Kedir Habibe Page

Kedir Habibe Page Baga nagaan dhuftan! Oduu haaraa, yeroo isaa eeggateen isiniif dhiheessina. Peejii kana Like πŸ‘ Follow ❀️ Share πŸ”„ godhaa. Galatoomaa! πŸ’Ž

08/21/2026

08/21/2026

Waraana TPLF

  News!Kooriyaan Kaabaa akkauma amala ishee Misaa'ela bilaastiikii haaraa dhukaasuuf jatti... faallaa kanaa ammoo Ab Tru...
08/20/2026

News!

Kooriyaan Kaabaa akkauma amala ishee Misaa'ela bilaastiikii haaraa dhukaasuuf jatti... faallaa kanaa ammoo Ab Trump fi jala deemtuun Ab Trump fi Kooriyaan kibbaa tarkaanfii fudhachuuf dhiyaanne jadhu.... King Joon ammoo haleellaa biyya kiyya irratti raawwatuuf deebiin kiyya meeshaa Niikuleera qofaan kennina jadhuun masmara diimaa! AAb Trump ammas osoo kan Iraaniif boo'uu amma ibidda hin dhaamne halkaan qabate.

  News.   akka gabaasetti,Eertiraan waraana biyya keessaa Sudaan keessatti kallattiin hirmaachuu bira darbee, naannoo ba...
08/20/2026

News. akka gabaasetti,

Eertiraan waraana biyya keessaa Sudaan keessatti kallattiin hirmaachuu bira darbee, naannoo bahaatti dhiibbaa isii babal'isuuf hidhattoota leenjisuu fi gurmeessuudhaan, akkasumas gareewwan hidhattoota Islaamummaa hundee jabeeyyii achi socho'an (caasaan Ikhwaanal Muslim) waliin walitti dhufeenya uumuudhaan nagaa waaraa buusuuf tattaaffii taasifamaa jiruu fi haala waraana boodaa Sudaan keessatti walxaxaa taasisaa jirti.

1- Pireezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afwerki yeroo baay'ee waliigaltee June 3, 1884, magaalaa Adwaa Itiyoophiyaa keessatti mallattaa'e, Waliigaltee TPLF jedhamuun beekamu-Kassalaa dabalatee Sudaan Bahaa daangaa Eertiraa keessa akka galtu mirkaneessufi ja'an.

2- Gareen hidhate kan Amin Daoud Mahmuud tiin hoogganamu-kan "The Eastern Battalion of waamu fi naannoo Kassala Bahaa keessatti teessoo isaa godhate-deeggarsa bifa meeshaa waraanaa, dhiheessii, fi leenjii Ertiraa irraa argata jira ja'a gabaasni kun.

08/20/2026

Big shout out to my newest top fans! Tamam Kalifa, Abdisa M Habibe, Sudeesii Mammad, Nuro Abrahim, Jemal Durrii, Midega Abdukerim Bore, Kalifa Birhanu, Leenjisoo Diigaa, Fatii Mahmad, Abdii Abdullaahi

  Ammee. Kooriyaa Kaabaa naannoo Wonsan, qarqara bahaa biyyattii irraa gara Galaana Bahaa (Galaana Jaappaan)itti misaa'e...
08/19/2026

Ammee. Kooriyaa Kaabaa naannoo Wonsan, qarqara bahaa biyyattii irraa gara Galaana Bahaa (Galaana Jaappaan)itti misaa'ela baalistikaa tokko dhukaasuu Humni Waraanaa Kooriyaa Kibbaa beeksiseera.

Misaa'elichi naannoo sa'aatii 6:00 ganamaatti dhukaafamee, galaanicha keessa kufuu dura kiilomeetira 700 ol fageenya akka imale Humni Waraanaa Kooriyaa Kibbaa ibseera.

Dhukaasichi Kooriyaa Kaabaatiin guyyoota jaha keessatti yeroo lammaffaa misaa'ela baalistikaa dhukaasuu ta'ee, bara 2026 keessa immoo yaalii misaa'elaa ishee keessaa 11ffaa jedhamee gabaafameera.

Dhukaasa haaraan kun Kooriyaa Kibbaa fi Ameerikaan Ulchi Freedom Shield jedhamee waamamu leenjii waraanaa waliinii isaanii Hagayya 17 irraa eegaluuf qophii taasisaa jiran yeroo keessa dhufe. Leenjichi akka kaayyoo ittisaa qabu biyyoonni lamaan ibsanis, Kooriyaa Kaabaa garuu yeroo dheeraaf leenjiiwwan akkanaa akka qophii waraanaa fi weeraraatti ilaalaa turte.

Gama biraatiin, Kooriyaa Kibbaa, Ameerikaa fi Jaappaan amaloota misaa'elichaa irratti xiinxala dabalataa gaggeessaa jiru.

08/19/2026

Oduu Ammee Part 3

08/19/2026

Oduu Ammee Part 2

Address

Nairobi
San Francisco, CA
00100

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kedir Habibe Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kedir Habibe Page:

Shortcuts

Share