Riyo shafi HD

Riyo shafi HD Welcome Please Follow πŸ™ Galatoomaa ......typing.......

  jireenyaaf mijjattuu Magaalaa miidhagduu   !!Madaan keenyaa qoreeraa     πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸŸ’πŸŸ’πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅πŸŸ‘πŸŸ‘πŸŸ‘πŸŸ€πŸ”΅πŸŸ£πŸŸ’    Photo πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳...
30/06/2025

jireenyaaf mijjattuu Magaalaa miidhagduu !!

Madaan keenyaa qoreeraa

πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸŸ’πŸŸ’πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅πŸŸ‘πŸŸ‘πŸŸ‘πŸŸ€πŸ”΅πŸŸ£πŸŸ’
Photo πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό 🀳 😍 β™₯️ πŸ“Έ πŸ“· πŸ–Ό
you

21/06/2025

Free keesaan Hatattaman kan Dhumatu
Hojjiif Jijjiramaaf fedhii yoo qabaatte .

β– Visa Free Deemuuf Fidhii qabdaa.
β– Deemtee Hojjachuuf Sodaa qabda.
β–  Visa Demuuf Fedhii yoo qabattee .
β– Lakkofsaa kanaan Nuqunnamaa
β– Visa Qophaa hee jiruu
β– Dafttee demuu fetaa.πŸ’›πŸ’šπŸ’›

πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’›πŸ’›πŸ’šπŸ’šπŸ’š
- γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚šviralγ‚·alγ‚·

Congratulations 🎊 Doctor Asilii Dorgommii Isaanii Mo'ateera garalafessaa Oromoo Baga Millkoffte Africa 🌍 mitii Adunyaa M...
21/06/2025

Congratulations 🎊
Doctor Asilii Dorgommii Isaanii Mo'ateera garalafessaa Oromoo Baga Millkoffte Africa 🌍 mitii Adunyaa Moohi

21/06/2025

Dubbiin Dorgommii DR

Dorgommiin Doctor keenyaa Asli Ajanddaa Adunyaa Oromoo Ethiopia Ta'uu qaba Doctor Asli Akkuma barumsaa Isaanii Woggaa 27 China πŸ‡¨πŸ‡³ keessatii Xumuranii Gara Ethiopia deebi'anii boodaa Woggaa 18 Saba Isaaniif jechaa Lolaa turan

Hata'uu malee Ethiopia keesaa woggaa 18 Saba isaniif qabsahaa turanii boodaa Kara πŸ‡ͺπŸ‡¬ Ω…Ψ΅Ψ± Deemanii Jireenya mataa isanii Carraaquu Eegalan Osuma Oofachaa jiranii Dhabbanni Tiktok dhufee Qosa fii Waan addaa Addaa Saba isanii Bashanansiisuu eegalan guyyaa tokkoo Mee akka nama Gem πŸ’Ž Taphaa jedhanii Osoo hin beekamnnee Ricerd Africa 🌍 Cabsanii Beekamttii guddaa adunyaa keessatii argataniiruu .

DR Ergaa Saba isaanii galatefatanii boodaa Dhabbanni Tiktok Namotaa 10 Dorgommi kenne keesaa DR, asilin Isaan tokko hamma garuu hin geenyeen geessetii Akkaa Midiyaaleen Adunyaa kan akkaa reuters fii BBC Gabasaa jiraniti DR Asili Yoo kan moohan Ta'ee Badhaasa Dhaabbata Tiktok irraa Dollar Miliyonaa heddu argchuu dandahu jedharuu 😁 Sabni Oromia fii Oromo Ethiopia fii Africa 🌍 Dr keenyaa faana hiriiruun Dirqama Ta'eeraa Dr Asil Jabadhaa πŸ˜†


21/06/2025

OBO DINQUU πŸ˜†

Obo dinquun Umriin Isanii 77 Jedhuu wahee Shamrree hamma fii Duraa Ibsa kenaniiruu

Facebook koo waan cufamuuf demaruuf jechaa Follow godhaa

RAKKOO JABDUU NAMUDATERAMiidhaan hamaan Namudateera Facebook Pag Fii Facebook koo Cufamuuf akkaa jiruu karaa Email πŸ“§ Ake...
20/06/2025

RAKKOO JABDUU NAMUDATERA

Miidhaan hamaan Namudateera Facebook Pag Fii Facebook koo Cufamuuf akkaa jiruu karaa Email πŸ“§ Akekachiisaa isaa Xumuraa Dhabbataa Facebook erraa Naaf ergameera Era deddebiin karaa Email kiyyaa Ergaa naaf ergaa kan turan Dhabbanni Facebook Gaafaa May 25 cufamee guyyaa 3 Haqamee turee Hata'uu malee erraa deddeebin kadha fii Waan hedduu boodaa Naaf debisanii turan . PAGE Haraa follow Godhaa

Dhabbanni Facebook akkaa jedhanitii Seeraa kenyaa cabsite jechuun Akekachiisaa isaa xumuuraa naaf kenanniiru Sababa isaa videolee ada Addaa worabaa Namotaa saglee dhabaniif sagalee isaanii Ollbaasaa tureeraa Worabbbin video kiyyaa Namotaa heduu yoo gamachiise gariin isanii Gammachuu hin qaban Sababa sanaaf jechaa
Fuulaa Facebook erraa Nadhabamsiisuuf jechaa yaalii bayyeetuu jiraa Sababa deegarsa dhabeef jechaa Facebook koo Akkaa cufamaa jiruu Bekameeraa Video kiyyaa Hammaaf Namoonii arguu hin dadeenyee Tanafuu ani waan Rabbi jedhatti Amana deegarsi keesan Na barbachiseeraa

Address

Bolee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Riyo shafi HD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share