Aliyi Ahimed Ali

Aliyi Ahimed Ali Aliyi Ahimed Ali
(7)

19/12/2025

Rabbiin haajaa fi hajjii teenya hunda nuuf haa guutuu!

19/12/2025

Alhamdulillaah summa Alhamdulillaah yaa rabbi

  Ergamaan rabbi irraa nu dhoowwe Nabi Muhammad SAW..1- Haala janaabdaa qabduun nyaachuu irraa, akkana jedhe ammas : inn...
07/06/2025

Ergamaan rabbi irraa nu dhoowwe
Nabi Muhammad SAW..

1- Haala janaabdaa qabduun nyaachuu irraa, akkana jedhe ammas : inni hiyyummaa dhaala

2- Bitaan nyaachuu irraa ammas irkatanii nyaachuu irraa

3 - Qeensa ilkaaniin ifirraa ciruu/muruu irraa..

4 - Mana fincaanii keysattii fi yaroo fincaanutti jiran haasawuu irraa..

5- Bishaan kheysatti,fi muka firii qabu jalatti fincaanuu irraa..

6- Bishaan jilbiinfatanii dhuguu irraa akka beyladaati akkana jedhe ergamaan rabbi S A W harka keessaniin dhugaa isiin irra caalaa meeshaa keessaniiti..

7- Zahaba/fiddaa Keessatti dhuguu irraa ..

8- Nyaata afuufuu irraa yookaa bootaa sujuudaa afuufuu irraa..

9- Qabrii fi karaa fi bootaa gaalli itti hidhamuu fi ka'abaa gubbatti salaatuu irraa ..

10- Nama hamatuu irraa, nama nama hamatu dhaggeeyfachuurraa..

11- Qaama / owraa obboleessa muslima laaluu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W namni owraa obboleessa isaa ka muslima xiinxalee ilaale malaa'ikaa kuma torbaatamatu isa abaara..
12- Dubartiin owraa /qaama saalaa dubartii laaluu irraa..

13- Hayawaana ibiddaan gubuu irraa..

14- Kinniisa ajjeesuu irraa..

15- Fuula nama dhahuu ( rukutuu )irraa ..

16- Balfa ( qoshaashaa )mana keessa bulchuu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W mana keessan keessa hin bulchinaa balfa isiin teessuma sheyxaanaatii ..

17- Nama walitti diruurraa, nama nama walitti diru dhaggeeyfachuurraa..

18- Haasawa kijibaa haasawuurraa..

19- Guyyaa jum'aa haasahuu irraa..

20- Yeroo aduun olbaatu salaatuu irraa haga olfuudhamtutti likkii xiyyaa hoggaa isiin dhiitus.

21- Guyyaa jaha soomuu irraa, guyyaa fixrii, guyyaa shakkii , guyyaa gorraasaa , guyyaa ayyaamu attashriiq..
22- Miila tokkotti kophee uffatanii miila tokkoon qullaa deemuurraa..

23- Dubartiin janaazaa hordofuu irraa ..

25- Dubartiin if mimmiidhagsuu irraa jaarsa isiitiif malee..

24- Dubartiin sh*ttoo dibachuurraa..

25- Dubartiin mana isii irraa bahurraa hayyama jaarsa isii malee yoo baate malaa'ikaan samii keessa jirtu hundi

 Ummanni Oromoo Artist Kadiir Martuu Waan Garmalee Jaalatuuf Osoo Lubbuu  Kennaaf Ja'anii Ni Kennaaf Je'een Yaada. Yeroo...
03/05/2025



Ummanni Oromoo Artist Kadiir Martuu Waan Garmalee Jaalatuuf Osoo Lubbuu Kennaaf Ja'anii Ni Kennaaf Je'een Yaada. Yeroo Ammaa Wallaansa Kadiiriif Abbaan Qabeenyaa Keenya Yaadataa Juneeydii Itti Gaafatamummaa Waan Fudhatee Jiruuf, Hamma Wallaansa Xumuratutti Maallaqa Maqaa Kadiiriin Osoo Guuramuu Baatee Bareeda. Erga Inni Fayyeen Booda Account Isaa Irratti Walitti Qabameefii Namuu Waan Dandayu Gargaarree Osoo Biyyatti Galchinee Bareedaadha. Kan Kanaa Alaa Namoonni Hedduun Sababaa Kanaan Group Hedduu Jaarratanii Maallaqa Maqaa Kadiiriin Miskiinaa Irraa Nyaachuuf Ilkaan Qarataa Waan Jiraniif, Itti Yaadamuun Dirqama.

Kan Siif Boohuu Hundi Siif Rafatee Booha Hin Seehin. Boohichi Imimmaan Malees Ni Jirti Boohichi Goggoyduun. Ammatti Dhimma Wallaansa Wallisaa Kadiir Martuu Adeeroo Yaadataaf Kennineefii, Nuti Du'aayii Haa Goonuufii. Deeggarsi Hawaasa Oromootiin Kadiiriif Godhamu, Jireenya Isaa Gama Fuula Duraaf Tahuu Qaba. Malaan Nyaattota Hedduu Hin Hamammootinaa. Wanti Kamuu Bifa Qindoominaafii To'atamuu Dandahamuun Taa'uu Qaba. Inshaa Allaah Jireenyi Isaa Jijjiiramu Qaba.

Please Waliif Share Godhaa!

20/11/2024

Amazing da'awa for all muslims!

Address

Asebe Teferi

Telephone

+251923176434

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aliyi Ahimed Ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Aliyi Ahimed Ali:

Share