala kadhadhu.🙏🙏🙏

 : Dubartiin Argaa jirtan kun Haadha Daa'immanii yoo taatu, Daa'ima tokko Ofuma Isii Albeedhaan Qaltee Ajjeeste. Daa'ima...
23/07/2026

: Dubartiin Argaa jirtan kun Haadha Daa'immanii yoo taatu, Daa'ima tokko Ofuma Isii Albeedhaan Qaltee Ajjeeste. Daa'ima Tokko Namichoo Isii Fuudhuuf ture Kanaatu Albeen Qalee ajjeese. GOCHA SUUKANNEESSAA SAFUU UMMATA ITOOPHIYAA CAMSE KANAAN MAAL JETTU? Yoo Namni irraa barateef Share godhaa

BBS News Adoolessa 16/11/2018: Kaayyoon Dhumaatii ijoollee kanaa Harmeen isaanii nama kanatti heerumuudha. Gochi kun kan Raawwatame Boorana Bahaatti himatamaan dubartii tokko waliin hariiroo jaalalaa keessa ture ishee fuudhuuf jecha ijoollee ishee lama abbaa gara biraa irraa dhalatan ajjeese murtii du'aan adabame.

Taateen kun Godina Boorana Bahaa aanaa Walaabuu Lixaa ganda Odaa Missiraa jedhamutti gaafa guyyaa 8/1/ 2018 raawwate. Himatamaan Suufiyaan Adam jedhamu dubartii haadha ijoollee lamaa taate Daraartuu jedhamtu waliin hariiroo jaalala jalqaban. Isheenis isatti heerumuuf eeyyamamtuu turte. Haati Daraartuu garuu 'lakki hin fuutu, siif hin kenninu' jedhanii akka didanii ture Obbo Qaallichaan BBCtti himan.

Daraartuun abbaa manaa adda addaa lama irraa kana dura ijoollee lama godhattee turte. Isaan irraa erga adda baatee ammoo harmee ishee bira jiraachaa turte. Osooma haadha waliin jiraattuuti kan Obbo Suufiyaan waliin jaalala keessa galte. Erga maatiin ishee eeyyamamoo tahuu didanii Obbo Suufiyaan ofumaan Daraartuu waliin haasahuun jaalala isaanii itti fufanii ture. Harmeen ishee waan eeyyamamoo tahuu didaniif ammoo 'maal akkan godhu ni argita' jechuun itti dhaadataa ture.

Suufiyaan ishee fuudhuuf ulaagaa tokko lafa kaa'e. 'Ijoolleekee waliin sin fuudhu waan taheef bakkatti godhi' jechaanii ture. ''Irra deddeebiin 'ijoolleekee bakkatti godhi' jechaanii ture."

Ijoolleen ishee tokko daa'ima waggaa shanii tokko ammoo waggaa lama akka hin caalledha. Lameenuu Suufiyaanii fi daraartuun waliigalanii yeroo haati Daraartuu manaa baatu Suufiyaan achi deeme. Mana haadha ishee keessatti Suufiyaan daa'ima tokko albeedhaan qalee ajjee-se. Isheen ammoo daa'ima tokko ofumaan qaltee

Abshiir Kadaa keenya umrii dheeraa nuf jiraadhu, qabsaayan akka keetii kan faayyaa qabuuyyu hin jiru ati maraataa miti m...
23/07/2026

Abshiir Kadaa keenya umrii dheeraa nuf jiraadhu, qabsaayan akka keetii kan faayyaa qabuuyyu hin jiru ati maraataa miti maraataan nama maraataa sin jedhe malee🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪💪💪

Ati dursa eenyummaa kee qorattee jirtaa?mee maqaa kee hanga oromootti naf waami? ani dhugaa dubbachuu nama Kadiir Martuu...
22/07/2026

Ati dursa eenyummaa kee qorattee jirtaa?mee maqaa kee hanga oromootti naf waami? ani dhugaa dubbachuu nama Kadiir Martuutin Oromoo moti jedhu dhagayus arguus hin fedhu, maalif yoo jette biyya kana keessatti qabsaawota lubbuun jiraniifi kan addunyaa kanarraa godaanan keessaa inni jalqabarratti maqaan isaa gootummaa fi wareegama lubbuu isaa oromoof kaffalaa ture kan Kadiir Martuu caalaa goota fi Oromoo dhugaan dhugaaf qabsaawe hin jira jechuun barbaada, ati sadarka kanatti gadi deebiftee Kadiir Oromoo miti jechuuf yaadun dogoggora mataa isaati.

 ! Lammiileen Ispeen siyaasaa fi kubbaa miilaatiinis dhugumatti dinqisiifannaa argataniiru!Dhugumatti nagaa eegdota ️isa...
20/07/2026

! Lammiileen Ispeen siyaasaa fi kubbaa miilaatiinis dhugumatti dinqisiifannaa argataniiru!
Dhugumatti nagaa eegdota ️isaan.

Akkuma beekamu hogganaan Ispeen gama namummaatiin addunyaa irratti hogganaa murteessaa fi bilchaataa ta’uun beekama.

Waancaa Addunyaa bara 2026 kan adda godhu, bashannana qofa osoo hin taane, dorgommii siyaasaa fi madaallii jabeenyaa ta'uu isaati, kunis Ispeen roga maraanuu hangam akka jabduu taate Addunyaatti mullisteerti.
Hoogganaan Ispeen kun kara Namummaatiin addunyaa irratti dinqisiifannaa addaa argateera.
Lammiilee Filisxeen sababa Israa'eliin Gaazaa irraa baqataniif yeroo 6'ffaaf Wal'aansa fayyaa akka argatan deeggarsa namummaa taasiseef.
Guyyaa 2 dura Lammiilee Filisxeen 106 Gaazaa irraa baqataniif deeggarsi yaala fayyaa akka taasifamuuf taasiseeti jira.
Deeggarsi Ispeen lammiilee Filisxeeniif goote kun yeroo 6'ffaaf tahuusaati.

Yamal ilma xiqqaadha kan Messin kubbaa miilaa dhaalchise, baga gammadde, Jechuuni barbaada.Messi:maqaan kun waggoottan 2...
19/07/2026

Yamal ilma xiqqaadha kan Messin kubbaa miilaa dhaalchise, baga gammadde, Jechuuni barbaada.

Messi:maqaan kun waggoottan 20n lakkaawamaniif kubbaa miilaa miidhagsee hardha eegeera, milkaa'inni jireenya addunyaa guyyaa guyyaan itti hin fufu milkaa'inni meessi garuu waggoottan dheeraf itti fufaa ture hardha adda citeera, dhugaa dubbachuuf addunyaan kubbaa miilaa hardha nama jabaa tokko osoo lubbuun jiru irraa adda baate jechuun ni danda'ama, Messi yeroo kamiiyyuu ashaaraa kubbaa miilaa ati keette dhalli dhufu bara baraan waliif dabarsa, booyichi si hin madaalu, wanta sirraa eegamu gooterta kuni kubbaa miilati, nagaan naf turi, dinqisiifataa kee..............❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

Xalayaa banaa Jawar Mohammed fAjje*echaa obboleessa keenya   afrikaa kibbaatti irratti raawwatame ajje*chaa gara jabumma...
13/07/2026

Xalayaa banaa Jawar Mohammed f
Ajje*echaa obboleessa keenya afrikaa kibbaatti irratti raawwatame ajje*chaa gara jabummaaf sukkar*neessaa atii fi omn sirriitti quba qabdu dhimma kanas uummataan ibsaa jettee turte dhimmicha garuu hanga an argetti eega nan qoratan jettee booda waan ifa goote hin qabdu ajjeechaa kana kan raawwate basaa*stoota ijoollee oromooti mucaan kun qabsaa'aa fi qeerroo cimaa ture yeroo qabsoo keessattis sochii heddu taasisaa ture dhugaa mucaa kanaa isa sirrii qorattee irra geesseetta. akkasumas omn dhimma kana ukkaamsuuf yaalee ture

Yeroo itti namoota oromoo basaasaa turan ajjee*saa turan saaxilaa jirtutti dargaggeessa ol adeemaa karaatti hafe kana ajje*echaa sukka*nneessaa irratti raawwate dhugaa beektuu fi waan yeroo sana irra geesse ummata osoo hin ibsin hafte namoota ajje*echaa kana kallattiin irratti hirmaatan maqaa isaanii akka saaxiltu abdii guutuun si eegna

Address

Addis Abeba
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abjuu Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abjuu Jaalalaa:

Shortcuts

Share