HayuPage

HayuPage Don't wait one day, start day one!

20/05/2025

Top Ways to Earn Money in 2025!

Looking to boost your income? Here are powerful ways to earn money today:

Online:
• Freelancing (Upwork, Fiverr)
• Sell online (Etsy, Amazon, Shopify)
• Start a YouTube or TikTok channel
• Affiliate marketing (earn from sharing links)
• Teach online (tutoring, courses)

Offline:
• Side jobs Ride , delivery, cleaning)
• Start a local service or small business
• Trade skills (plumber, electrician, mechanic)

Passive Income:
• Rent property or equipment
• Invest in stocks or crypto
• Sell digital products (ebooks, apps)

Start small. Stay consistent. Build your future.

Use your smartphone 📲 to make your dreams life

https://i.mec.me/?c=ujhpgdk1

Start small

20/04/2025

Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaadduu? Innoo as hin jiru ka'eera!Luq:24:5_6 Baga jala bultii Ayyaana du'aa ka'uu Gooftaa yesuus Kiristos kan bara 2017 nagaan geessan!Ayyaanni kun kan nagaa,gammachuu fi milkaa'inaa isinii fi maatii keessaniif haa ta'u!

18/04/2025

Baga yaadannoo guyyaa fannifamuu Gooftaa Keenya Fayyisaa Keenya Iyyesus Kiristoos kan bara 2025 nagaan geessan.
1Qor.1:18(Waa'ee fannifamuu Kristos dubbachuun warra karaa badiisaa irra jiraniif gowwummaa dha; nuyi warra karaa fayyinaa irra jirruuf garuu, inni humna Waaqayyoo ti.)

14/04/2025
13/04/2025

H O O S A A ‘ I N A A
Baga Geenye!

Hiikaatii naaf fidaa! Mat. 21:3
(Torbee Hiikumsaa)

Hoosaa’inaan jecha giriikii yoo ta’u, “ Amma fayyisi “ hiika jedhu qaba. Tokkos “ Qoricha samii irraa dhufe” jechuudha. Maqaa Waaqayyootiin kan dhufe ebbifamaadha jedhamees ni hiikama. (Far. 116/117: 15)

🔑 Guyyaa addaa Kiristoos ulfina Waaqummaa dura mul’isaa ture caaluun Iyyaruusaaleem galedha.
🔑 Guyyaa addaa ergamootaan, namootaan, biiftuudhaan, dhagaadhaan, addumatti daa’immaniin(Far.8;5) itti galateeffameedha. Dubbisniwwan guyyichaas kanuma ragaa bahu.
[ Mat.21:1-11, Mar.11:1-11, Luk. 19:28-40, Yoh. 12:12:19]

🔑 Guyyaa luboonni beetafaageedhaa itti ergamaan, labsiin hiikumsa hidhamtootaa itti labsame, iccitii fayyinaa itti lallabame, aangoon lubummaa itti jabaateedha.

BEETAFAAGEE
Ibsa Duuboo (ሐተታ)
* Mandara hiyyeessotaati. Miila tulluu ejersaa jalatti kan argamtu, fooniin hiyyummaa fi lubbuudhaan olaantummaa namoonni qaban kan keessa jiraataniidha.
* Daandii qaxxaamurraa(መስቀልኛ) fi adda baba’ii irratti kan argamtuudha.
* Daandii Iyyaruusaalemiitti geessu tokko qofa qabdi.
:
👌 Lubummaan mana hiyyeessotaa, mandara ija namootaatti namoota tuffatamanii keessaa filamuu, olaantummaa lubbuuf kan muudaman ta’uu ibsuuf
👌 Biyya daandii qaxxaamuraa irra jirtu irraa ergaan hiikumsaa argamuun; fannoo irratti fannifame addunyaa cubbuu waggaa 5500 irraa hiikuu(fayyisuu) kanan dhufe ana jechuuf;
Tokkos: Fannoo irratti fayyinni ( qulqullaa’uun)raawwachuusaa himuuf
👌 Beetafaageen daandii gara Iyyaruusaaleem geessu tokko qofa qabaachuun Ishee; daandiin(amantaan) gara Iyyaruusaaleem mana kiristanaa qulqulleettii, gara Iyyaruusaaleem mootummaa Waaqayyoo geessitu tokko qofa ta’uu Ibsuuf (Efe. 4:4-5)
Tokkos: daandiin dhugaa hiikumsa jireenyaa isa qofa ta’uu ibsuudhaafidha.

HARROOTA HIDHAMAN
Ibsa Duuboo
👉 Hattootan hataman.
👉 Haada(foo’aa) cimaadhaan hidhamani.
👉 Lafa duwwaa irratti (kan nyaatamuu fi dhug

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when HayuPage posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share