09/01/2025
Namoonni hedduun waa'ee si siyaasaa osoo hin beekne hamilee keessoo isaanitti dhagahame hordofuudhaan siyaasa tapha ijoollee fakkeessaa jiru.Ilmi namaa hunduu keennaa addaa isaaf kenname qaba.keennaa isaa kenname irra dhaabbate ofii isaa fi biyyaa isaas gara sadarkaa guddaatti tarkaanfachiisuu osoo danda'u,dandeettii isaatiin ala oogummaa nama biroo faalaa jira.kuni immoo namoota hedduu dallansiise gara murtee hin taaneetti fiduu danda'a.
ka daandiirra fiigee Alaabaa ol nuu qabe sun waa'ee siyaasa adeemaa jiruu eessatti beeka?
Of beekta of sirreessi!!!!!