Nura pages

Nura pages Facebook education

16/11/2025

Allah is always by my side☝🏼

12/09/2025
03/09/2025

Hi 👋

09/08/2025

Hellow

🔐 Password WiFi Kompitara Keenya Irraatti Save goonee turre, yoo irraanfanne  Akkamitti argachuu dandeenya? Yoo password...
09/08/2025

🔐 Password WiFi Kompitara Keenya Irraatti Save goonee turre, yoo irraanfanne Akkamitti argachuu dandeenya?

Yoo passwordi WiFi keenyaa dura kompitara keenya irratti connect goonee turre ta'ee fi password isaa irraanfanne ta’e, akkamiin password sana software tokko malee argachuu akka dandeenyu step armaan gadii hordofuun argachuu dandeenya.

✅ Step isaatis;

1️⃣ *CMD* jechuun kompitara keenya irratti barbaaduun banuu.

2️⃣ itti aansee Command kana barreessuun Enter goona:
netsh wlan show profiles

👉 WiFi dura ittiin connect goone hunda nutti agarsiisa.

3️⃣ WiFi tokko password isaa argachuuf, kan kanaa gadii barreessaa:
netsh wlan show profile name="MaqaaWiFi" key=clear

📌 “MaqaaWiFi” bakka jirutti maqaa WiFi keessan galchaa (fakkeenyaaf "Abdii").

4️⃣ Erga enter goonee booda, "Key Content"jala password WiFi keenyaa arganna.

💡 Fakkeenya: netsh wlan show profile name="Abdii" key=clear

N....l....sh...

  to Download Facebook Videos – Simple Steps by  #1. Open Facebook and find the video.2. Tap the three dots (…) and sele...
28/07/2025

to Download Facebook Videos – Simple Steps by #
1. Open Facebook and find the video.
2. Tap the three dots (…) and select “Copy Link”.
3. Open your browser and go to a site like fbdown.net or snapsave.app.
4. Paste the link in the box and tap *Download*.
5. Choose the video quality and press *Download* again

  G, E, 3G, H/H+, 4G, 5G ta'ee yeroo Daataa bilbila keenyaa bannu bilbila keenya irrattti nuuf dhufu maal akka ta'e beek...
28/07/2025

G, E, 3G, H/H+, 4G, 5G ta'ee yeroo Daataa bilbila keenyaa bannu bilbila keenya irrattti nuuf dhufu maal akka ta'e beektuu?

🔺G: Bilbiloota Feature (Keypad) irrattillee, mallattoo kana yeroo bilbilli interneetii waliin wal qunnamsiisu argina/ Nuuf baha. Hiikni isaas GPRS (Global Packet Radio Service) jechuudha.

🔺E: Neetworkiin Edge jedhamuun beekamudha innis Enhanced GPRS fayyadamuu eegallu nuuf dhufa. Saffisni isaa beekamaan 0.4mb/s dha.

🔺3G: Baay'een keenya ni dhabna, networkii dhaloota 3ffaa(third generation)yoo ta'u networkii networkii GSM irratti kan hojjatudha. 3G saffisa giddu galeessaa hanga 2mb/s qaba.

🔺H/H+ : Hiikni isaa HSDPA (High speed Downlink packet access) jechuu yoo ta'u bilbiloota ismaartii hedduu irratti H yoo ta'e hanga saffisa 7 mb/s ol deema. Yeroo H+ ta'us saffisa hanga 21mb/s ol deema.

Itti fufa......

28/07/2025

With Birraa Jemal – I just got recognized as one of their top fans!

28/07/2025

Nagaan oltaani❤️

28/07/2025

❖ Odeeffannoo Beekuu qabnu, Waa'ee Moobayilaa Keenyaa
ilaalchisun,

1. Waa’ee mobaayilichaa, baatirii fi bara – * #* #4636 #* #*
2.Lakkoofsa ‘IMEI’ – * #06 #
3. Sarviis meenuu bilbilarratti – * #0* #
4. Odeeffannoo waa’ee kaameeraa – * #* #34971539 #* # *
5. Faayiloota hunda deeffachuuf –
* #* #273282*255* 663282* #* #*
6. Yaalii waayarlasii ‘LAN’ – * #* #232339 #* #*
7. Tajaajila jalqabsiisuuf – * #* #197328640 #* #*
8. Ifa duubaa ilaaluuf – * #* #0842 #* #*
9. Tach iskiriinii moobaayilichaa ilaaluuf – * #* #2664 #* #*

10. Vaaybreeshinii isaa ilaaluuf –
* #* #0842 #* #*
11. Gosa sooftiweera ‘FTA’ isaa ilaaluuf – * #* #1111 #* #*
12. Odeeffannoo sooftiweerii fi haardiweerii isaa ilaaluuf/
baruuf – * #12580*369 #
13. Konfiigareeshinii diyaagnoostiikii isaaf – * #9090 #
14.To’annoo seensa ‘USB’f – * #872564 #
15. Siistama ‘Dump Mode’f – * #9900 #
16. To’annoo meenuu ‘HSDPA/HSUPA’f – * #301279 #

17. Cufaatii bilbilichaa ilaaluuf – * #7465625 #
18. Qabiyyee daataa bilbilichaa oomisha jalqabaatti deebisuuf
– * #* #7780 #* #*
19. Moobaayilicha qabiyyee warshichaa jalqabaatti deebisuuf
( waan bilbilarra jiru mara balleessa) – *2767*3855 #
20. Tajaajila icciitii Motoroollaa Drooyid argachuuf–
# #7764726
itti fufa.......
☞ Hiiriyota keessanif qoodaa!!
☞ Odeeffannoo biraatiif Page pages follow gochuun nu hoordofaa!
# Horaa_Bulaa

✅ Bitchat – App Sim Card fi Interneetii malee Text ergu dandeessisu!Jack Dorsey – duraan CEO fi Co-founder Twitter ture ...
20/07/2025

✅ Bitchat – App Sim Card fi Interneetii malee Text ergu dandeessisu!

Jack Dorsey – duraan CEO fi Co-founder Twitter ture – amma appii haaraa "Bitchat" jedhamu hojjachuu beeksiseera.

📱Appiin *Bitchat* kunis Bluetooth qofa fayyadamuudhaan text erguuf appii nu dandeessisuudha.

➡️ Play Store irraa buufachuu dandeenya:
https://play.google.com/store/apps/details?id=dev.hostingduty.bitchat

🔒 Appichi account hin gaafatu, server tokkollee hin qabu, kanaaf end-to-end encrypted appiidha. Namni 3ffaa ergaa keetii dubbisu hin danda’u.

📡 Bluetoothiidhaan hanga meetira 10 tti ergaa walii dabarsuuf fayyada , yoo namoonni baayyeen naannoo tokko jiraatan fayyadaman tae isaa olis deemuu danda'a.

💡 Faayidaalee appichaa:

- Iddoo network hin jirre keessatti ergaa waliif dabarsuun/barreessuu ni danda’ama.

- Namoota security barbaadan biratti filatamaa dha.
- Emergency fi yeroo balaatiifis baayyee.

20/07/2025

4:38am/
Sun,20jul

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nura pages posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share