Muktar Amano

Muktar Amano Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Muktar Amano, Digital creator, ARSI, Arsi.

16/03/2025
16/03/2025

Duruu Boontaa ka ruufaan si maranii, ka tuutaan si dhaqanii jette _______

05/03/2025

Qundhoo kutanne jechuum___

25/11/2023

WODDEESSA
woddeessi ulee gabaabaa mucaan guyyaa fuudhu qabatu.muka woddeessa irraa muramee qophaa'a.woddeessi kan muramuu mucaan boru fuudha jedhaati galgala jala bulti kana murama.kan murus jaalaa fi mucaa fuudhutu mura.Haalli woddeessi itti muramu muka woddeessa irraa haafa qajeelaa filatame jaalli qottoon dursee hiixatee aggata ykn tuqa.kana booda mucaan fuudhus qottoon dhayee mura.

woddeessi murame qophaa'u lama.woddeessa muramee qophaa'e kana manaan hin seenan.mana jala kaa'u. Jaalli bari barraaqa gaafa fuudha kana dhufee hoolaa gurraachaa fala woddeessaatiif qophaa'e goorra'a.

woddeessa dhadhaa dibani.Daadhii qophooftee dhibaafatanii, biifanii,dhuganii,woddeessa tokkoo mana kaa'anii, kaanii mucaa fuudhu kennu.

Woddeessi haala kanaan raawwatama Aadaa keennaa wali haa barsiifnuu.

Bagaa Rabbiin kanaan si gahee Obboolleessaa koo kabajamaa.
29/08/2023

Bagaa Rabbiin kanaan si gahee
Obboolleessaa koo kabajamaa.

Address

ARSI
Arsi

Telephone

+251968451826

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muktar Amano posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Muktar Amano:

Share