Risaa Media

Risaa Media Risaa Multimedia is committed to meet the need for quality documentaries, TV&Radio Advert, Event Org
(1)

Risaa Media is committed to meet the need for quality documentaries, TV & Radio Advert, Event Organizing, and Communication Consulting.

Gammadaa Show Har’aa Dhugaa Adduma Sababiin isaa sirna Kabajaa Keenya Waggaa 3ffaa bakka keessumoonni gurguddoon argamni...
09/08/2026

Gammadaa Show Har’aa Dhugaa Adduma Sababiin isaa sirna Kabajaa Keenya Waggaa 3ffaa bakka keessumoonni gurguddoon argamniiti Mijuu Restaurant kabajne isin biraan geenya hordofaa.
Galgala Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Median nu argattu sa’aatii 3:15tti.
Sagantaa keenya Sponsor gochuun nu waliin hojjechuu dhaabbilee barbaaddan nu qunnamaa
Sponsor sagantaa
Ethio telecom

tour and travel

  har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee siniif darba hordofaa Antii Isayas keessummoota hedduu qabattee dhufaa jirti
07/08/2026

har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee siniif darba hordofaa Antii Isayas keessummoota hedduu qabattee dhufaa jirti

Team Risaa Media Naa Jiraadhaa🙏🏽
06/08/2026

Team Risaa Media Naa Jiraadhaa🙏🏽

02/08/2026

Diyaasporaa Ajaa’ibsiisoo Kana Lameen Beektuu?
Obse Lubo fi Sule Nuredin jedhamu seenaan isaanii fi hojiin isaanii ajab isin jechisiisa Gammadaa Show Waggaa 3ffaa sagantaa dhumaati bor galgala nu hordofaa

Keessummoota Gammadaa Show Har’aa WalbaraaDr Sule Nuredin fi Sister Obse Lubo waliin yeroo baayyee dinqii dabarsine.Lach...
02/08/2026

Keessummoota Gammadaa Show Har’aa Walbaraa
Dr Sule Nuredin fi Sister Obse Lubo waliin yeroo baayyee dinqii dabarsine.
Lachuun isaanii Ogeessoota Fayyaati biyya ofii Jiraattan Ameerikaa irraa gargaarsa qarshii miliyoona dhibbaan lakkaawamuun uummata isaanii bakka dhaloota isaanii fi kaanis meeshaalee waldhaansa fayyaa gargaaraa turan.
Hojiin isaanii kun namoota hedduuf fakkeenyummaa guddaadha itti dhihaadhaa.
Keessummaa waggaa 3ffaa isa dhumaati baga geessan jedhaa🥰
Sagantaan keenya har’a sa’aatii 3:15 eegalee gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Media siniif darba hordofaa
Sponsor sagantaa
Ethio telecom
Mijuu Restaurant

  Sagantaa Haaraa gama Risaa Median qabannee dhufneerraAntii Isayas gaaffii hedduu barsiisoo fi kolfisiisoo gaafachaa ji...
01/08/2026

Sagantaa Haaraa gama Risaa Median qabannee dhufneerra
Antii Isayas gaaffii hedduu barsiisoo fi kolfisiisoo gaafachaa jirti amma eegala daawwadhaa
Link Comment jala jira👇🏽

Keessummaa Gammadaa Show har’aa kunootiAartist Hangafaa fi Jabaa   waliin turtii hedduu bareedaa taasifne hordofuu hin d...
26/07/2026

Keessummaa Gammadaa Show har’aa kunooti
Aartist Hangafaa fi Jabaa waliin turtii hedduu bareedaa taasifne hordofuu hin dagatiinaa🫰🏽
Hojiilee keessaa kamiinfaa yaadattu?
Har’a galgala waliin sa’aatii 3:15 irratti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Median nu eegaa
Sponsor Sagantaa
Ethio telecom
Mijuu Restaurant

  keessummaa Gammadaa Show Har’aati dhageessanii?  waan hedduun yaadattus jaallattus jedhen amana seenaan isaa ammoo hed...
19/07/2026

keessummaa Gammadaa Show Har’aati dhageessanii?
waan hedduun yaadattus jaallattus jedhen amana seenaan isaa ammoo hedduu barnoota guddaa siniif ta’a jennee qabannee dhihaaneerra itti dhihaadhaa.
Har’a galgala sa’aatii 3:15 Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Median nu argattu daawwannaa gaarii siniif haa tahu
Sagantaa keenya Sponsor gochuu akka nu waliin hojjettan dhaamsa dhaamaa sponsor torban kanaa
Ethio telecom
Mijuu Catering turan

Faaruu fi Biruk Jane Keessummaa har’a Gammadaa Show Show dhufaniidhaGalgala sa’aatii 3:15 eegalee daawwachuu hin dagatii...
12/07/2026

Faaruu fi Biruk Jane Keessummaa har’a Gammadaa Show Show dhufaniidha
Galgala sa’aatii 3:15 eegalee daawwachuu hin dagatiinaa

  ….Faaruu….Faaruuuuuu………Keessummaa isin hawwiin eegdan keessaa tokko daa’ima qaxalee fi ajaa’ibsiistuu   jedhamtuudha.I...
11/07/2026

….Faaruu….Faaruuuuuu………
Keessummaa isin hawwiin eegdan keessaa tokko daa’ima qaxalee fi ajaa’ibsiistuu jedhamtuudha.
Isheenis Gammadaa Show dhaqeen oduukoo xaqaxaqa akka nun jette kunoo dhuftee turtii bareedaa haadhashe waliin gooteetti hordofaa
Sponsor sagantaa
Ethio telecom
Mijuu Restaurant

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Risaa Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Risaa Media:

Shortcuts

Share