
26/01/2025
Garaa Nama Nyaata!
1000533532857 Wasane Ejeta.
Namni waan qabuf miti kan nama gargaaru, waan qaburra hir'isee maatii, obbollessa, Lammii isaaf birmaata🥹
Adaaraa keessan maatii kana waan qabdaniin bukkee dhaabadha.
Yeroon Kun Nama Hedduuf Ulfaataa dha, Bakkuma jirrutti Wal Quba haa qabaannuun dhaamsa keenya!
ATIS NAMA Charity SIN WALIIN JIRRA!
koo DDawit Adugna DaveADawit Adugna DaveDDawit Adugna Davewaliin.
@@