๐‘ฐ๐‘ณ๐‘ด๐‘จ ๐‘จ๐‘ฉ๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ซ๐‘จ๐‘จ

  • Home
  • Ethiopia
  • Arsi
  • ๐‘ฐ๐‘ณ๐‘ด๐‘จ ๐‘จ๐‘ฉ๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ซ๐‘จ๐‘จ

๐‘ฐ๐‘ณ๐‘ด๐‘จ ๐‘จ๐‘ฉ๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ซ๐‘จ๐‘จ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ๐‘ฐ๐‘ณ๐‘ด๐‘จ ๐‘จ๐‘ฉ๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ซ๐‘จ๐‘จ, Digital creator, K'Ersa, Arsi.

ARSII fi SAFUU  Hubannoof============  ilma Ambatoo Dayyooti. Gosa Oromoo baaldhinna lafa qubateefi baay'inna ummataatin...
26/05/2025

ARSII fi SAFUU Hubannoof
============
ilma Ambatoo Dayyooti. Gosa Oromoo baaldhinna lafa qubateefi baay'inna ummataatin guddaa ta'edha.

ilmaan lama qaba:
=====> Siikkoo
=====>Mandoo.

ilmaan shan qaba (Shanan Sikkoo):
I. Bullaala
II. Jawwii
III. Ilaani
IV. Wocalee
V. Waaji

ilmaam torba qaba (Torban Mandoo):
I. Raayya
II. Kajawa
III. Utaa
IV. Waayyu
V. Waanama
VI. Harrojji (Biltuu)
VII. Hawaxxuu

laga Waabee gamaafi gamana jira. Lafti waabee gamaa Baale yoo jedhamtu ta gamanaa Diida'aa jedhaniin. Gosti Arsii Waabee gama jirtu gamanas ni jirti.
lafa isaa yeroo hedduu:
* Baale
* Gadab
* Albasoo
* Diida'aa
* Laangannoo fi
* Dambal
jedhee maqaa jahan kanaan adda qoodee waama. Haa ta'u malee Caancoo, Booruu, Waayyuu, Duuroo, Harannaa, Laajjo, Fasasa, jedhanii lafa babaldha jahan armaan olii keessatti kan waamamanis ni jiru.

aanaaleen akka: Asallaa, Dodolaa,Adaabbaa, Sinaanaa, Boqojjii, Itayya, Loodee, Heexosaa, Diigaluu, Xiijoo, Amiinya, Abboomsa, Agaarfaa, Eegoo, Haburaa, Heebanoo, Ogolcho, Kuyyara, Leemmuu, Bilbilo, Raayituu, Biltuu, Saddiqa, Silxaanaa, Suudee, Wondoo, Shiree fi kkf hundi isaanii maqaa gosa Arsii kan naannoo sanatti argamuuti.

ummata woliin jireenya dinqisiisaa qabu. Ummata aadaa baldhoofi cululuqxuu qabu.
tuqan malee hin geenne.
haqaaf dhugaa isaa irratti du'u.
ka wolii hirphu.
ka midhaan wolii fe'u.
xiqqaa guddaa kabaju.
irra taree kan firaaf gosa soddaa kabaju.
Siiqqee sodaatu.
keessummaa mana isaa bulte horii qaleefi miila dhiqee bulchu.
Arsii keessatti kabaja guddaa qaba.
dubara dhiiratti fuudhu jaarsa.
dubbii hawaasummaa, waldhabdee garagaraa dubbate fixu jaarsa.
Jaarsi Arsii biratti ulfaata, kabajaamaa, jaalatamaa.

Waan dubbiftaniif galatoomaa

โ€Ž๐๐”๐‹๐‚๐‡๐€๐€๐ ๐†๐Ž๐ƒ๐ˆ๐๐€ ๐๐Ž๐Ž๐‘๐€๐๐€ ๐๐€๐‡๐€๐€ ๐Œ๐€๐€๐‹ ๐‡๐Ž๐‰๐‰๐„๐“๐€๐€ ๐‰๐ˆ๐‘๐€?โ€Žโ€Žโ€Ž๐‘ช๐’‚๐’‚๐’Ž๐’”๐’‚๐’‚ ๐Ÿ๐Ÿ–/๐ŸŽ๐Ÿ—/๐Ÿ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿ• (๐‘ฎ๐’‚๐’๐’ˆ๐’‚๐’๐’‚) โ€” Qophii beekkamaa   irratti, Bulchaan...
26/05/2025

โ€Ž๐๐”๐‹๐‚๐‡๐€๐€๐ ๐†๐Ž๐ƒ๐ˆ๐๐€ ๐๐Ž๐Ž๐‘๐€๐๐€ ๐๐€๐‡๐€๐€ ๐Œ๐€๐€๐‹ ๐‡๐Ž๐‰๐‰๐„๐“๐€๐€ ๐‰๐ˆ๐‘๐€?
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž๐‘ช๐’‚๐’‚๐’Ž๐’”๐’‚๐’‚ ๐Ÿ๐Ÿ–/๐ŸŽ๐Ÿ—/๐Ÿ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿ• (๐‘ฎ๐’‚๐’๐’ˆ๐’‚๐’๐’‚) โ€” Qophii beekkamaa irratti, Bulchaan Godina Boorana Bahaa Obboo Abdurazaq Huseen hirmaachuun, gaaffiiwwan gara garaa irratti deebii kennuuf qophiin taasifamee jira. Qophiin kun dhimma hawaasummaa, nageenyaa fi misooma Godina Boorana Bahaa irratti xiyyeeffata.
โ€Ž
โ€ŽBulchaan yeroo ammaa hojiiwwan buโ€™a-qabeessa fi naannicha jijjiirama fakkeenyummaa qabuun geggeessaa jiru?.
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž๐Ÿญ. ๐—ง๐—ฎ๐—ฟ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—ก๐—ฎ๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ: ๐—•๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—›๐—ฎ๐—พ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ด๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ ๐—™๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐˜€๐˜‚
โ€ŽBulchaan Godina Boorana Bahaa, Obboo Abdurazaq, nageenya fi tasgabbii naannoo eegsisuuf hojii jabaa hojjechaa jiru?
โ€ŽQaamolee nageenyaa waliin qindoominaan hojjechuun, rakkoolee nageenyaa furuuf tattaaffiin godhamaa jiru buโ€™aa kennaa jira?
โ€Ž Tarkaanfiileen fudhataman, naannicha keessatti nagaaf buโ€™uura taโ€™uun beekamu?
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž๐Ÿฎ. ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐— ๐—ถ๐˜€๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ: ๐—œ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ ๐—•๐˜‚โ€™๐˜‚๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐—ณ๐—ถ ๐—š๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ถ๐—ป๐—ฎ ๐——๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—ด๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ
โ€ŽHojiin misoomaa fi buโ€™uuraalee tarsiimoo fi xiyyeeffannaa qabuun gaggeeffamaa jira?
โ€Ž Ijaarsa daandiiwwan, mana barumsaa, tajaajila fayyaa fi bulchiinsa gaarii dabalatee, daldalaa fi qonnaa cimsuuf hojiiwwan hojii irra oolaa jiru?
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž๐Ÿฏ. ๐——๐—ถ๐—ฝ๐—ถ๐—น๐—ผ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐—ถ ๐—ก๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ณ๐—ถ ๐—œ๐—ฑ๐—ถ๐—น-๐—”๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ: ๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐——๐—ต๐˜‚๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ถ๐—ป๐—ฎ ๐—™๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐˜€๐˜‚
โ€ŽObbo Abdurazaq, seenaa Bulchitoota Godina Boorana Bahaa keessatti, dipilomaasii biyya keessaa fi alaa keessatti qooda olaanaa fudhachaa jiru?
โ€Ž Walitti dhufeenya Oromiyaa fi naannolee ollaa akkasumas biyyoota ollaa waliin cimsuun, hariiroo dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaa balโ€™isuuf carraaleen uumaa jiru?
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž๐Ÿฐ. ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—›๐—ฎ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ค๐—ถ๐—ป๐—ฑ๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐—ป๐—ฎ ๐—จ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ
โ€ŽRakkoolee hawaasummaa furuuf, hojiiwwan gara garaa kan akka deeggarsa maatii hiyyummaa jalaa bahan, dargaggootaaf carraa hojii uumuu fi tokkummaa hawaasaaf buโ€™uura taโ€™an irratti hojjechaa jiru?
โ€ŽBulchiinsi isaa, hawaasa gara fuulduraatti ceesisuuf kallattii qajeelaa agarsiisaa jira?
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž๐Ÿฑ. ๐—ง๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—จ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—œ๐˜๐˜๐—ถ ๐—™๐˜‚๐—ณ๐—ถ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚
โ€ŽBulchaan godinaa, qomoo yookaan naannoo irratti hundoโ€™uun addaan qoqqooduu irraa fagaatuun, uummata walii gala tokkoomsuuf tattaaffii cimaa taasisaa jira?
โ€Ž Jijjiirama sirna bulchiinsa keessatti mulโ€™atu fi guddinni qabatamaan galmaaโ€™e, dhugaa odeeffannoo irratti hundaaโ€™eedha?
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€ŽQophii daawwachuun, gaaffii fi yaada keessan komantiiwwan SMS 8331 irratti barreessuun, hirmaachuun, odeeffannoo dhugaa fi haqa irratti hundoofne waliin qooduun, qophii waliin hirmaadhaa!
โ€Ž

Address

K'Ersa
Arsi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐‘ฐ๐‘ณ๐‘ด๐‘จ ๐‘จ๐‘ฉ๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ซ๐‘จ๐‘จ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share