TV Sagalee Dhugaa

TV Sagalee Dhugaa WDB'n guyyuma hundeeffame Onkololessa 14 bara 2004 miidiyaa ittiin ergaa afuuraa uummataaf dabarsu hu https://wdb-eotc.org

Dubbisaa
10/10/2026

Dubbisaa

Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoon.Ameen! Barsiisaa Hayile Mikaa’el Taaddasaatiin ( [email protected] ) Kutaa...

Live
10/10/2026

Live

Check out TV Sagalee Dhugaa's LIVE streams on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from TV Sagalee Dhugaa.

Waldaan Duuka Bu'ootaa wiirtuu Wallagga Bahaa miseensotasaa leenjii duuka bu'ummaa wiirtuu muummeen kennamerratti hirmaa...
10/10/2026

Waldaan Duuka Bu'ootaa wiirtuu Wallagga Bahaa miseensotasaa leenjii duuka bu'ummaa wiirtuu muummeen kennamerratti hirmaachaa turaniif simannaa taasisuun akkataa imaanaa fudhatan hojiirra
oolchan irratti marii bal'aa taasieera.

Wiirtuulee fi dameeleen miseensa keessan leenjii duuka bu'ummaa akka fudhataniif carraa laattaniif hundi barsiisonni kunneen tajaajila mana kiristaanaa utubuun imaanaa fudhatan akka ba'ataniif haala mijeessaafii.

Waldaan Duuka Bu'ootaa Wiirtuun Arsii guyyaa har'aa bakka walitti qabaan waldaa wiirtuu muummee M/S Luba Eng. Fiqaaduu K...
10/10/2026

Waldaan Duuka Bu'ootaa Wiirtuun Arsii guyyaa har'aa bakka walitti qabaan waldaa wiirtuu muummee M/S Luba Eng. Fiqaaduu Kabbadaa argamanitti marii waliigalaa taasisuudhaan koree hojii raawwachiiftuu haaraa filateera. Koreen haaraanis waadaa galuudhan guyyaa har'aa irraa eegalanii tajaajila irraa eegamu raawwachuudhaaf miseenaotaa fi mana kiristaanaa duratti sirna waadaa galuu raawwataniiru.

Sagantaa Idilee Torbanii karaa Toora Tiiktookii TV sagalee Dhugaa. 30/01/2019 BA. Sanbata Duraa Galgala 2:00-5:00.Share ...
08/10/2026

Sagantaa Idilee Torbanii karaa Toora Tiiktookii TV sagalee Dhugaa.
30/01/2019 BA.
Sanbata Duraa Galgala 2:00-5:00.
Share taasisaa irratti hirmaadhaa.!
TV Sagalee Dhugaa

07/10/2026

Seenaa Godaansa Haadha Keenya Qul/Dubroo Maariyaam gara biyya Gibtsiitti
Guutuun isaa kunooti liinkii gadii kanaan seenaa daawwadhaa!
https://youtu.be/aJl0PbNNJDo

Kabaja hundeeffama Waldaa Duuka Bu'ootaa waggaa 15ffaaBakka  dhiheenya kan isin beeksifnu ta'aGamanumaa itti qopha'aa
06/10/2026

Kabaja hundeeffama Waldaa Duuka Bu'ootaa waggaa 15ffaa
Bakka dhiheenya kan isin beeksifnu ta'a
Gamanumaa itti qopha'aa

01/10/2026

Guutuu Qophii Ayyaana Fannoo (Masqalaa) bara 2019 B.A
TV Sagalee Dhugaa

kitaabota Haaraa Suuqii WDB Wiirtuu Muummeetti argattan jaha
01/10/2026

kitaabota Haaraa Suuqii WDB Wiirtuu Muummeetti argattan jaha

01/10/2026

Si jaalanna si kabajna yaa haadha Waaqayyoo
TV Sagalee Dhugaa

Address

Keelloo Masqalaa
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when TV Sagalee Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to TV Sagalee Dhugaa:

Shortcuts

Share

Category