Tawfek Gezali

Tawfek Gezali Jireenyi dammuma❤️!!

 .Bara 2018 irraa jalqabee barataan kamiyyuu mobaayila dabalatee meeshaalee elektirooniksii qabatee mama barumsaa keessa...
06/09/2025

.
Bara 2018 irraa jalqabee barataan kamiyyuu mobaayila dabalatee meeshaalee elektirooniksii qabatee mama barumsaa keessatti seenuu hin danda'u!
Kana qofa miti maatiin barataaf bilbila kennuun dhaabbachuu qaba. daa'imatti bilbila bituun dogoggora guddaadha. Sababa isaa sinuu beektu keessa seenee ibsuu hin barbaachisu, Daa'ima keessan irraa bilbila fageessaa!

👉Ministry of Education Ethiopia

05/08/2025

Masjiida gubuun Islaamummaa gubuu miti!
27/05/2025

Masjiida gubuun Islaamummaa gubuu miti!

Dheengadda qoraan kana sa'aatii afur miilaan  qarshii 250tti gurgura.Har'a account isaarra Mil 2.5 oltu jira.
20/05/2025

Dheengadda qoraan kana sa'aatii afur miilaan qarshii 250tti gurgura.
Har'a account isaarra Mil 2.5 oltu jira.

20/05/2025

Bu'aa qofa ilaaltee nama jala hin fiigin miidhaanis jiraachuu danda'a!

17/05/2025

Rabbii kee hin mufachiisin malee ilmi namaa duugdatti yoo baattes Miila kootu rarra'e siin jedha!

Akka qorannoon Yunivarsiitiin Ameerikaa tokko araada bilbila harkaa irratti gaggeessetti, addunyaa irratti namoota bilbi...
16/05/2025

Akka qorannoon Yunivarsiitiin Ameerikaa tokko araada bilbila harkaa irratti gaggeessetti, addunyaa irratti namoota bilbila ismaartii fayyadaman biiliyoona 1.5 keessaa:
◽️ Namni giddu galeessaan guyyaatti yeroo 110 bilbila isaa sakatta'a.
◽️ Fayyadamtoonni moobaayilaa %40 bilbila isaanii mana fincaanii keessatti fayyadamu.
◽️ Fayyadamtoonni moobaayilaa %50 halkan yeroo hirribaa ka'an bilbila isaanii sababa tokko malee sakatta'u.
◽️ Fayyadamtoonni moobaayilaa %65 yeroo nyaata nyaatan bilbila isaanii keessaa scroll godhu.
Fayyadamtoonni moobaayilaa %55 bilbila isaanii fayyadamuu wajjin yeroo walfakkaatutti TV ilaalu.
◽️ Fayyadamtoonni moobaayilaa %30 sa'aatii hojii fi walga'ii bilbila isaanii fayyadamu.
◽️ Isaan keessaa %38 osoo deemaa jiranii bilbila isaanii tuttuqaa jiru.
◽️ %7 bilbila isaanii irratti yeroo baay'ee dabarsaniif hojii dhabne jedhu.
◽️ Dhumarratti fayyadamtoonni bilbila ismaartii
■%60 dhugaadhaan araada bilbila isaanii akka qaban amananiiru.

Isinoo kanneen armaan olii keessaa Araada maalii qabdu?

Address

Agaro

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tawfek Gezali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tawfek Gezali:

Share