DAGNU STUDIO

DAGNU STUDIO This page Dagnu Studio ,only mezmur ortodox Tewahido church and services
(2)

Tajaajila afaan oromoo keessa waggoota 18 ol tajaajileera. Faarfattoota warra jalqabaa faanas faaruu albeemii gosa garaa...
24/10/2025

Tajaajila afaan oromoo keessa waggoota 18 ol tajaajileera. Faarfattoota warra jalqabaa faanas faaruu albeemii gosa garaa garaa hojjateera, faaruu qeenxee (siingilii) garaa garaas hojjateera,Faaruu faarfattoota heedduurrattimmoo dubbisa tilmaamaan albeemii soddomaarratti sagaleen galee dubbiseera.

Gara fuula duraattimmoo yoo heyyama waaqayyoo ta'ee dabalataan tajaajila kana babal'isuuf kan hojjechuu barbaadu.
1. Faaruu albeema guutuu hojjatee uummata keenyaa biraan ga'uuf
2. Kitaaba hafuuraa garaa garaa maxxansiisuuf
3. Fiilmii hafuuraa fi Diraamaa hafuuraa dheeraa qopheessee ittiin uummata wangeela barsiisuudhadhaf

akka ammas miti dur namni wal dhaggeeffaata akka amma kana wanti hundi hin jiru yeericha wal argan mana kiristaanatti Kaseeta ykn CD Gurguraani faaruu bira hojjatu kun hundi amma hafe jira, ana waanti na ajaa'ibe isa farsuuf osoo hin taane F/taa D/n Naaroob Zawudee nama jabaa amalli isaa 1ffaa yoon jedhe itti hin guddaatu itti Xiqqata malee sa'ati itti Faarfattootni keenya Waan Mana Kiraayi Fi Tax Kanfalaatan dhaban keessa jirra.
,Sila akka baay'ina keenyaaf Qarshii 100 ,100 osoo busnee akkuma durii sanitti faarfannaa nuuf dhangaalasu ๐Ÿ‘Œnutis ittin jabaanna faaruu isaanitti jireenya nama meeqatu ijaarame gammachuu meeqatu tahe ila akka goonu, Nama keessa namni jira,Nama kana bukkee(Ciinaa) haa dhabbannu waan qabnun gaaficha haa jajjabeesinu Jaraana gaaficha mana (70) hin baninat kotta tokkomnee Seexana kuffisna ? kanarra kan hafee dhangaa biran walitti deebina olmaa Gaarii!

24/10/2025

๐–ธ ๐–ค ๐–ฑ ๐–ฎ ๐–ฎ ๐–ฃ ๐–ง ๐–จ ๐–ธ ๐–ฎ ๐–ฎ ๐–ณ ๐–ณ ๐–จ
๐…/๐ญ๐š๐š ๐ƒ|๐ง ๐‚๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐š๐ฅโ€™๐ข๐ง๐š๐š
Youtube: https://youtube.com/?si=Dq3PkmJ-4LP6ftOz
|๐’๐”๐๐’๐‚๐‘๐ˆ๐๐„ | ๐’๐‡๐€๐‘๐„ | ๐‹๐ˆ๐Š๐„ | GOCHUN NU EEGA

Mee Second  tokko caala sitti hin fudhaatu fayyii jettu malee hin darbiin maqaa Gooftaan๐Ÿ˜”F/taa D|n Margiis jedhamaa Maga...
23/10/2025

Mee Second tokko caala sitti hin fudhaatu fayyii jettu malee hin darbiin maqaa Gooftaan๐Ÿ˜”
F/taa D|n Margiis jedhamaa Magaalaa Najjoo jiraata ijji isaa hojii seexanaan akkas tahe Bara 2009 kaaseetu dura garuu fayyaa ture ayii namaa๐Ÿ˜ฎโ€๐Ÿ’จ

Faaruu  HaaraaYeroo dhiyoottiDAGNU STUDIO๐Ÿ“ธ0919423314-0969426212
23/10/2025

Faaruu Haaraa
Yeroo dhiyootti
DAGNU STUDIO๐Ÿ“ธ
0919423314-0969426212

AJAA'IBAADHA |F/TTUU WUDDEE GEETUU|Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa
23/10/2025

AJAA'IBAADHA |F/TTUU WUDDEE GEETUU|Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa

Gochu hin dagatina.

Address

Ehiopia
Ambo
19423314

Telephone

251919423314

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DAGNU STUDIO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share