Maya city Wushu Federation

Maya city Wushu Federation Sport highlights on every week

Magaalaa Maayaatti Yaa’iin Federeeshinii ITF Gaggeeffame. Yaa’ii kanarratti Gabaasa 2018 fi Karoora 2019 I/G/Federeeshin...
25/08/2026

Magaalaa Maayaatti Yaa’iin Federeeshinii ITF Gaggeeffame. Yaa’ii kanarratti Gabaasa 2018 fi Karoora 2019 I/G/Federeeshiniitiin dhihaate irratti mariyachuun Koree Hoji Raachiiftuu Federeeshinii Haaraa filaman sagaleedhaan raggaasisun, Bu’aa Raawwii Hojii bara 2018ti kan tahe Ispoorteesitootaa Daanii qoramanii Daaniin isaanii dhufef Daanii kennuudhaan Waldaa Leenjistoota ITF tiif immoo Waraqaa Ragaa Galmee kenname jira. Addattii immoo Leenjisaan Sabom Salmaan Mahammad Hojii Tola Ooltummaa Dabtaaraa fi Uffata Harka Qalleeyyii arjoomuudhaan hojii fakkeenyuuma qabdu hojjechuudhaan Leenjistoota fi Leenjifamtoota ITF hundatti argisiisee jira.
Xumura Yaa’ii tanarrattiis Oggeessota Daanii fudhatanii fi Hirmaatootni Yaa’iichaa waliin ta’uudhaan Sagantaa keeka muuruu Raawwaachuun Yaa’ii milkiin goolabamteera.

25/08/2026
Baga Gammanne Baga Gammaddan
18/08/2026

Baga Gammanne Baga Gammaddan

18/08/2026
18/08/2026

Baga Gammanne Baga Gammaddan Aweday fc Promoted to Oromia first league.
Hamza Haland Hatrik hojjate waliigala goolii 4n duursa
⏰ FT' Inango 1-4 Aweday

24' 66' 67' Hamza Haland Hatrik
38 Hangasa Mohamad

18/08/2026

Hamza Ahmed produced a sensational performance, scoring a hat-trick as Aweday defeated Inango 4-1 to Promote the Oromia First League 2019EC.

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maya city Wushu Federation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share