28/12/2025
Jiraa jirtu ummata jaalalaa warri afaankoo dhaggeessan hundi keessan barreeffamni kun akkuma isin bira ga'en share fi like tuqaa fololle taasisaa miseensa na godhaa kalaqa jechuun maal jechuudha beektuu kalaqa jechuun waan haarawa duraan hin turre tokko uumu jechuudha inni yaada ykn mala a ofii fayyadamuun wanta haarawa duraan hin turree tokko uumuun hojiirra oolchuuti kana gochuuf meeqa keennatu carraaqaa dha kanaaf hundi keenna mee saayinsiifi teeknooloojii irratti yaada kennaa kennu nagaan turaa comment godhaa waan isiniif hin galle