Furqan Media

Furqan Media “Broadcasting Truth, Inspiring Ummah.”

https://www.furqanmedia.com/
(339)

Sagantaa Da'awaa fi Ziyaaraa Masjida Al-Fathi Finfinnee oromiyaa irraa.  Furqaan Tajaajila qur'aanaa
19/08/2026

Sagantaa Da'awaa fi Ziyaaraa Masjida Al-Fathi Finfinnee oromiyaa irraa.

Furqaan Tajaajila qur'aanaa

15/08/2026

Ummatarraa gara ummataa || dhaabbata tola oolaa furqaan

Akkam bultan? bariisifattanii?
14/08/2026

Akkam bultan? bariisifattanii?

DHAABBATA TAJAAJILA QUR’AANAA FURQAAN 📖🕌 “Irra caalaan keessan nama nyaachisuudha.”— Nabi Muhammad ﷺNyaata namaaf kennuu...
13/08/2026

DHAABBATA TAJAAJILA QUR’AANAA FURQAAN 📖
🕌 “Irra caalaan keessan nama nyaachisuudha.”
— Nabi Muhammad ﷺ
Nyaata namaaf kennuun hojii kheeyrii fi ajrii hedduu qabuudha. Nama beela’e nyaachisuun, maatii rakkataa gargaaruun, akkasumas waan qabnu irraa waliif qooduun mallattoo Gara-laafummaa fi obbolummaa Islaamaati. ❤️

📖 Dhaabbata Tajaajila Qur’aanaa Furqaan
➡️ Qur’aanaa fi hojiiwwan kheeyrii babal’isuuf nu waliin qooda fudhadhaa.

13/08/2026

Waldaa tola oolaa Furqaan

Waldaa tajaajila qur'aanaa furqaanWixinee fi abjuun waggaa 5 dura yaada ture, har'a lafa irratti mul'achuun mul'ata namo...
10/08/2026

Waldaa tajaajila qur'aanaa furqaan
Wixinee fi abjuun waggaa 5 dura yaada ture, har'a lafa irratti mul'achuun mul'ata namoota hedduu dhugoomseera. Maatiwwan kumaatamaan lakkaawamaniif deeggarsa taasisuun utubeera.
Masjidootaa ijaaruu fi mana barumsa qu'aanaa hedduu baneera
Magaalaa fi baadiyyaa heddu keessatt Mushafa qur'aanaa raabseera
Aantummaa quuqama hawaasaaf qabu gochaan agarsiiseera
Namoota hedduuf boqonnaa fi Aara-galfii taheera
Kaayyoon isaa ganamaa galmaan gahuuf hidhatee ka'eera
Tajaajila hawaasaa isa duraa caala babal'isuuf karoorfateera

10/08/2026

Ijaarsaaf bu'uura keenye. Sidaamaatti.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Furqan Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share