Roba Media

Roba Media follow_me my profile page

06/12/2025

Silkii jaalallee keetii maal jette qabatte osoo hin sobin comment jalatti barreessi Mee hin kolfinaa😁🫵

13/11/2025

🤣🤣

07/11/2025
29/10/2025



Abba manaa Abshaala

Dubartii ganda keenya tokkotu abba manaa ishiitu yeroo hunda dhiisisee halkan walakka machaa'ee waan galuuf guyya tokko alan isa bulcha qorra keessa jette murteeffatte, Ijoollee ishiitin yoo halkan abbaan keessan dhufee balbala rukute akka irraa hin banne of eeggadha hundi keessanuu jettee akeekachiifte rafte, ijoollenis harmee isaani waan sodaataniif tole jedhanii rafan. Akkuma amala isaa abbaan manaa ishii halkan walakka dhufee balbala reebu jalqabe, haati warraa sagalee olfuute namni sirraa banu hin jiru achuma rafii ati yoomiyyuu hin jijjiiramtuu?...jetteen innis mala malate akka ishiin irraa bantuuf jedhee, sana booda sagalee isaa ol qabe "Mana seenee rafuuf miti kanan dhufe, kondomii fudhachuufan dhufe bakka mana dhugaati Shamarran baayyeetu jiru, surree kiyya fannifame keessaa kondomii fuudhi naaf kenni jedheen...Ishiin kana yoo dhageessu utaalte siree irraa kaate balbala irraa bante darbattee mana keessa buustee akkas jetteen " Hin saalfattu xiqqooshee!...ija baaste kondomii naaf kenni jetta!...Hin deemtaa! Koottu hin nyaattaa!..amma eessayyu hin deemtu mana kana keessa!'jettee balbala cufte...innis kolfaa "Ay si'i ani akka balbala naaf bantuuf jedheeti malee! Si malee nama biraa hin fedhuu!...jedheen jedhama...hahahahaha
Dubartii waliin falmuun hin barbaachisu Sammuu qabaachuutu barbaachisaa...Halkan gaari isiniif haa ta'u warri mana dhugaati jirtan kana dhageessanii akka halkan hin galle Haati mana keessanis post kiyya dubbisaa waan jirtuuf isinirraa hin bantu!.😁

warri safuu cabsite nan jettan isin kofachiisufan dhamahe malee safuu wallaaluko mini

Baacoowwan fi qoosadhan guyyaa ke bareechachuf Roba Media follow godha

20/10/2025

🤣🤣🤣

26/08/2025

Kottaa kolfaa😁😁😁

Namicha tokkoof tajaajilaa tokkotu ture. Namichi kunis nii dhukkubsata. Dhukkubni isaas rakkoo qaama saalaati ykn yommuu inni wal quunnamtii saalaa raawwachuu barbaadu hin ka'uuf. Kanaaf tajaajilaa kana bira deemee kadhachiifachuu barbaadee gaafa dhaqu dhukkuba isaa kana itti himatee, tajaajilichis kadhateefii nii fayyita qaamni kee siif kaa'a jedhee kadhateefii amma galiitii ilaalii kottuu dhugaa bahi akka inni siif fayye jedheen. Namichis gammadee ammuma galee ilaallachuuf gaafa jedhu jaartiin isaa mana hin jirtu. Waan godhu dhabee dubartii ollaa isaa tokko bira dhaqee itti ilaallatee dhugaa bahuuf deebi'e galgala gara mana sagadaatti. Innis egaa akkuma beekamu fayyeera waan ta'eef dhugaa bahuuf fuulduratti achi bahee gaafa tajaajilaan sun akkam fayyitee? jedhee gaafatu eeyyee fayyeera jedheen. Akkam haati warraa kees gammaddeettikaa jennaan,lakki isheen mana hin jirtuun dubartii ollaa tokkotti ilaalladhee dhufe jedhe. Biyyoo isaatti haa ilaalanii!Tajaajilaan sunis amma akkam sirriitti siif nii hojjetaaree jennaan, silaa tajaajiltootni keenya ammaas waan akkasii hin sodaatanii,maa'inni nii hojjetaan nii shakaashaka malee gaafa inni jedhu, sabni galata fidaa jennaan, dubartootni bakka jiranii ililleedhaan baay'ee galata galchan jedhan. Biyyoo isheetti haa ililchanii, silaa isaantu gara ililchuu kanatti fiigaa. Itti bohaaraa safuu wallaalee miti kana waan qabatamaa namni natti hime tajaajiltootatu akkas jedhee namatti himnaan. Sobaaf dhugaa isaa Waaqatu beeka jechuuf

15/08/2025

Dhiira ta'ee kan durba hudduu guddaa qabdu hin jaalanne raddaatii taaskii🚎 qofa🤗😁

Maaliif????
deebii comment 😂

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Roba Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share