Duudhaa Ganamaa

Duudhaa Ganamaa Na hordofii waan yaaddoo sitti taheef keessaan na dubbisi

😂🙄
16/02/2025

😂🙄

EEKKARRI Lubbuun jiru EEKKARA qabrii jiru faarsa!
03/07/2024

EEKKARRI Lubbuun jiru EEKKARA qabrii jiru faarsa!

Berbera port  Ethiopia 🇪🇹On the way
22/06/2024

Berbera port Ethiopia 🇪🇹On the way

“Gaazexeeysaa Televijiinaa fi Reediyoo FM Naannoo Hararii kan tahe Muhyadin Abdullahi Oumer  mana murtitti dhiheessanii ...
17/06/2024

“Gaazexeeysaa Televijiinaa fi Reediyoo FM Naannoo Hararii kan tahe Muhyadin Abdullahi Oumer mana murtitti dhiheessanii turan.
Araa manni murtii mirgaa Wabii eegeefii ture . Birrii 10000 akka kafaluun.

Birrin kafalamee waraqaan mana murtiitii fudhanee waajjira poolisii yaroo dhiyaannu Muhyadin gad-hin dhiifnu nuun je’an.

Gad-hin dhiifnu jadhanii waraqaa mana murtii nu harka fudhanii jennaan dhiifnee offirraa galle.” Ordin Bedri
Harari Police Commission

15/06/2024

Dhiirri daabboo qoricha 😰

Beektonni akkas jedhu🤣

Abbaa Ijoollee 4 torbaan dura manaa bahee reeffi isaa argame😭  Ameerikaa Minnesota jiraata abbaa ijoollee 4 yoo tahu tor...
15/06/2024

Abbaa Ijoollee 4 torbaan dura manaa bahee reeffi isaa argame😭
Ameerikaa Minnesota jiraata abbaa ijoollee 4 yoo tahu torbaan dura barbaadamaa jiraachuu hawaasni Oromoo achi jiran cinqii guddaan barbaadaa turan, garuu hin milkoofne reeffa isaa bishaan keessaa arga hedduu nama gaddisiisa.
Waan uumame hanga ammaatti beekamuu dhabuus Mana obboleettii haadha manaa isaa dhaquun furtuu Konkolaataa isaatiif maallaqa mana ishee dhoksee kaahee erga biraa deemee xiqqoo turee booda itti bilbilee furtuu konkolaataaf maallaqa mana kee bakka akkanaa kaahe, achii fuudhii haadha manaa tiyyatti naaf kenni ijoollee tiyyas adaraa jedheenii bilbilas cufate.
Ergasii bakka hundaatti beeksisanii barbaadaa kan turan kunoo du'-aa isaattu bishaan keessaa argame. 💔💔
Hedduu gaddisiisaadha Waaqni lubbuu jannataan haa qanansiisu.
Maatii isaa akkasumaas hawaasa keenya barbaadaa turtan hundaaf jajjabinan hawwa🙌🏼😭

Dubartoonni of sobu malee, miira isaanii too'achuu hin danda'an!🙄Lakkamni Morma mukaa!
15/06/2024

Dubartoonni of sobu malee, miira isaanii too'achuu hin danda'an!🙄
Lakkamni Morma mukaa!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Duudhaa Ganamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share