19/09/2022
Iyannoo Hojjettoota Banki Hojii Gamataa Oromiaf Sagalee Haatanuf Hundii keenya .
Bankin hojii Gamataa hoojettoota isaa akka male humana isaani akka samaa jiru fi Hojjettoota isaa hojjattoota Banki biroo kamu irraa akka haala isaan itti hojjecha jiran Human sammu akka ga'ee Oddefano hojjattoota irraa nu dhaqabe jira kesaafu Hararghe kessa .Haraghe lixxaa _Ciro,hirna,doba,badesaa ,fi Hararghe bahaa kessa calanqo,Qulbi,anna gaara mulata kessa girawa ,bdeno,burqaa, fi idoo bayye yerok adaa adaa njtii himaa jirani Haali isaan kessa jiran akka hojjata osoo hin tanne akka Gabaratii Nafxanyan akka duur ummata keenya hojjachisa turan akkuma fakkatu argine jira odefanoon keenya gama vedion toorbe kana kessa isinif qabne dhufana qaman demne warabne fidne isin bira geenya hordooftoota chanali kana hudanf isin sagale akka tatanif qane dhufne .............Bankin kun hojjattoota isaa haala akka hojjattaati sera bankin alla isaan midhaa akka jiran maden oddefano nuf kanani jiruu Bankin kan Oromoti kessa ta'aani maalaqa Hawassa keenya akka kessa jiruu irrafatani ijjollen hawassa keenya tajajiluuf Hawassni keeenya kan barsiise akka male human isaani samun ijjoollen idoo kamiyuu hararghe kessa hojjecha jiran off jibba hojecha jiran gara banki biraa sennuf akka fedhina qabani maden oddefano nuf himan kanafu wari ango irra jirtan districti diredawa qamni wan kana ilaalatu akka furmata ijjolle kanaf isin bekssifan .
Qamni wan kana ilaalatu Cooprative bank of Oromia humana ijjoolle samuu akka dhabdan pagen kun Sagale Oromo ta'uu isaa hubatani hundii kessan share godhaa like godhaa